TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel

24 Mar 2020, 09:41

Open in Telegram Share Report

Biyya teenya tanatti raabsaa #COVID-19 khan tahaa jiru warra durgoo kana.

Yaa warra durgoodhaa Khan dursu Fayyaadha durgoon waan tirfiidhaa
teessanumaaf ja'aa mee Saba qusadhaa
Qoosaa mitii baraa wanni khun lubbuudhaa
Isin ka fiiydaniif ammallee aangoodha
Hawaasni kan iyyuuf ammootuu Rakkoodha
tana numa beeyna Isin hin marartu Silaas lubbuun namaa hanga handaaqqoodhaa
Duuba akkanaa wajjiin Mee maal nu ceesisiftan yaa ilmaan akkoodhaa
Haala kanaa wajjiin Matummaan keessanuu biyyattiif rakkoodhaa?
Aboo firraa dhiisi Humaa siif hin godhu Maallaqni durgoodhaa
Afurtam qabaattus Ilkeen numa dhumti tan haftu irgoodhaa ×2

Ani dhaamsi kiyya garuu yaa jarana
Gurra itti dhabdanis tana numa jennaa
Ifii faalamtanii nullee hin faalinaa
Hawaasa yaamtanii walitti hin qabinaa
Garaadhaaf jettanii gara hin dhabinaa
Qarshiidha jettanii xabshiin hammaarinaa
Yeroo lubbuu tanaan Siyaasan oofinaa
Baduma teessaniif qulqulluun yakkinaa
Nuti isinii mii khaaliqa abdannaa
garuu tanin ja'u waan itti hin dalayne Soba labsitanii saba hin cabsinaa Alaa kulli haalin dhukkuba kanarraa yaa rabbi najjinaa ×2...!
by @AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
Qur'aana rabbiiti Haasaan haasaa caalu. Channelli kun Kan waa hedduu irraa barannuudha waan taheef #Linkii#kanaan irratti hirmaannee qooda irraa haa fudhannuu,waliin taanee diin keenya haa guddifnu!! https://t.me//AhmadHusseen https://t.me//AhmadHusseen

1.8k 4 0
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot