Yaa ummata keenya Dawaan koroonaa mujarrabni ammaaf:-
1: Tawbaa fi khadhaa rabbii baay'isuu.
2: Miskiina nyaachisuu.
3: Yoo dandahame manaa bahuu dhiisuu.
4: Iddoo namni itti baay'atu irraa fagaachuu.
5: Harka walfuudhuu dhiisuu.
6: Yeroo teessuu fi deemtu yoo xiqqaate 1.8m namarraa fagaachuu.
7: Harka ammaa amma wantoota sirritti qulqulleessaniin dhiqachuu.
8: Oso harka hin dhiqanne afaan,funyaanii fi ija if tuquu dhiisuu.
9: Gorsa ogeeyyii fayyaa fi beektotaa fudhachuu.
10: Sababa godhaa rabbirratti irkachuu.
Raabbin ni dandahaa dhukkuba mokkoraa kana nurraa haa kaasu!
@AhmadHusseen
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen