πππ MILKAAHUN SIIF KARAA KAMIINI????????????
ππππππππππππππππππππππ
KAββββββ βοΈβ βββββRAA MILKAA'INAA
(THE WAY TO SUCCESS)
π Addunyaa kanarratti namoonni jireenya isaanii keessatti milkaa'an jedhaman amaloota wal isaan fakkeessu hedduu qabu.
βοΈ Amaloonni isaan wal fakkeessu kunneen iccitii milka'inaa akka ta'anis irratti walii galama.
ICCITII MILKAA'INAA:
1οΈβ£ Namoonni milkaa'an ofitti amanu:
βοΈ Jireenya keessan keessatti waan abjoottan milkeessuu yoo barbaadan; abjuu keessan galmaan gahuu akka dandeessan onnee keessaniin amanuu qabdu.
π Ofitti amanuun kan wajjiin dhalanne osoo hin taane filannoo keenyaan kan dhufuudha.
π Namootni milkaaβan jedhaman iccitii milkaa'ina isaanii yommuu dubbatan yoo dhageessan ta'e milkaa'ina isaaniif sababni guddaan "wanti hunduu ni danda'ama!" Jedhanii waan amananiif malee kennaa addaa wajjiin waan dhalataniif akka hin taane himu. Jabaadhee waanan dubbiseef, hojjadheef....bakkan har'a jiru gahe siin jedhu.
Atis bakka yaadde gahuu akka dandeessu laphee keen amani.
2οΈβ£ Namoonni milkaa'aan kaayyoo qabu.
βοΈ Hundi keenya uumamaan Sammuu waa kaayyessuu danda'u qabannee dhalanna.
π Yoo sammuu keetti waa kaayyeffatte bakka yaadde gahuuf halkaniif guyyaa carraaqxa.
π Kaayyoon sammuu kee kessatti jiru humna siif ta'a; bu'aa ba'ii jireenya keessatti gufuun yoo si mudate akka laayyooti akka hin kufne; yoo kuftes kuftee akka hin hafne; miixxattee akka kaatu; akka abdii hin kutanne humna sitti hora.
3οΈβ£ Namoonni milkaa'an tarkaanfi tokko fuul-duratti tarkaanfatu
βοΈ Namoonni milkaa'an kan namootni eeganiin alatti dhimma bobba'an irratti cimsanii hojjatu.
π Barataa yoo ta'e haala gaariin qo'achuu;
π Daldalaa yoo ta'e ammoo maamiltoota Isaa haala kamiin qabuun akka irra jiraatu ni beeku.
4οΈβ£ Namoonni milkaa'an tarkaanfii fudhatu.
βοΈ Namoonni milkaa'an iccitii tokko beeku
π "Addunyaa kanarratti tattaafii malee bu'aan argamu akka hin jirre; No gain without pain" jedhanii amanu.
π Bakka yaadan gahuuf sadarkaa garaagaraatti murtii dabarsu (tarkaanfii) fudhatu.
π Bakka yaadde gahuu yoo barbaadde afaaniin qofa haasa'uu hin qabdu; bakka yaadde kan si qaqqabsiisu tarkaanfii tokko tokko fudhachuu qabda.
βοΈ Fakkeenyaaf barataa cimaa ta'uu akka barbaaddu odeessuu osoo hin taane hojiitti seenuu qabda. cimsitee qo'achuu !!
5οΈβ£ Namoonni milkaa'an kanneen biroo jajjabeessuu jaalatu.
βοΈ Milkaa'ina jireenyaa yoo barbaadde iddoo oolmaa keetii namoota jiran kan siin oliis haa ta'an kan siin gadii waan gaarii isaan hojjatan hangam iyyuu xiqqaa haa ta'u dinqisiifadhuuf ykn jajjabeessi.
Namni dinqisiifatamuu jibbu hin jiru. Kana gochuu keetiif ammoo wanti si irraa hirβatu tokkoyyuu hin jiru; isaan jajjabeessuu keef sitti gammadu; ofii kees ni gammada.
β Nama wajjiin walitti dhufeenya gaarii horatta.
β Namoota wajjiin walitti dhufeenya gaarii yoo qabaatte jaalalaa fi kabajaa argatta. Kun ammoo karaa biraan ofitti amanamummaa kee siif dabala. Kanarra darbee ammoo namoonni waliin hojjattu kunneen kaayyoo kee hubachuun galma akka geessuu si cinaa dhaabbatu
(si tumsu).
βοΈ Egaa amaloota namoota milkaa'anii kanneen jireenya Keenya keessatti shaakaluun milka'inaaf haa hojjannu.
maddi isaa kanan dubbiserra