TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel

21 Feb 2020, 17:25

Open in Telegram Share Report

1: Obboleessa ofii abaaruun akkami?

Gaafii: Obboleesssa kiyyaan wal dhabnee rakkoo haala adda addaa irratti miidhaan natti muldhatee jennaaan abaaree, obboleessi kiyya yeroo gabaabduu keessati miidhamni isa mudatee eegasii ofirratti beekee dhiifama na gaafatee, akkami dubbiin kuni?

Ani ammoo anaa miti jedhee waakkachutti jiraa, Rabbuma biraa sitti dhufte jechutti jiraa akkami dubbiin kun?
 
Deebisaa: Dubbiin Rabbi biraa dhuftus si biraa dhuftus, namni tokko yoo gaafatame Awfii godhuudha qaba yeroo hundaahuu.

Obboleessa keessaniif irra dabraa jechuunis ni jira Rasuula Rabbi biraa ﷺ hadiisni sahiihatu jira.

Kanaafuu namni tokko  yoo naa dhiisi obboleessa kiyya jedhe dhiifama gooneef Rabbitu dhiifama nuuf godhaa jechaadha.

Qissaa Abu Bakriifi Mistaha sana keessatti Rabbiin suuratul Nuuri irratti ka dubbate akkasii Inshallaha Awfii godhuun barbaachisadha.

Eega abbaan tokko Awfii naa godhi jedhee Awoofi namaa godhuun jaalattamaadha barbaachisaadha jechudha.
Sheikh Alii Jimmaa
@AhmadHusseen
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
Qur'aana rabbiiti Haasaan haasaa caalu. Channelli kun Kan waa hedduu irraa barannuudha waan taheef #Linkii#kanaan irratti hirmaannee qooda irraa haa fudhannuu,waliin taanee diin keenya haa guddifnu!! https://t.me//AhmadHusseen https://t.me//AhmadHusseen

313 0 0
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot