📖QABXIILEE JIREENYA HAWAASA MUSLIMAA KEESSATTI BARBAACHISAN📖
Kutaa 3ffaa:
⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺
🔜 JECHA RABBII KANATTI MAALTU FEDHAME📕👇👇👇👇👇📗⁉️
"ماأصابك من حسنة فمن الله وماأصابك من سيئة فمن نفسك"
«Waan gaarirraa wanni si tuqe Sun Rabbirraayi,
Wanni hamaan kha si tuqe yoo ta'e ammoo Sun Sumarraayi (Balleessaa keetiini jechuudha).
"HASANATIN" yoo ja'u asitti wanti itti yaadame, 'Ni'imaa' ykn qananiidha. "SAYYI'ATIN" yeroo ja'u ammoo balaatu itti yaadame.
↗️Kanaaf hiikni isaa:-
(Ni'imaa irraa wanti si mudate Rabbirraayi,balaarraa wanti si mudate garuu baduma lubbuun tee hojjatterraayi)Jechuudha.
Hundinuu kan argaman Rabbumarraayi. Ni'imaa Rabbiitiin kan walqabsiifameef waan Inni ittiin tola oole waan ta'eefi.
Balaas Rabbiin sababaaf uuma.khanaaf gara sababaa saniin yoo laalamu toluma isarraa ta'a.
Khanaafuu dalagaan Isaa hundi toltuudha. Nabiyyiin(S a w ) akkana jedhan:- "Kheeyriin hundi harka khee lamaan keessa jirti; Sharriin ammoo gara keetii miti." (Muslim)
✍ 🔘Dalagaan ilma namaa uumama Rabbiiti.
Kanumaa wajjiin ammas waan gabrichi ufiif oomishatu.
☑️Waa'ee kanaa ilaalchisee Rabbiin (s w a)akkana jedha:- "Namni waan qaburraa Rabbiif jecha khanne, kan Rabbi sodaatee fi jiraachuu jannataa fi ibiddaa dhugoomse,Nuti kharaa laafinaa isaaf laaffifna) Jedha.
🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
Akka dubbiftanii irraa fayyadamtan abdiin qaba.
Obboleeyyan keessaniifillee qooduun kheeyrii dalgadhaan dhaamsa kooti.
Galatoomaa!🏆
By🤜Ahmad Husseen🤛🤛
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen