Afaan Oromiffaa Warra Dhaga'aniif
👉Kadhannaa Dhukkubsattootaafi
👉Barattoota Sadarkaa Kamirrayyuu Jiraniif
🕎Hub:👇
Gidduu darbe namoonni Sadi Dhukkuba kooviid-19 irraa fayyanii dhgaa ba'aniiru.
Kanas kanan dubbadhuuf waanuma tasa iyyinu akka namoota tokko tokkotti hin fakkaanneefi.
Dhukkuboota biraarraa kan fayyan hedduudha.
Galanni guddaan bara xumura hin qabneef Waaqayyoof ni ta'a🙏