WORSHIP MEDIA


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Baga garaa channel kenyaa nagaan dhuftaan
🔚karaa channel
➡ live worship afaan Oromo gagababa
➡ farfanna durii
➡ farfanna haaraa amma hojetaman
➡ sagalee waqayyoo
👇👇👇👇👇👇👇join
@yesusinwaqefama
#Join
#share godha

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Bor holetaatti wal arginaa uphaaaaaa






Guyyaa lama qofaatu hafee
Share share share share share
@yesusinwaqefama
@Yesusinwaqefama


Amanamummaan akka daawitiiti takkaa yoo cabe akka duriitti si hin agarsiisu❗️
Kanaafuu...⚜️
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
@Dirree_Yaadaa
@yesusinwaqefama


Giddu- gidduu taane
akka qalma halkanii

Miilli keenya lamaan
deemsa wal danqanii
@yesusinwaqefama


Falaasama 2ffaa / 2nd Philosophy

MILKII FI ADURREE GURRAATTII

Har'a akkuman irribaa dammaqee mana kootii gadi ba'een Adurree gurraattiitu na fuuldura darbe waan ta'eef harra milkii hin qabu.

Nan yaadadha bara 2007 baran Yuuniversiitii Haramaayyaa Seene Barsiisaankoo yeroosii akka ammaa kana muudama hoggansa Ol-aanaa PP tti utuu hin dhufin laalchaafi haasawwaa Akkasii kanaan warri faalaasii 'Non Cousa pro cousa' akka jedhan anaafi barattoota daree kootiitti himee ture.

Dhugaa dubbachuuf haqni hin haqaaqamne garuu maal akkam Adurreefi milkiinkoo walitti hidhata? Ani Nama isheen bineentii, Anatu hoggana malee isheen Giiftii Duree milkiikootii Miti. "Adurreefi ana mitiitii anaafi Eebbaayyuu waantotni addaan nu baasan hedduudha.

Milkiin koo ka biraa adurreen antuuta gaaddu ka biraa.

Namittii wayiitu qullaashee oobdiikoo keessa gangalataan argee bishaan itti naqee hari'e, silawoo maal natti gomatte laata? 🙄🙄

Gufuutu ganamaan miilla na rukute harr'a milkii hin qabu,
😭😭

'Eci!' Namittii bifa badii tokkotu ganamaan natti dhufe harra akkan joorettan oola fakkaata

' Nama huccuu halluu gurraacha uffatutu natti dhufe silawoo nan gaddaa laata?

Maal aabbee wayyaama diimaa nama uffatutu anatti yaa'aawo ganamaan maali dhiiga eenyuutu dhangala'a laata?

Hidhiin of ciniine nama diimaatu na hamachaa jira.

Nan hirqinfadhe eenyu laata kan maqaa na dhawuutti jiru?

Harr'a baayyeeman kolfe aboo ganaan gadda fakkaata , bo'uun koo hin oolu.

Sana kana jettee of hin dhiphisin dhugaa dubbachuuf ati kaayyoo uumamteef utuu galmaan hin ga'in yoo of fannisteyyuu, yoo abidda lixxeyyuu, yoo bishaaniin nyaatamteyyuu, hin duutuu.

Guyyaa kaayyoo uumamteef goolabde ammoo niiwukileerii qabaatteef , qarshii qabaatteef, ijoollee jajjaboo qabaattee, haadha manaa miidhagduufi ogettii qabaatteef, ragaa barnootaa hedduu lakkaawwatteef goonkumaa ooluus of oolchuus hin dandeessu ykn gororuma afaan kee keessaatu garba guddaa sitti ta'ee si obbaafachiisa. Ykn ammoo dhukkuba koroonaatusi fudhatee darba. Kalaas!

Waan akkasii hin sodaatin. Isaan waan uumamaniif qabu.

Atis akkasuma.

Nama uffata babbadaa hin jibbin uffata miti kan kabajamuufi kan jaallatamu nama waan ta'eef.

Ati Nama isaan bineensa lachuuyyuu of hin uumne kaayyoo uumamaniif qabu.

Nan bo'a jennaan akkamitti kolfita?

Nan rakkadha jennaan akkamitti ballina argita?
hiriyyummaa keenyaaf baayyeen eeggannoo godha Eebbaa Qananii Hundeessaa.
Uumama guraattiifi adii jettee of hin dhiphisin isaan uumama atimmoo aboo isaan irratti qabda
Eebbaa
@yesusinwaqefama
@yesusinwaqefama
@yesusinwaqefama


Amen:-jechun maal jechuudha


ᗞᗩᗰᗷᗩᏞᏆᏆ ᖴᗩᗩᖇᖴᗩᑎᑎᗩᗩ 🎧 dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
🎵 SI NAAF WAYYA! 🎵

👤 BELINA FIKADU 👤

🙊Gadhiifamera 🙈


Share Now @Dambaliifaarfanna
Join us Now @Dambaliifaarfanna


ᗞᗩᗰᗷᗩᏞᏆᏆ ᖴᗩᗩᖇᖴᗩᑎᑎᗩᗩ 🎧 dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
🎵NAN HIMA WAA'EEKEE : 🎵

👥 Samson Silashi 👤

Vocal
Hirpha bahiru
Dawit girma
Solomon alemu

🌿Oromo gospel song 🌿

Share&join 👇👇
@Dambaliifaarfanna


ᗞᗩᗰᗷᗩᏞᏆᏆ ᖴᗩᗩᖇᖴᗩᑎᑎᗩᗩ 🎧 dan repost
😭😭ODUU GADDAA😭😭

W.W.W.M.Yesuus Itoophiyaatti Kutaa Sagalee Misiraachoo jedhutti Yeroo Dheeraaf Mana Amantichaa keessatti Tajaajilaa isaanii Bifa Namaa fi Waaqayyoon Gammachiisuun yeroo dheeraaf Itti gaafatamummaa isaanii bahaa kan turan Aadde Ayalech Tadese Bitootessa 1/2014 Guyyss Sanbata Duraa Galgala Gara isa jaallaatanii fi tajaajilaanii Gooftaa keenya Yesuus kiristoositti Sassabamaniiru.
@Dambaliifaarfanna

Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha isaanii gaafa 2/2014 Bakka Awwaalchaa Labuu Gabrelitti Raawwatameera.

@Dambaliifaarfanna
Aadde Ayalech Bultii kan qabduu fi Haadha Ijoollee 3 akka turan Odeeffanneerra.
@Dambaliifaarfanna

Maatii fi Jaallattoota isaanii Akkasumas Hojjattoota isaan Wajjin hojjataa turan maraafuu jajjabina hawwina!


Amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏 amen




Torbee tokko qofaatu hafee
#HOLETA


Lidoo




Gaafa ati mootummaa waqayyoo
Lalabdu 😍







20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

271

obunachilar
Kanal statistikasi