Ok Channal


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan



Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Yeroodhaan haa hojettaannuu Nov 1 ykn Jimaata darbee jalqabee boodaa akka hin gabbiinee amuuma hojjeedha itti fayyadamaa guyyaati qarshii 108 ol basuu dandessu . Qarshii 1300 yoo bittaanimoo hammaa guyyaa 90 qarshii 108 argattuu irraa fayyadamaa
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828


Tera oil irra harra kan naaf kaffaalamee
Please itti hojjeedha yeroon
Amuuma galmawaa
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963


Kan kalessaa jalqabee kan harra kaffaluu eegalee kafltiidaqiiqaa 10 gidduutti kan isin qaqabuu amuumaa egaala link gadii kanaa cuqaasaa
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828


Hojii platform haaraa Kalessa jalqabee kanaa itti hirmaadha waanti haaraan kun xiqqoo ni turtii waan ta'ef of eggaacha itti hojjeedha.
Amumaa Galmaayaa
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828






Buna Dhuguu

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC) – Buna Dhuguun fayyaa namaaf faayidaa hedduu akka qabu ogeeyyiin yaala fayyaa ni ibsu.

Bu'aan qorannolee waggoota hedduuf namoota buna dhugan irratti gaggeeffaman akka muldhisanitti:

Bunni keemikaala 'Kaafiin' jedhamu of keessaa qaba.

Keemikaalli kun ammoo sammuu si'eessuun kaka'umsaa fi humna namaa uumuun miira dadhabbii hir’isuun beekama.

Hammi 'Kaafiniin' nama si'eessuu fi jijjirraa haala-amala namaa irratti fidu garuu namaa namatti garaagarummaa qaba.

● Kaafiiniin Dhukkuba Tiruu Yeroo Dheera fi Kaansarii Tiruu ittisu irratti gahee qaba.
Tiruun dhukkubsatte akka gadaanisa uumtee hin dadhabne tursiisuu irratti faayida qaba

● Baattuun hadhooftuu akka dhangala'aa hadhooftuu bullaayinsa nyaataaf barbaachisu akka gadi lakkiftu waan si'eessuuf uumamuu cirracha hadhooftuu ni hir’isa.

● Kaafiniin amala "Theophylline" qoricha yeroo tokko tokko dhukkuba Asmii yaaluuf kennamuun walfakkaatu waan qabuuf ujummooleen qilleensaa akka babal’atan taasisuun hafuurri nama hanqachuu yeroo Asmi mudatu ni hir’isa.

Kaafiniin kana gochuuf garuu Buna hanga Shiinii 4 dhuguun barbaachisadha.

● Carraa dhukkuba sirna narvii kan qaamni ajaja malee akka sosocho'uu fi hollatu godhu "Parkinson's Disease" ni hir’isa.

Dhukkuba Sukkaara Gosa Lammeessoo, Dhukkuba Onnee akka Tasaa, Kaansiriilee qaama garagara hir’isu irratti gahee muraasa qabaachuu akka danda'u qorannoolen dhihoo bahan ni mul’isu.

● Kaafiniin qorichoota dhukkubbi wayyeessan (antipain) heddutti makamuun dhukkubbi wayyeessuu irratti gahee qaba. Akkasumas dhugaatilee humna kennan (energy drink) adda adda keessatti dabalamuun humna akka kennu ni godhama.

Qorichoota ulfatinna qaamaa hir’isuuf tajaajilan irratti dabalamuun namonni humna argatanii sochii qaamaa akka godhan si'eessuuf jecha itti dabalamee ni tolchama.

● Onnee si'eessuun yeroo gababduuf dhahannaan onnee fi sosocho'iinsi dhiigaa akka dabalu gochuu danda'a.

● Namoota Yaaddoo garmalee (dhiphuu Sammuu) qaban irratti, kaafiiniin hedumminaan (shiinii afurii ol yeroo tokko) yoo fudhatame sodaa, tasgabbii dhabuu, naasuufi cinqaa san itti hammeessuu danda'a. Garuu namoota Muukuu qaban irraa muukuu wayyeessuu irratti gahe qaba.

Bunni Kaafiniin alas Vaayitaminoota (B2, B3, B5) fi albuudota akka magnesium, manganese, potassium of keessaa waan qabuuf walnyaaticha garagara qaama keessatti godhanis garagaaru danda'a.

Daa'immaniif ijoollee umriin isaanii waggaa 12 gadi ta'an buna akka hin dhugne gorfama.

Dhahanna onnee fi dhibbaa dhiigaa dabaluun, sodaaf cinqaan,hirriba dhabuun, jijjiramni haala-amalaa isaan mudachuu waan danda'a jedhu Ogeessi Yaalaa Fayyaa Dooktar Nuureddiin Lukeen.

xiyyeeffannoo:-

● Kaafiniin hamma dhiigaa hobbaatiif daa'imni argatan waan hir’isuuf yoo baay'ate ulfi akka nama irraa dhangala'u gochuu danda'a. Kanaaf haati ulfaa takkaa fi ulfaayuu barbaaddu guyyatti buna sinii 2 ol otoo fayyadamuu baattee ni gorfama.

● Hormoonota hirriba akka rafnu taasisanirratti dhiibbaa gochuun hirriba sirritti akka hin rafne ykn nu hin qabne gochuu danda'a. Haalli kun garuu adda addummaa namni buna dhugu Kaafiiniin walbaratuun hir’ataa deema. Haala kanaaf buna gara galgala yeroo hirribaaf deemanitti dhuguu dhiisuun ni danda'ama.

● Namoota tokko tokko irratti gubaa-laphee asidiin garaachaa gara kallatti kokkee oldeemuun uumamu (GERD) - 'Si giggoo' hammeessuu danda'a. Akkasuma haadholii garmalee buna baay'isan irratti carraa lafeen haphachuu akka dabalu Dooktar Nuureddiin barreeffama fuula miidiyaa hawaasummaa isaanirratti barreessaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia


Kun haarra jalqabee itti fayyaadama https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828


HARRAALLEE NAAF KAFAALEE JIRA TERA OIL

BILBILAA HARKA BAATTEE CALLUMA JETTE TESSAA TANAAN DOGOGORAA JIRTA .
MALIIF JETTEE YOO NAA GAFATTEE
DEEBIINKOO
KAMPANII Tera oil WALIIN HOJJEEDHUU YOO BAYYATEE QARSHIIN 600 JALQABDA SANA BOODAA GUYYAA GUYYAAADHA QARSHII 162 SIIF HERREGAMA YOO ITTI DABALTEE GUYYAA GUYYAATI GARA HERREGAA DHUNFAA KEETTI DABARSUU DANDESSA GALIINKEE SIIF DABALAA NAMOOTII BAYYEEN FAYYAADAMA TA'ANIRUU HIN GOWOOMIN BILBILA SMARTBATTEE OFUMAA AKKASITTI YEROOKEE HIN QISAASIN .
DHABBATIICHA BIRAATTI MALLAQIIKEE TOKKOYYUU HIN BADU.
KANAAF GALMAYUUDHAAF LINK ASI GADII TUQA
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963
Yoo deggersa barbaddaan Telgram asi GADII kana cuqaasa isiin deggaruuf yoomiyyuu qophiidha
👇👇👇👇👇👉
https://t.me/anaa7e




Nyaata isa akka jallattaan beekaa bayyee Tasgaboftuudha platformiin kun itti fayyadama
Galmeedhaaf
https://www.ldcuing.com/index/auth/signup/invitecode/wDgNoW.html




Kunis Tasgaboftuu wayiidha dhugaa jalladheeraa muuziif avokaadoo nagaddii
Galmawaa birri 110 lattii galmee qofaaf. 500nin yoo bitattee bayyee fayyadama tataa itti haa fayyadamnuu
Galmeef link gadii kanaa cuqaasa
https://www.ldcuing.com/index/auth/signup/invitecode/wDgNoW.html




Bor kan jalqabuu platform haaraa irraa haa fayyadamnu.
Plat form haaraa akkasii jalqabuumaa irra fayyadama ta'uu qabduu kanaaf itti fayyadamaa bori kaasatii
Link kanan galmawaa
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828


Bor kan jalqabuu platform haaraa irraa haa fayyadamnu.
Plat form haaraa akkasii jalqabuumaa irra fayyadama ta'uu qabduu kanaaf itti fayyadamaa bori kaasatii
Link kanan galmawaa
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828
https://gbpmall.vip/#/pages/public/reg?invter=K185724828








# TERA OIL
Kunoo harrallee naaf kafalee jira Tera oil daqiiqaa 30 dura ajajadheen gidduutti qarshii koo naa qaqabee jira please itti fayyadama
Hin baduu jechuu Kenya miti hammannii jirutti itti fayyadama namonni baayyeen galmoftanittuu garuu hin kaffalee
Kanaafuu itti fayyadama waan kanaa yeroodhaan fayyaadamtanii kessa deemuu, wayyaa maaliif wantii amansiisan hin jiru platformn kammiyyuu hin amansisuu garuu hammaa inni jirutti itti fayyadamaa birri xiqqoodhan eegala yoon inni kan turuu ta'e itti dabalattuu.
Link gadi kanaan galmayaa
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=624596
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963 https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6245963

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.