Prince Abdul‐rezak


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan


Copha Qalamaan;
Eenyummaan Geeddarama!❁
.
.
Contact✉
@Abdu4me

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Gammadaa ta'uudhaaf Namoota Gammadan waliin ooluun osoo hin ta'in Gammachuun Guddaan Namoota Miidhamaniif madda Gammachuu ta'uun.!!
..
@prince_abdu4




Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል dan repost
“እናንተ (ከሀሚልተን ቲቪ) ከጎናቸው ካልቆማችሁ ማን ከጎናቸው ይቆማል?’’
(ዶ/ር ጀይላን ከድር፥ የኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ም/ቤት ምክትል ፕሬዝዳንት)
********************************************************

የምታደምጡንና የምትከታተሉን ሁሉ አሰላሙአለይኩም ወራህመቱላሂ ወበረካቱሁ፨

መናገር የምፈልገው ስለ ሀሚልተን ቲቪ ሚዲያ ጉዳይ ነው፨(ሀሚልተን ማለት በአፋን ኦሮሞ ቋንቋ ሞራል አገኛችሁ፥ ምኞታችሁ እውን ሆነ ማለት ነው)፨ ሀሚልተን የናንተ ሞራል ነው፨ እናንተ ናችሁ የምኞታችሁን(ሞራል) ያገኛችሁ፨ ለናንተ ነው አላህ ይህን ሚዲያ ያመጣው፨ስለዚህ ልትጠቀሙበት ይገባችኃል፨ የሚተላለፈውን መልዕክትም ተከታትላችሁ በተግባር ልታዉሉ ይገባችኃል፨ በርሱም ልትጠቀሙበት ይገባል፨ ምክንያቱም የናንተ ቲቪ ነው፨የልጆቻችሁም ሚዲያ ነው፨ ሀሚልተን ቲቪ ሕዝብን ለማገልገል እንጂ ለትርፍ የተቋቋመ ወይም በርሱ አማካኝነት ገንዘብ ለመሰብሰብ ወይም ሀብት ለማካበት የተቋቋመ አይደለም፨ ለህዝባችን በምን መልኩ የዲንን መልዕክት እናደርስ? በሚል ታስቦ የተቋቋመ ነው፨ ስለሆነም ከዚህ ሚዲያ የሚተላለፈውን መልዕክት ልትጠቀሙበት ይገባል፨ መልዕክቱ ቁርኣን፥ሀዲስ፥ የነቢዩና የሰሀቦች መንገድ፥ የዑለሞቻችን ፈለግ፥ለሀገራችን ህዝብ ልማትና አንድነት የሚጠቅሙ ትምህርቶችና ከሀገራችን ጋር አብሮ የሚሄድ ትምህርቶች ናቸው፨

ይህን አስበው ያቋቋሙ ወንድሞችን አላህ ምንዳቸውን ይክፈላቸው፨በሚዲያው ልትጠቀሙበት ይገባል፨ እንደዚሁም ከጎናቸው ልትቆሙ ይገባል፨ዓላማው ኢስላማዊ መልዕክትን ማስተላለፍ በመሆኑ እናንተ ከጎናቸው ካልቆማችሁ ማንስ ከጎናቸው ይቆማል? ከሚዲያው ጎን መቆም የሚችል ሰው በየወሩ የሚችለውን መዋጮ ይክፈል፤ ይህን የማይችል በዓመቱ ይክፈል፨ ይህንን የማይችል ደግሞ ካለው ላይ ቀንሶ ሰደቃ ቢሰጥ ሰደቀቱል ጃሪያ ይሆንለታል፨ ሲሞት በእለተ ትንሳኤ የሚያገኘውና በአላህ ጥላ ስር የሚያስገባው ስራ ይሆንለታል፨

እዚህ ላይ አንድ ማለት የምፈልገው ዘካም ለርሱ ማውጣት ይቻላል፨ ምክንያቱም ዘካ ከሚገባቸው ስምንቱ መካከል “ፊ ሰቢሊላህ” አንዱ ነው፨ ፊሰቢሊላህ ማለት ኢስላምን የሚያስፋፋና የሚያጠናክር ነገር ነው፨ በዚህ ዘመን እንደ ሚዲያ ኢስላምን የሚያስፋፋ ነገር የለም፨ ኢስላማዊ ሚዲያ ኢስላም ያልደረሰበት ቤት (ጭምር) ፈቃድ ሳይጠይቅ ገብቶ ኢስላማዊ መልዕክት ያደርሳል፨ ኢስላምን ለሚያስፋፋ እንደዚህ ዓይነት ሚዲያ ዘካ መስጠት ይቻላል፨ ዘካ ችሎ ያወጣ፥ ሰደቃ የሰጠ፥ ለሚዲያ ወቅፍ የሰጠ እንዲሁም ሊሞት ሲል ኑዛዜ የተናዘዘ ሰው ይህን ሁሉ ማድረግ ይቻላል፨ አላህ ስራቸውን ይውደድላቸው፨ ይህ (ሀሚልተን) ሚዲያ መልዕክቱን ለህዝቡ እንዲያደርስ አግዙትና ከጎኑ ቆሙ፨ በተለይ በዚህ በረመዳን ወር፨ አላህ ይህን በላይ አንስቶ ከይርን የሚያስፋፋ ያድርግልን፨ በነቢዩ ላይ ሰላምና ሰላት ይውረድ፨ አሰላሙ አለይኩም፨

*********************
ስርጭቱን ከጀመረ አንድ ዓመት ያለፈውና በገንዘብ እጥረት እየተንገዳገደ የሚገኘውን የሐሚልተን ሚዲያን ለማስቀጠልና ለማጠናከር በሚችሉት ይረዱት፨

በእነዚህ የባንክ አካውንቶች በባንኮቹ የትኛውም ቅርንጫፍ ገቢ በማድረግ ወይም በሞባይል ባንኪንግ በማስተላለፍ ድጋፍዎን በማድረግ የምንዳው ተቋዳሽ ይሁኑ፨

የአካውንቱ ስም ፡ ሀሚልተን መልቲ ሚዲያ
1-የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ፦ 1000330022896
2-ኦሮሚያ ህብረት ስራ ባንክ፦ 1000052842496
3-ኦሮሚያ ኢንተርናሽናል ባንክ፡-1358655800001
ዉጭ ሀገር ላላችሁ በኦሮሚያ ኢንተርናሽል ስዊፍት ኮድ፡Swift code: ORIRETAA
********************* *****************************************

وَأَنْفِقُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ وَلَا تُلْقُوا بِأَيْدِيكُمْ إِلَى التَّهْلُكَةِ وَأَحْسِنُوا إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ " سورة البقرة 195
"በአላህም መንገድ ለግሱ፡፡ በእጆቻችሁም (ነፍሶቻችሁን) ወደ ጥፋት አትጣሉ፡፡ በጎ ሥራንም ሥሩ፤ አላህ በጎ ሠሪዎችን ይወዳልና፡፡" (ቁርኣን፥ሱረቱል በቀራህ: 195)፡፡
**************************
" يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا أَنْفِقُوا مِمَّا رَزَقْنَاكُمْ مِنْ قَبْلِ أَنْ يَأْتِيَ يَوْمٌ لَا بَيْعٌ فِيهِ وَلَا خُلَّةٌ وَلَا شَفَاعَةٌ وَالْكَافِرُونَ هُمُ الظَّالِمُونَ " سورة البقرة 254
"እናንተ ያመናችሁ ሆይ! በርሱ ውስጥ ሽያጭ (መበዠት)፣ ወዳጅነትም፣ ምልጃም የሌለበት ቀን ከመምጣቱ በፊት ከሰጠናችሁ ነገር ለግሱ፡፡ ከሓዲዎችም በዳዮቹ እነርሱ ናቸው፡፡" (ሱረቱል በቀራህ: 254)፡፡
****************************************
" يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا أَنْفِقُوا مِنْ طَيِّبَاتِ مَا كَسَبْتُمْ وَمِمَّا أَخْرَجْنَا لَكُمْ مِنَ الْأَرْضِ وَلَا تَيَمَّمُوا الْخَبِيثَ مِنْهُ تُنْفِقُونَ وَلَسْتُمْ بِآخِذِيهِ إِلَّا أَنْ تُغْمِضُوا فِيهِ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ غَنِيٌّ حَمِيدٌ " سورة البقرة 267
"እናንተ ያመናችሁ ሆይ! ካፈራችሁትና ከዚያም ለእናንተ ከምድር ካወጣንላችሁ ከመልካሙ ለግሱ፡፡ መጥፎውንም (ለመስጠት) አታስቡ፡፡ በእርሱ ዓይኖቻችሁን ጨፍናችሁ እንጂ የማትወስዱት ስትኾኑ ከእርሱ (ከመጥፎው) ትሰጣላችሁን? አላህም ተብቃቂ ምስጉን መኾኑን ዕወቁ፡፡" (ሱረቱል በቀራህ፡ 267)፡፡

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=1138389926547731&id=144629232590477


Ahmedin Jebel - አሕመዲን ጀበል dan repost
DUULA WALIIN TAANEE HAMILTAN TV HAACIMFANNUU.
********************************************
Midiyaa Karaa Rabbi irratti sa'aa 24 da'waa godhaaru Hamiltan Tv waan Rabbiin nuu kenneen gargaarun bira hadhaabbannu. Rabbiin maallaqa karaa isaa irratti bahu ilaalchisee akkana nuun jedha:
يَاأَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا أَنْفِقُوا مِنْ طَيِّبَاتِ مَا كَسَبْتُمْ وَمِمَّا أَخْرَجْنَا لَكُمْ مِنَ الْأَرْضِ وَلَا تَيَمَّمُوا الْخَبِيثَ مِنْهُ تُنْفِقُونَ وَلَسْتُمْ بِآخِذِيهِ إِلَّا أَنْ تُغْمِضُوا فِيهِ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ غَنِيٌّ حَمِيدٌ} [البقرة: 267]

"Yaa warra amantan! gaggaarii waan carraaqqattaniifi waan Nuti dachii irraa isiniif baafne irraa kennadhaa. (Odoo isiniif kennamee) Isa keessatti ija dunuunfattanii malee kan hin fudhanne taatanii, isa irraa kennachuudhaan Waan fokkataa hin yaadinaa. Rabbiin dhugumatti dureessa, faarfamaa ta’uu beekaa." [Albaqaraa:267]

********************************************************************
{مَثَلُ الَّذِينَ يُنْفِقُونَ أَمْوَالَهُمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ كَمَثَلِ حَبَّةٍ أَنْبَتَتْ سَبْعَ سَنَابِلَ فِي كُلِّ سُنْبُلَةٍ مِائَةُ حَبَّةٍ وَاللَّهُ يُضَاعِفُ لِمَنْ يَشَاءُ وَاللَّهُ وَاسِعٌ عَلِيمٌ (261) الَّذِينَ يُنْفِقُونَ أَمْوَالَهُمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ ثُمَّ لَا يُتْبِعُونَ مَا أَنْفَقُوا مَنًّا وَلَا أَذًى لَهُمْ أَجْرُهُمْ عِنْدَ رَبِّهِمْ وَلَا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ (262)} [البقرة: 261، 262]

"Fakkeenyi warra qabeenya isaanii karaa Rabbii keessatti arjoomanii, akka fakkeenya firii sootalloo (mataa) torba baasee sootalloo hunda keessa firiin dhibbi jiruuti. Rabbiin nama fedheef dachaa taasisa. Rabbiin (kenni isaa) bal’aa, beekaadha. Warri qabeenya isaanii karaa Rabbii keessatti kennatanii, ergasii waan arjooman dhaaddannaafi rakkisuu hin hordofsiisin, isaaniif mindaan Gooftaa isaanii bira jira. Sodaanis isaan irra hin jiru; isaan hin gaddanus." [Albaqaraa:261-262]
***************************************************************
Duula waliin taanee Hamiltan Tv hacimfannu kana irratti:
1) Dura hundi kessanu dhaamsa vidiyoo kana dhagahaa.
2) Itti aansee waan Rabbiin Isini kenneen Midiyaa islaama kana bira hadhaabbannu.
3) Namoota naanno kenya, hiriyoota kenya, miseensa garee nu kessaa jiru kamu fi maati kenyaa fi jama'a kenya bira dhaamsu kun akka gahu gochudhaan jarris ajiri guddoo kana irra akka qooda fudhatan kakaasaani.
4)Namoonni ofii illee ammatti waa gumaachu rakattan Rabbin Rakina kessaa isin habaasuuti hanga dandessan maraan namoota kaan kakaasu, qindessu fi dhaamsu kana fi kana booda kan gadhifaman mara irra deddeebitani post gochuun waliin nu gahaa.
5) Du'aa fi Yaadaan akka nubira dhaabbatan isin gaafanna.
6) Akkaawuntiin gargaarsa kessaan Hamiltan TV dhaaf itttin galchitaan :
Hamiltan Multi Media PLC, Lakkoofsa Akkaawuunti :
i-Baanki Hoji Gamtaa Oromiyaa: 1000052842496
-ii) Baanki Daldalaa Itiyoopiyaa:1000330022896
iii) Baanki Oromia Internashionaal:1358655800001
Warra Biyya alaa irraa galchuuf ,Swift code: ORIRETAA
fayyadamu dandessuu.

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=1138069409913116&id=144629232590477


Hiyyummaa booda Qabeenya,
Dhukkuba booda Fayyina,
Cinqii booda Boqonnaa,
Gadda booda Gammachuu,
Dhiphina booda Baldhina,
Hidhaa booda Hiikkamuu,
Beela booda Quufatu jira.!

"Rabbiin dhiphina booda bal'ina gochuuf jira." (65:7)

#Abshir!


👥 Join ↘ Me

@prince_abdu4


💡
"Xiyyi kee yeroo hunda qophii haa ta'u!
Haa ta'u malee yeroo darbitu Tasgabbaahii darbi!"

(Chaayinota)
..
@prince_abdu4




#Odeeffannoo_Dinqisiisoo

‐ Riizoortii Qilleensarraa.

@prince_abdu4
@prince_abdu4




💐🌺
Namoonni Hedduun Milkaa'ina keetiif Itti gaafatamummaa fudhatuu malu ta'a garuu,Kufaatii keetiif si qofatu Itti gaafatamummaa fudhata.

@prince_abdu4
@prince_abdu4


🌸 akka Hoolaa ta'anii Guyyaa dhibba jiraachuurra akka Leencaa ta'anii Guyyaa tokko jiraachuutu caala.

@prince_abdu4
@prince_abdu4




🧡 Na Jibbuu yoo barbaadde
Mirga guutuu qabda garuu,
Akka na jaalattu fakkeessitee
na hin sobin!
.....
Jechoota Mimmiidhagoo biroof..📚📖👇

@prince_abdu4
@prince_abdu4




🌍 Addunyaan nuti hardha irratti
wal ajjeesnu Kaleessa Adabbii Nabi Aadam/Addaam (a.s) turte.

Join & Share...👇
@prince_abdu4




💜Ebaluun akkas jedhe
Haasaa jedhu duuba
Gaazii Hamaatu jiraatii
Of eeggadhaa!!

Join📚👇
http://t.me/prince_abdu4


Namni tokko yoo Sooma hiiku Du'aayii godhu!

ﻋﻨﺪ ﺍﻹﻓﻄﺎﺭ ﺗﻘﻮﻝ ﻣﺎ ﻛﺎﻥ ﻳﻘﻮﻝ ﺍﻟﻨﺒﻲ ﷺ ، ﻓﺈﻥ ﻣﻦ ﺳﻨﺘﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﺃﻧﻪ ﻛﺎﻥ ﺇﺫﺍ ﺃﻓﻄﺮ ﻗﺎل ( ﺫﻫﺐ ﺍﻟﻈﻤﺄ ﻭ ﺍﺑﺘﻠﺖِ ﺍﻟﻌﺮﻭﻕ ﻭﺛﺒﺖ ﺍﻷﺟﺮ ﺇﻥ ﺷﺎﺀ ﺍﻟﻠﻪ )
📚[ ﺻﺤﻴﺢ ﺍﻟﺠﺎمع) [(4678)

Afaan Oromootiin yoo dubbisnu:‐
"Zahaba zama'u wabtalatil uruuqu wasabatal ajru inshaa allaah"

t.me/prince_abdu4

┄┄┉┉✽̶»̶̥🌹✿🌹»̶̥✽̶┉┉┄┄


Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan፦💐



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

453

obunachilar
Kanal statistikasi