TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel

20 Jan 2020, 21:19

Open in Telegram Share Report

Sagantaa «Fatwaa»kan guyyaa arraa:

الفتاوى----------

❪📜❫ السُّــــ☟ـــؤَال.
‹Gaafii!›
هل يجوز تهنئة اليهود والنصارى فى أعيادهم؟؟

Yahuudaa fi nasaaraadhaan Yeroo ayyaana isaanii baga ittiin isin gahe jechuun ni tahaa?
ـ❁ـ❁ـ❁ـ❁ـ❁ـ❁ـ

❪📜❫ الجَـــ☟ـــوَاب :

ابن باز-رحمه الله--
📖DEEBISAA!📚 Ibnu-baaz

✍ج: يحرم على المسلم أن يهنئ الكفار من اليهود والنصارى وغيرهم بأعيادهم ومناسباتهم الخاصة بهم، لأن ذلك نوع رضا بما هم عليه من الباطل وموالاة لهم، ويحرم كذلك أن يهنئ المسلم أخاه المسلم بأعياد الكفار ومناسباتهم؛ لأن ذلك من التشبه بهم.
Ummata kaafiraa kan yahuudaas ta'ee kan nasaaraa Yeroo ayyaana jaraas ta'ee sagantuma jarri qopheeffatu hunda irrattuu Isaan gammachiisuun (Baga ittiin si gahe)jechuun muslima irratti haraami.

Akkasuma guyyaa ayyaana kaafiraa sanis ta'ee Sagantuma jaraa kan biraa irrattuu Muslimni tokko Obboleessa isaa kan muslimaatiin «Baga ittiin si gahe» Jechuunis haraami.

Sabiin isaas:-

Kun jaratti fakkaatuu fi hujii dogongoraa (Baaxila)jarri hojjachaa jiran san jaalachuu,Akkasuma isaan san jaalallee ykn michuu godhachuudha waan ta'eef.

وقد ثبت عن النبي صلى الله عليه وسلم أنه قال: «من تشبه بقوم فهو منهم»

Akkuma hadiisaan ergamaa rabii (S a w)irraa sabatee jirutti ergamaan rabbii akkas jedhan:

«Namni jaratti fakkaate isaanuma keessatti lakkaawama»

قال شيخ الإسلام ابن تيمية: وهذا الحديث أقل أحواله أن يقتضي تحريم التشبه بهم، وإن كان ظاهره يقتضي كفر المتشبه بهم.
Sheekhul-Islaam ibnu teeymiyaa akkana jedhe:-

«Zaahirri hadiisa kanaa kufrii namticha jaratti fakkaatee ibsullee Irraxiqqaan waan hadiisni kun ibsuu
Jaratti fakkaachuun haraam tahuu isaati»

Akkuma rabbiin qur'aana keessatti jedhu:
(ومن يتولهم منكم فإنه منهم)

•Isinirraa namni Jara jaalallee ykn michuu godhate jarumarraahi.

وبالله التوفيق،
Obboleeyyan keetiif #Share#godhi!

@AhmadHusseen
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
Qur'aana rabbiiti Haasaan haasaa caalu. Channelli kun Kan waa hedduu irraa barannuudha waan taheef #Linkii#kanaan irratti hirmaannee qooda irraa haa fudhannuu,waliin taanee diin keenya haa guddifnu!! https://t.me//AhmadHusseen https://t.me//AhmadHusseen

1.8k 1 0
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot