TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel

18 Jan 2020, 21:45

Open in Telegram Share Report

As wr wb
////////////////////////////////////////
Sagantaa Walaloo guyyaa àrraa itti dhiyaadhaa.

♦Jirra akkam jirtu obboleeyyan khiyya kan dhiiraaf dubaraa
Rahmata rabbiitiin kunoo geenye arra

Cunqursaaf gidira Zulmii dhaa fi roorroo hundaahuu obsinee obsaan bira taraa

Guyyaafi halkanis Walinnu dabarsaa taraadhaafi taraa

Namuu fiiguu malee kan fudhatin haara
Kuunis ni gammadaa kuunis ni hiraara
Kuunis ni dadhaa kuunis ni haraara
Jiruun duniyaadhaa isumaatu tanaa Sitti hin tahin haaraa
Rabbi nuuf haa guutu Yaada kheeyrii mara
Waa hundarra caalaay lubbuma ammaraa.
Bar isii tanaatu siin maqa kararraa
Isii jala deemuun waa takka siin fiduu Jalaa didi firraa
Nafsiyyaaf sheyxaanni kheyrii teetiif farraa
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Ish Duniyaan tun hoosa Hoosa akka xurii
Yaadaan if hin cinqin gammadii buhaari
Ibaadaa tee godhuu Rabbiidhaan wal bari
Shirkiifi maasiyaa Miqqanyummaaf hisdirraa qalbii tee xaahari
Kan rakkatee jirus qabaattu gargaari
Yoo qabaatuu baattes Du'aayii gudhiifii Arrabaan tuuttuquu san irraa sabbari
Kheyrii carraaqqadhuu Sinqii tee fudhadhuu jannatatti qaari.
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Jiruun zalaalamii isiin hunda caaltu jiruu Aakhiraati
Isii san yoo laalle jiruun duniyaadhaa bar mana khiraatii
Kan yoo xiqqo turte si baasan alattii
Jiruun aakhiraammo tan zalaalamaati
Isiitu gammachu Ummata mu'uminaa warra jannataatii.
Isumaatu gadda isumaatu sheena Ahlul-kaafiriina warra azaabaatii
Yaaaaaaa rabbi nu hin mudin Sheenaadhaafi gadda Cinqii akkanaatii
Carraaqqannee hin qabnu wanni nu khajeellu rahmatma kheetii......
@AhmadHusseen
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
Qur'aana rabbiiti Haasaan haasaa caalu. Channelli kun Kan waa hedduu irraa barannuudha waan taheef #Linkii#kanaan irratti hirmaannee qooda irraa haa fudhannuu,waliin taanee diin keenya haa guddifnu!! https://t.me//AhmadHusseen https://t.me//AhmadHusseen

238 0 0
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot