uba kana ittisu oomishuuf tattaaffii jabdutti jiran.
Biyyi teenya Itoophiyaan immoo Osuma hayyoonni meeqa dhaabsisisaa jedhee iyyuu hanga ammaatti imala gama biyyoota dhukkubichaan faalamanii godhamu dhaabsisuu diddee imaltoota China fi biyyoota adda addaa irraa dhufanis simataa jirti.Amma erga wanni ta'e ta'ee biiyyi anbaa hulaa itti cufannaan nutis dhaabne jedhanii guungumu.Kanaa mitii of eeggannoo silaa haa godhamuu ja'anii mataa isaaniitiif labsanuu cabsanii dhukkubicha simachaa jiran, Kun ammoo haalaan yaaddeysaadha.
Hundaafuu badii irraa deebinee Sababoota nutti himamus godhaa toowbaa haa cimsinuu, rabbiin ni dandahaa Dhibee Hamaa khana nurraa haa qabu dhukkuba Hamaa birootiinis nu hin mokkorin.
https://t.me//AhmadHusseen
@AhmadHusseen