🕌🕌🕌🕌🕌Jiini Ramadaan Dhufe!!!
Akkamitti Ramadaana Simanna❓❓❓❓❓❓
Simannaa Ramadaanaa keessatti ilmi namaa wal caala;
🥬Namoonni Gariin,Gabayaa irra deddeemuun,Nyaata gosoota adda addaa bituun simata,hanga waa bituu irratti wal dorgoman mara.
Inumaa hanga gatiin nyaataa fi dhugaatii dabalu takka.
Akka waan Ji’a nyaataa fi dhugaatii wahii simataa jiruutti!!
🎡🎢Namoonni Gariin, meeshaa taphaa,kan yeroo isaanii kabajamtuu tana ittiin balleeysan qopheeffatan.
🕌Namoonni gariin,warroonni Rabbiin isaanitti qanani'e,lubbuu ufii Ramadaanaaf qopheessan,akka malee kan cinqame isa garta,fkn:
Qur’aanaaf yeroo addaa,Zikriidhaaf,Dhaabbannaa halkaniitiif,Qarqaarsa namaatiif,Darsii dhaggeeffachuu fi kkfn hundaafuu yeroo ufii qoqqooduun uf qopheeysa!!!
Ati kamiin keessa jirta laata,Uf toohadhu mee!!
Share waliif godhaa👇👇👇👇
@tafak_or