📖QABXIILEE JIREENYA HAWAASA MUSLIMAA KEESSATTI BARBAACHISAN📖
Kutaa 2ffaa:
....................................................
➡️📗 ABALU "SHAHIIDEEDHA"JA'ANII MURTEESSUUN NI HAYYAMAMAA📕📗⁉️
⭕️Nama tokko maqaa tuqanii shahiidummaa isaaf murteessuun akka jannata ragaa isaaf ba'uuti. Akka mazhaba warra Ahlu-ssunati Wal-jamaa'atti ammoo nama muslimaa tokko maqaa dhayanii inni nama jannataati,ykn warra ibiddaati,jechuun hin hayyamamu. Yoo nama ergamaan Rabbii (S a w)abalu warra jannataati, ykn abalu warra ibiddaati jedhan ta'e garuu ni ta'a. Kunis waan Gheybii ykn kheessi isaa dhokhataa ta'eefi. Namni tokko waan irratti du'e hin beeku.Hojiin ammoo khaatimaa ykn Xumurarratti hundaa'a. Niyyaa isaa kan beeku Rabbi qofa.Garuu nama gaarii hojjateef mindaa (Ajirii)Khajeeluun, nama hamtuu hojjateef ammoo adabni ykn qixaaxni rabbii isarra ga'uu danda'a je'anii sodaachuun ni hayyamama.
📚MUSLIMA TOKKO MAQAA DHAHANII KUFRII ITTI MURTEESSUUN NI TA'AA📚⁉️
🕎Nama muslimaa tokko yoo ragaan isa mirkaneessu fi wanti sanirraa dhoorgan jiraachuu baatan malee kufrii ykn shirkii ykn nifaaqummaa isarratti murteessuun hin hayyamamu. Iccitiin (Kheessi)isaa Rabbiif dhiifama.
Nama muslimaa tokko khan hojii warra kaafiraa ykn mushrikaa ykn munaafiqaa hojjatu garte,abalu hojii warra kaafiraa ykn mushrikaa ykn munaafiqaati dalage ni ja'ama. Garuu abalu kun akkana ja'ee murteessuu kan danda'u Rabbii fi ergamaa isaa (S a w) qofa.
Akka dubbiftanii irraa fayyadamtan abdiin qabaa
Obboleeyyan keessaniifis qoodaa.
Galatoomaa!
By🙏Ahmad Husseen🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen