((HUBADHAA!))
Wlly Rabbiin akka badiin addunyaa tana irratti raawwatamaa jirtuun nu hin tuqne.waa'ee kanaa irratti rabbiin keenya akkana jedha
{وما أصابكم من مصيبة فبما كسبت أيديكم ويعفوا عن كثير }
Balaan buutu hundi sababa badii isin hojjattaniini.Inumaa hedduu irra isinii dabrutti jira.
Ergamaan rabbiitis (s.a.w.) akkas jedhan«Balaan (Musiibaan) takkalleenuu sababa badii hojjatamteetiin malee hin butu, Towbaadhaan malees hin fuudhamtu» ja'an. Haala yeroo khan amma Addunyaan kheeysa jirtu khana yoo laalle dallansuun rabbii addunyaa guutuu akka walgeeyse arkaa jirra.Dhiignii fi imimmaan muslimoota Suuriyaa,yaman,Iraaq,Bormaa,Falalasxiin,Liibiyaa,Ethiophiyaa fi kkf dachii keessaa oldeebi'e fakkaata.
Dhukkubni khun waa akka «Harka dhiqadhaa, wal gahii lagadhaa, 2m adda faffagaadhaa»Ja'an khana hin jiru. Wallaahi Sababumaaf yoo taate malee gaafa dallansuun gubbaa sitti dhufte harka dhiqachuu mitii yoo Alkoolii roottoon ifitti nayaxe,Yoo Saabunaa kaartoonaan fudhattee Baanyoo(shaawara) kheeysa dhaabbachaa oolte, walgahii lagachuu mitii yoo gaaratti galte, yoo rabbii tokkicha taate malee wanni jalaa si baasu hin jiru. Akkuma laallee garru bakki silaa oriinee itti towbannu Masjiidnii fi ka'abaan rabbiitis cufamee jira. Rabbiin waan fidu hunda akka itti gorfamnuu fi if yaadannuuf fida. Tanaafuu hundi kheenya arra masjiidaatu cufamee osoo hulaan towbaa hin cufamne gama rabbii dachaanee rabbitti haa waywaannuu.
Haala kanaan akka rabbiin ramadaanaan nutti hin finne san duratti akka rabbi nu furu namuu bakkuma jirru mana keenya keessattis harka rabbii keenya jala haa qabannuu,Towbaa haa baay'ifnuu.
Rabbiin Ramadaana duratti faraja fidee Salaata jum'aa,Jamaa'aa fi masjiida isaatiin walitti nuhaa deebisu!
@AhmadHusseen
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen