TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Mental Health Media

6 Nov 2024, 15:25

Open in Telegram Share Report

#Wantoota_Ijoo_4_Maatiin_Beekuu Qaban:

Maatiin tokko tokko ijoolleen isaanii doktora akka taʼan barbaadu.Kaan ammoo balaliisaa xiyyaaraa,barsiisaa ykn barsiistuu,fi kkf.Fedhiin kun rakkoo hin qabu.Garuu fedhii fi dandeettii ijoollee isaanii irratti xiyyeeffachuun gaaridha. Maatiin hundi ijoolleen isaanii gammachuu fi milkaa’ina gaarii akka qabaatan ni barbaadu.

Maatiin wantoota #ijoo_4n kannin irratti yoo xiyyeeffatan ijoolleen milkaa’uu danda'u:
  
➡️1•Namoota waliin waliigaltee gaarii akka qabaatan gochuu!
➡️2•Miira isaanii too'achuu akka danda'an barsiisuu!
➡️3•Ilaalcha fayyaalessaa fi gaarii ta'e ofiif akka qabaatan taasisuu!
➡️4•Waan haaraa barachuu fi kaayyoo isaanii galmaan ga'uuf kaka'uumsa akka
qabaatan gargaarsa barbaachisu gochuufi!

Walumaagalatti namoonni ijoollummaatti kana akka gaariitti hin baranne yeroo guddatan  rakkatuu waan danda'aniif ijoolleef xiyyeeffannoo kennuun dirqama.
➡️ odeeffannoo biroof:👇👇
www.facebook.com/MentalHealthMedia1

Fayyaa ta'aa! 🙏
©Beekii M.[Ogeessa Yaala
Sammuu]
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.

1.6k 0 4 17
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot