#Wantoota_Ijoo_4_Maatiin_Beekuu Qaban:
Maatiin tokko tokko ijoolleen isaanii doktora akka taʼan barbaadu.Kaan ammoo balaliisaa xiyyaaraa,barsiisaa ykn barsiistuu,fi kkf.Fedhiin kun rakkoo hin qabu.Garuu fedhii fi dandeettii ijoollee isaanii irratti xiyyeeffachuun gaaridha. Maatiin hundi ijoolleen isaanii gammachuu fi milkaa’ina gaarii akka qabaatan ni barbaadu.
Maatiin wantoota #ijoo_4n kannin irratti yoo xiyyeeffatan ijoolleen milkaa’uu danda'u:
➡️1•Namoota waliin waliigaltee gaarii akka qabaatan gochuu!
➡️2•Miira isaanii too'achuu akka danda'an barsiisuu!
➡️3•Ilaalcha fayyaalessaa fi gaarii ta'e ofiif akka qabaatan taasisuu!
➡️4•Waan haaraa barachuu fi kaayyoo isaanii galmaan ga'uuf kaka'uumsa akka
qabaatan gargaarsa barbaachisu gochuufi!
Walumaagalatti namoonni ijoollummaatti kana akka gaariitti hin baranne yeroo guddatan rakkatuu waan danda'aniif ijoolleef xiyyeeffannoo kennuun dirqama.
➡️ odeeffannoo biroof:👇👇
www.facebook.com/MentalHealthMedia1
Fayyaa ta'aa! 🙏
©Beekii M.[Ogeessa Yaala
Sammuu]