Yaa ilma namaa,Erga rabbiin nama godhee dudda duniyaa kanarra si kaa'ee gaafii 3 n tana Of gaafattee deebisaa itti barbaaduun dirqama ta'a:-
1:Eessaa akka dhufte ?
2:Maaliif akka dhufte ?
3:Karam akka deebitu ?
Rabbiin keenya (s w a) qur'aana keessatti gaafilee kana ĥundaafuu deebisaa quubsaa ta'e kennee jira.
D.G.1ffaa:
{ منهاخلقناكم وفيها نعيدكم تارة أخرى}
«Dachirraa isin uumne dachuma san keessatti isin deebisuu teenya»
D.G. 2ffaa:
{وماخلقت الجن والإنس إلاليعبدون}
«An jinnii fi insillee sababa ykn kaayyoo biraa tokkoofille hin uumne akka na gabbaraniif malee»
D.G. 3ffaa:
{كيف تكفرون باالله وكنتم أمواتافأحياكم ثم يميتكم ثم يحييكم ثم إليه ترجعون}
«Akkamitti rabbitti finciltan,Haala isin dhumoo ykn dhabamoo taataniin kan rabbiin isin jiraachise ykn isin argamsiisee eeganas isin ajjeessee eegasiis isin jiraachisee eegasiis gama isaa deebi'uuf teessan» Jedhee rabbiin deebisaa kenna.
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen