AL~FURQAN Dawa Group

Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified

Eegaa obbaleeyyan chanaallii keenya kun ergaawwan adda addaa akkasuma hadiisaalee garagaraa fi barruulee ergaa namaaf dabarsan hunda gargaarsa rabbiitiin kan isiniif maxxansuudha @join godhadhaa ittis wal afeeraa jzkn
T.me//AlfurqaanDG

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter

Forward from: AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
📖QABXIILEE JIREENYA HAWAASA MUSLIMAA KEESSATTI BARBAACHISAN📖

Kutaa 3ffaa:
⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺⏺
🔜 JECHA RABBII KANATTI MAALTU FEDHAME📕👇👇👇👇👇📗⁉️

"ماأصابك من حسنة فمن الله وماأصابك من سيئة فمن نفسك"
«Waan gaarirraa wanni si tuqe Sun Rabbirraayi,
Wanni hamaan kha si tuqe yoo ta'e ammoo Sun Sumarraayi (Balleessaa keetiini jechuudha).

"HASANATIN" yoo ja'u asitti wanti itti yaadame, 'Ni'imaa' ykn qananiidha. "SAYYI'ATIN" yeroo ja'u ammoo balaatu itti yaadame.

↗️Kanaaf hiikni isaa:-

(Ni'imaa irraa wanti si mudate Rabbirraayi,balaarraa wanti si mudate garuu baduma lubbuun tee hojjatterraayi)Jechuudha.

Hundinuu kan argaman Rabbumarraayi. Ni'imaa Rabbiitiin kan walqabsiifameef waan Inni ittiin tola oole waan ta'eefi.
Balaas Rabbiin sababaaf uuma.khanaaf gara sababaa saniin yoo laalamu toluma isarraa ta'a.

Khanaafuu dalagaan Isaa hundi toltuudha. Nabiyyiin(S a w ) akkana jedhan:- "Kheeyriin hundi harka khee lamaan keessa jirti; Sharriin ammoo gara keetii miti." (Muslim)

✍ 🔘Dalagaan ilma namaa uumama Rabbiiti.
Kanumaa wajjiin ammas waan gabrichi ufiif oomishatu.

☑️Waa'ee kanaa ilaalchisee Rabbiin (s w a)akkana jedha:- "Namni waan qaburraa Rabbiif jecha khanne, kan Rabbi sodaatee fi jiraachuu jannataa fi ibiddaa dhugoomse,Nuti kharaa laafinaa isaaf laaffifna) Jedha.
🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤

Akka dubbiftanii irraa fayyadamtan abdiin qaba.

Obboleeyyan keessaniifillee qooduun kheeyrii dalgadhaan dhaamsa kooti.

Galatoomaa!🏆

By🤜Ahmad Husseen🤛🤛
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen

🍂❂͟͞f͟͞a͟͞z͟͞z͟͞a͟͞k͟͞k͟͞i͟͞r͟͟͞͞/͟͞y͟͞a͟͞a͟͞d͟͞a͟͞c͟͞h͟͞i͟͞i͟͞s͟͞i͟͞❂
፣፣፣፣፣፣፣፣፣፝፝፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፝፝፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፝፝፣፣፣፣

🕹Qananii rabbii dagatame: Mana keenyaa baanee oliif gadi deemuun ni'ima,gara dalagaa deemuunis ni'imaa, gara masjidaa demuunis ni'imaa,hirriyyaan wal arganii wal ziyaaruunis ni'imaa. garuu ni'imaa/qananii rabbiin nutti oolaa ture kana reefuu waan hubataa jirru fakkaata.

🕹Dogongora namaa irraa baradhu malee, Tasuma ta'ee Namni dogongora keettirraa akka hin baranne.
Namni beekaan Nama dogongora namaa irraa baratu, kuun ammoo ofuma irraayyuu hin baratu.

🕹Mana taa'uun si ceem'isiisaa eegasuu ni'ima rabbii keetii ammas hin beekne jechuu, meeqa kami kan mana dhabee ala bulaa jiru yeroo kanatti, kan karaa dhabee rakkataa jiru hoo? Kana kana yaadadhuu qananii rabbii keetii shakkarii, kan hafeef ammoo rabbiin kadhu.
፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣
Yaa rabbi gammachuuf jaalalaan bati kabajamtuu ramdaanaatiin nu gahi yaa rabbi barakaa fi kennaa addaa isii keessa jirtu sanas warra qooddatu nu taasisi.

✍ Hundi Isaa
Ni Darba
Akkatti Hafa
Hin Sahin
Namuu Akkatti
Hin Hafuu
Bakka Yaade
Osoo Hin Gahin.
©™@Amala_Gaarii👍

​​April 12, 2020

Hanga guyyaa har’aatti biyyoota 210 keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii Koroonaatiin qabamuun mirkanaahee 1,837,937 kan gahe yoo tahu, kanneen jidduu namoonni 113,312 du’uu gabaafame. Namoonni 421,646 ammoo dhibee kana irraa bayyanatanii jiru.

Ameerikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamanii 550,807 dabree jira. Lakkoofsi namoota sababa Vayirasichaa du’an ammoo 21,667 dabre.
Kaanaadaa keessatti ammoo namoota 24,292 Vayirasichaan qabamuun mirkanaahe jidduu 713 du’uu gabaafame.
Biyyoota Ameerikaa Kaabaa Kanneen akka Meeksikoo, Paanaamaa fi Dominican Republic keessattis Vayirasichi haala yaaddessaa taheen tamsa’aa jira.

Biyyoota Ardii Ameerikaa Kibbaa/Latin America keessatti Vayirasichi namoota 48,699 irratti argamuun kan mirkanaahe yoo tahu, lakkoofsi namoota du’anii 1,981 gahee jira. Braaziil, Ikuwaadoor,Chiile, Peeruu, Kolombiyaa fi Arjeentiinaan wal duraa duubaan biyyoota Vayirasichi haala hamaan keessatti babal’ataa jiru.

Ardii Awrooppaa keessatti ammoo walumaa galatti namoonni 879,267 Vayirasichaan qabamuun kan mirkanaahe yoo tahu, lakkoofsi namoota sababa Vayirasii kanaa du’aanii ammoo 76,452 gahee jira. Ispeen, Xaaliyaan, Faransaay, Jarman fi UK’n walduraa duubaan biyyoota namoonni heddu Vayirasichi irratti argame tahuun dursaa jiran.

Gama biraatiin ammoo biyyoota Awrooppaa sababa Vayirasichaatiin namoonni heddu keessatti du’an yoo walbiratti madaalamu; hanga guyyaa har’aatti Xaaliyaan keessatti namni du’e 19,899, Ispeen keessatti namni du’e 16,972 , Faransaay keessatti namni du’e 14,393, UK keessatti namni du’e 10,612 , Beeljiyeen keessatti namni du’e 3,600, Jarman keessatti namni du’e 2,945 tahuu gabaafame.

Ardii Eshiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamuun mirkanaahe 298,110 kan gahe yoo tahu, kanneen jidduu namoonni 10,987 du’anii jiru. Biyyoonni Eeshiyaa Vayirasicchii namoota heddu irratti argame jidduu: Chaayinaa, Iiraan, Turkiyaa, Israa’el, Kooriyaa Kibbaa fi Indiyaa yoo tahan, biyyoota kanneen jidduu Chaayinaa fi Kooriyaan Kibbaa tamsa’ina Vayirasichaa haala gaariin to’ataa jiran.
Haata’u malee Iiraan, Turkiyaa, Israa’el fi Indiyaa keessatti Vayirasichi ammas haala yaaddeessaa taheen tamsa’aa jira.
Haaluma walfakkaatuun Jaappaan, Paakistaan, Maleezhiyaa, Filiipiins, Sa’uudii, Indoneezhiyaa fi Emreets keessattis lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamanii guyyuma guyyaan dabalaa jira.

Ardii Afrikaa keessatti ammoo Vayirasichi namoota 14,876 irratti argamuu gabaafame. Namoonni 790 ammoo sababa Vayirasichaatiin du’aniijiru. Biyyoonni Ardii Afrikaa Vayirasichi namoota heddu irratti argame jidduu: Afrikaa Kibbaa keessatti namni 2,173, Masri Keessatti namni 2,065, Aljeeriyaa namni 1,914, Morokoo/Magrib keessatti ammoo namni 1,661 Vayirasichaan qabamuu gabaafame.

Awstiraaliyaa fi Niwziilaand dabalatee biyyoota Oceania keessattis Vayirasichi namoota 7,732 irratti kan argame yoo tahu, hanga ammaatti namoonni 63 du’uu gabaafame. Namoota Vayirasichaan qabaman jidduu 6,313 lammiilee Awstiraaliyaa yoo tahan, 1,330 ammoo lammiilee Niwziilaand.

Odeeyfannoon guyyaa har’aa weerara Vayirasii Koroonaatiin walqabatu keessaa ijoon ammoo kanneen armaan gadiiti.
19:00GMT-Ministeerri dhimmoota Biyya Keessaa Turkiyaa Suleeymaan Soyluu tamsa’ina Vayirasii koroonaa ittisuuf qajeelfama bahe seeraan hin raawwachiifne, komiin jedhu eega irratti ka’ee booda, har’a angoo gadi lakkisuu beeksise.

18:00GMT-Somaaliyaa kutaa Hershaballee jedhamtu keessatti ministeerri Haqaa Vayirasii koroonaatiin qabamee du’uu gabaafame.

16:00GMT-Siri Lankaan reefka namoota sababa VayirasiiKoroonaa du’anii gubuu (Cremation) raawwachuu dirqama goote.

12:40GMT-Muummichi ministeera UK Boris Johnson bayyanatee Hospitaalaa bahe.

01:36GMT-Chaayinaan guyyaa har’aa namoota 99 Vayirisichi irratti argame jidduu 97 biyya biroo irraa kan seenan tahuu gabaaste.

​​Sa’uudii fi Emreets lammiilee Ityoophiyaa heddu biyya isaaniitii baasuuf akka tahe ibsame

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 12, 2020

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr Liiyaa Taaddasa Gaazexaa Addis Admas jedhamuuf akka himtetti, Sa’uudii fi Emreets lammiilee Ityoophiyaa kumaatamaan lakkaahaman, ofeeggannoo gahaa malee haala dhibeef saaxiluun biyya isaanii irraa baasaa jiraatuun yaaddoo guddaa tahuu ibsite. Dr Liyaan akka himtetti, Sa’uudiin qofti torbaan lamaan dhufu keessa lammiilee Ityoophiyaa 3,000 ol gara Ityoophiyaa deebisuuf qophii xumurtee jirti.

Lammileen kunniin qorannoon fayyaa osoo hin godhaminiif, iddoo tokkotti walitti qabamanii haala hamaa keessa kan turan tahuu isaaniitiin, dhibee Vayirasii koroonaatiif saaxilamuu malu sodaan jedhu guddaa tahuu beeksiste. Haaluma kanaan lammiilee kanniin Yunivarsiitiilee keessatti iddoon itti tursiifamanii hordoffiin fayyaa godhamuuf of eeggannoo cimaan qophaayuus ibsame.

Dr.Liyaan ibsa isii kanaan, lammiileen Sa’uudiin biyya isiitii baasaa jirtu kuma sadi ol tahuu akka maluufi, torbee dhuftu irraa jalqabee guyyattii nama 200 qofa simachuuf kan yaadame tahuu himte.
Gama biraatiin ammoo namoota hanga ammaa Vayirasichi irratti argame jidduu 27 ol Dubaay irraa kan dhufan tahuu ministeerri fayyaa beeksiste.

#Ityoophiyaa #COVID19

Forward from: Ummii tiyyaa 😍😍
👩‍🎓👩‍🎓👩‍🎓👩‍🎓
📩📩📩📩📩

Haadha to harmee to
Ummiito yaa gudee
Abshiir narra yaadin
Ilmii kee siif gahee👩‍🎓👩‍🎓
Caaya isaa taahuf
Carra kee si gahee
Galata kee galchi
Kan asiin si gahee .....
....💝💯💞💯💝👇👇👇
👇👇👇👇

T.me/ummiitiyya

T.me/ummiitiyya

"Towbadhaa" jechuu malee, akkamitti Towbanna? Ulaagaan Towbaa maali? Gaafilee tanaaf deebisaan kunooti. Ulaagaan Twobaa akka armaan gadiiti..

1. Towbaa san qulqulleessi. Dhugatti gara Rabbii deebi'uu kee mul'isi. Wanni badii san irraa fagaatteef Rabbi waan sodaatteef akkasuma abdatteef tahuu qaba. Guddina Rabbii hubachuu kee mirkaneessita. Nama sodaaf ykn badiin tee saaxilamuu sodaaf as deebi'uu dhabuu kee ibsita.

2. Badii raawwataa jirtu ni dhiista. Dogongora san cittee irraa hafuu qabda.

3. Badii sanitti akka hin deebineef baallama dhugaa seenta. Akkaataan itti baallama seentu, badii san tuffatta.

4. Badii raawwataa turteef ammoo sheenawi. Hammeenya isiin qabdu yayyaaddadhuu gaaroommina Towbaafi Iimaanaa kanaan wal cinatti madaali.

5. Haqa namaa yoo taate ammoo firraa deebisi. Haqa namaa osoo hin galchin Towbaan hin qulqulloytu.
•••
Obboleeyyan hulaan Towbaa banaadha. Osoo aduun dhihaan hin bahin, osoo lubbuun bahuuf kokkee irra hin gahin Towbadhaa. Towbaa jechaan gama Rabbii deebi'uudha. Wanni Towbannuuf jaalala Rabbii arkannee, dallansuu isaa jalaa nagaya bahuufi. Qananiin addunyaa fi aakhiraa gama Rabbii deebi'uun arkamti.

Ilmi namaa laafaadha! Mirqaana xiqqaatu isaan kuta. Laaftumatti Sheyxaanni hillima qopheesseef keessa buusa. Rabbiin kana waan beekuuf hulaa Towbaa banaa godhe. Osoo Sakraanni du'aa itti hin dhufin nama Towbate irraa Rabbiin ni jaalata. Silas Rabbiin gabricha isatti harka kennate akkamitti gata! Fudhatee Rahmata isaa keessa cuupha. Yaa Rabbi du'aan dura warra dhugaan Towbatee, atilleen irraa qeebalte irraa nu taasisi
By;SooraQalbii

Forward from: AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
📖QABXIILEE JIREENYA HAWAASA MUSLIMAA KEESSATTI BARBAACHISAN📖

Kutaa 2ffaa:
....................................................
➡️📗 ABALU "SHAHIIDEEDHA"JA'ANII MURTEESSUUN NI HAYYAMAMAA📕📗⁉️

⭕️Nama tokko maqaa tuqanii shahiidummaa isaaf murteessuun akka jannata ragaa isaaf ba'uuti. Akka mazhaba warra Ahlu-ssunati Wal-jamaa'atti ammoo nama muslimaa tokko maqaa dhayanii inni nama jannataati,ykn warra ibiddaati,jechuun hin hayyamamu. Yoo nama ergamaan Rabbii (S a w)abalu warra jannataati, ykn abalu warra ibiddaati jedhan ta'e garuu ni ta'a. Kunis waan Gheybii ykn kheessi isaa dhokhataa ta'eefi. Namni tokko waan irratti du'e hin beeku.Hojiin ammoo khaatimaa ykn Xumurarratti hundaa'a. Niyyaa isaa kan beeku Rabbi qofa.Garuu nama gaarii hojjateef mindaa (Ajirii)Khajeeluun, nama hamtuu hojjateef ammoo adabni ykn qixaaxni rabbii isarra ga'uu danda'a je'anii sodaachuun ni hayyamama.

📚MUSLIMA TOKKO MAQAA DHAHANII KUFRII ITTI MURTEESSUUN NI TA'AA📚⁉️

🕎Nama muslimaa tokko yoo ragaan isa mirkaneessu fi wanti sanirraa dhoorgan jiraachuu baatan malee kufrii ykn shirkii ykn nifaaqummaa isarratti murteessuun hin hayyamamu. Iccitiin (Kheessi)isaa Rabbiif dhiifama.
Nama muslimaa tokko khan hojii warra kaafiraa ykn mushrikaa ykn munaafiqaa hojjatu garte,abalu hojii warra kaafiraa ykn mushrikaa ykn munaafiqaati dalage ni ja'ama. Garuu abalu kun akkana ja'ee murteessuu kan danda'u Rabbii fi ergamaa isaa (S a w) qofa.

Akka dubbiftanii irraa fayyadamtan abdiin qabaa
Obboleeyyan keessaniifis qoodaa.

Galatoomaa!

By🙏Ahmad Husseen🙏

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@AhmadHusseen

https://t.me//AhmadHusseen

Forward from: AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
👉🙅‍♂🙅FB IRRATTI RABBIIN NAMA HADARUU!🤳🙅‍♂🙅

⏱Akkuma beekkamu fb kana gubbatti Shere&Like&Commentitti Rabbiin wal khadhachuu fi Rabbiin wal hadaruun khokketti wal-dhiibbachuu takkaatu baballatee mullata.
👉Sin baana boo👩‍👩‍
Wanni ati fb irratti Rabbiif ji'ii "Shere"godhi,Rabbiif ji'ii "Shere &Like gootu malee bira hin kutin,Yoo rabbi sodaatte dubbisii Shere godhi.
Yoo dhugaan Islaama taate "Commentii" gootu malee bira hin dabrin,Yoo dhugaan nabi jaalattee qubni kee akka fayyaa argatu barbaadde [S a w] jettu malee hin dabrin!
Jettee wanni hafuura namatti kuttuuf maali?

🎅Adeeroo khiyya🎅 :- Wanni akkanaa hin barbaachisuu atuu Rabbii ji'ii,Yoo rabbi sodaatte,Yoo muslima taate,Yoo nabi jaalatte, fb gubbatti rabbiin nama qabuu dhiisi.
👬Obboleessoo👬:-akkanumatti rabbiin wal khadhatuun rabbiin wal qabaa (Wal hadaraa)ooluun haraami📵Kun rabbiinis ta'ee maqaa rabbiitiin taphachuudha.
Akkuma rabbiin kabajaa fi khabajamuu qabu maqaan rabbiis kabajaa fi khabajamuu qaba,waan rakhishaa mitiin baana📖❗️ Wanni rakhishnii fi bakka rakhisha hundatti kan alanfatamu haancoo(Maastikaa)qofa.

👉HII BOO 🤷‍♂:- Hoggaa ati rabbii ji'ii,Yoo rabbi sodaatte,Yoo muslima taate,Yoo nabi jaalatte#Shere&Like&Comment #gootu malee bira hin kutin naan jettu an dalagaa hin qabuu Postii keetin mittiysaa oolaa⁉️Hii gaa❓

👉👫SAAHIBII DHAGAHI👂👂:- Wanni khokketti nama dhiibbattuuf hin jiru. abbaayyee Yoo Postiin kee natti tolee fi namoota biroofis dabarsuun barabaachise Shere&Like&Commentis nan godha,Yoo natti hin tolin nan dhiisa. Hadaraa fi jinnii tee hin dhagahu.💁‍♂ atis akkasuma yoo Postiin kiyya sitti tole Shere&Like&Commentii ati haasoytu san godhi.an tanaaf jecha rabbiin si hin qabu.atiis Tanaa jettee khokketti na hin dhiibbatin❗️🙏

Kanuma!

🙏 @AhmadHusseen 🙏
🙏 @AhmadHusseen 🙏
🙏 @AhmadHusseen 🙏
https://t.me//AhmadHusseen

Suuraa wolii erganii wol laallachuun akkami?

Gaaffii:namni kun yeroo boodaa tana kheeysatti suuraa wolii ergee wol ilaallachuudhaaf wol gaafata akkanatti suuraa wolii erguun suni akkam?

Deebisaa: hukmiin shari’aadhaa waa hundinuu rabbiin “maa farraqnaa fil kitaabi min sheey’i” qur’aana kheeysatti nuti waa takka hin dhiifne jedhe. Akkuma san nabiin ﷺ nuu ibsanii. Akkaataa ilmi namaa tokko intala itti laallatu, akka intaltilleen gurbaa dhiiraa itti laallattunuu ibse. Suni maali? jarri bakka fakkaattutti wolitti dhufee fuula wol ilaallachu . maaliif suuraan tuni nama garii ni fokkifti, nama garii ni bareechiti , nama garii ni dulloomsiti , nama garii diqqaa gooti. meeqatu suuraa tanaan dagamee hogga wol arge sa sumaa!? ka woliin jedhu ta’e?. Ammallee akkuma san namni garii dhiirti suuraa dardarummaa erga ka ifii amata shantamii. Dhalaanis gariin ka umriin isii amata afurtamii suuraa gaafa dubrummaa isii ka amata diiydamii ergitiif . Kana waan ta’eef suuraadhaan hin dagaminaa. Yoo suuraa irratti ni guuttanna jettanii lafti teessan addaan fagaatte namni kun suuraa tiyya tana rabbi sodaata laalee bakka namni isa beeku ka waan tana nama kheeysa hin facaafne jettee amantii yoo irraa qabaatte erguufiin homaa hin qabu ammammoo irra fiinxeen hukmii shari’aadhaa waan namni suuraa tanaan dagamuuf jecha suuraa irratti qofa erkatuu irraa fagaatuutu gaari. Meeqaatu akkasitti wolii ergee booda hin taane, takkaayuu lakki ani suuraan tee na geeysee si fuudhuu hin fedhuu sitti qanani’uu fedha. Yoo nabira hin dhufne feesbuukii irrattin sii ergaa jedhee intala dhalaa kahaddalu nama keenyaa fi ka biraalle tahu rakkoon guddaan waan kanaan argamaa jira.

✅Dr. Luwaa’ul Islaam🎵

zinaan gosa heddu qabdii?

Deebisaa: zinaan gosa heddu dhuga akkuma nabii ﷺ keenya ibse zinaan ijaa takka ,zinaa harkaa lama, zinaa afuufa keessa funyaanii sadi , zinaa miilaa afur, zinaa harkaan wol qabatan kunniin cuftinuu zina jedhama .
Ammoo jarreen kana irratti akka zinaan saalli lamaan woltuquutii miti. Zinaa odoohin niyyanne ijji dhalaa irra buutu homaa hin qabdu. Ammoo ija itti dhaabdee intala takka ifdura keessee woliin teessee eeguun, akkuma san harka fuutee harka mimicciiruun akkuma san haasawa jaalalaa woliin haasawuun , akkuma san deemte bakka dhalaan jirtu miilaan barbaaddee dhaquun , jarri kun cuftinuu zina. Garuu yoo wol ilaallachuuf intala san bakka isiin jirtu ka dhayxu taate homaa hinqabu . Tanaaf jecha namni wonni akkanaa isa irraa argamtu waan kana irraa akka fagaatu. Ammoo zinaan saalli lamaan woltuquudhaa sun ” min akbaril kabaa’ir” shirkii boodaan ta itti aantu dilii guddoodha jechu .

✅Dr Luwaa’ul Islam🎵

Forward from: AL~IIMAAN__Dawa__ Channel
✍QADARATTI AMANUU JECHUUN MAALI?✍
📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖

Qadaratti amanuu jechuun toltuu fi hamtuun hundi kan dhufu murtii fi fedha rabbiitiin qofa akka ta'ee fi Rabbiin waan fedhe dalaguu akka danda'u murannoodhaan dhugoomsuu dha.Nabiyyii(S a w)akkana jedhan :- "Rabbiin warra samiiwwan Isaatii fi warra dachii isaa keessaa hunda odoo adabee,isaan miidhe hin jedhamu.Odoo rahmata isaaniif godhellee rahmata isaatu dalagaa isaaniirra caala.Ammas odoo meeta (Warqee)hanga gaara Uhud ga'ullee kharaa Rabbii kheessatti sadaqattee hanga "Qadaratti"amantutti Rabbiin sirraa hin qeebalu.Akkasumas wanti si qadara keessatti si tuqa jechuun rabbiin dabarse sin dhabu (Sirraa hin hafu)Jechuu,Wanti qadaraan sitti hin barraahin ammoo si hin tuqu jechuu hanga amantutti Rabbiin sirraa hin qeebalu.Odoo waan kana ala ta'e irratti duutee ibidda seenta." [Ahmadii fi Abuu Daawud] tu gabaase.

📖QADARATTI AMANUUN WAA 4 QABATA📖:-

1:Rabbiin waan hunda chirchaaroonis ta'ee jilmaan akka beeku amanuu.
2: Rabbiin Qadara khana "Lawhal Mahfuuz"Keessatti akka barreessee dabarse amanuu.Nabiyyiin (S a w)akkana jedhe:- "Rabbiin akkaataa uumamni itti jiraatu (qadara)Waggoota kuma shantama samiiwwanii fi dachii dursee uume" (Muslim)tu gabaase.
3:Waan rabbiin murteesse tokko kan deebisu hin jiru,dandeeytii isaa qanni tokoo kan dadhabsiisu akka hin jirre amanuu.wanni inni fedhe ni taati, ta inni hin fedhin hin taatu.
4: Rabbiin waan hunda khan uume fi argamsiise Isa akka ta'ee fi wanti Isaan alaa hundi uumama Isaa akka ta'e amanuudha.
📕📙📘📚📚📚📚📚📚📚📚📚Shere waliif godhaa.
@AhmadHusseen
https://t.me//AhmadHusseen

Facebookn kee guyyaa tokko yataamaa abbaa hinqabne ta'uuf akka taa'u takkaa yaaddee?
Akkuma beekkamu yeroo ammaa kana akka addunyatti namoota biliyoona 1.5 ol kan ta'antu facebook akka fayyadamantu tilmaama, akkuma san namoonni kuniis haraaraa facebook tiin qabamanii akka jiran himama, namoota kana keysaa anaa fi atiis tokko jachuudha, namoonni hammana gahu facebook fayyadamuus namuu wanni FB isarratti dabarsuu fi kaayyoon inni fb fayyadamuuf hundinuu gargari, wanniin deemuufis waa'ee facebookaa dubbachuuf osoo hintahin kaayyoo maalitif fb fayyadamnaa fi maal dabarsaa akka jirru yaadachiisuufi, fb kana gubbatti warri badii qofa maxxansu ykn hordofu hedduu, warra maqaa namaa xureeysuu arrabsuu qofa hojii godhatees hedduu, warri waan gaarii dabrsu ykn hordofu ykn oduu dhugaa ummataan gahu, waan gaari barachuu ykn barsiisus hedduudha, kanaaf ati kana hundarraa garee tam keysatti akka ramadamtu of madaaluun dirqama hunda kenyaati, wanni beekuu fi yaadatuu qabnu guyyaan tokko kan facebookn kee arra waa meeqa irratti maxxansitu kan friendi meeqa qabu kanamni meeqa sheri fi like godhan hordofan kun, facebookn kee kan asirraan hiriyoota meeqa ittiin horattee fi dinqisiifattoota meeqa ittiin horatte kun guyyaa tokko gaafa ati addunyaa tana gubbaa godaante achumatti akka dhaabbatuuf taa'u yaadachuun hedduu gaaridha, wanni nama ajaa'ibu maqaan facebooka keeti akkuma galmaa'etti taa'a, nama hedduu birattiis tartaa warra frinde isaa keysatti numa jirta, garuu namni duraan si hordofaa turee fi si dinqisiisaa turees tokko si hin yaadatan, wanni nama gaddisiisu yoo facebookni keee ati biraa du'uun akka ilmoo abbaa dhabdetti yataamaa fakkaatus garuu wanni ati gaafa lubbuun jirtu irratti maxxansaa turte yoo waan badaa fi cubbuu taate fuuldura keetitti irraa gaafatamuun kee hafa hinqabu, waan arra barreeysaa jirru mara irraa gaafatamuuf teenya, hanguma wanni nuti barreeysinu hammuma miidhaa fi bu'aa qabduun irraa gaafatamuuf teenya, keeysaafu wanni Fb gubbatti barreeysinu rabbii biratti dhiisi ilma namaa biratti docmenti ta'uun nuuf teeysi, kanaaf osoo fb kana gubbaa nama arrabsinuu osuma kijibnuu osuma maqaa namaa xureeysinuu osuma waan rabbiin hinfeene ykn jibbu maxxansinuu ykn hordofnuu yoo guyyaa tokko addunyarraa deemte maal ta'uuf teenya?
Kanaaf mee yeroo takka maal barreeysaa jirra? Maal maxxansaa jirra? Maal hordofaa jirra? Dhaabbannee amma osoo lubbuun jirruu of haa qorannuun dhaamsa kiyya kan obbolummaati,

Kadir hamzaa siyum.

⌚️Hirmaatuudhaaf yeroo bal'aa qabdu sa'a 8 hanga halkan sa'a 5 jechuun naannoo sa'aa 9.

🛁 barumsichi kan gadii kanaan seenaa dubbisaa baay'ee gababaadha.⤵️

Dhiirri intala fuudhuuf ta’u woliin hariiroo akkam qabaata?

Gaaffii: namni tokko intala takka fuudhuuf yoo mataa kheeysaa qabaate ta kheeysaa rabbiitu isa beeka, intala tanaan koottu wojji yaanee mana nyaataa dhaynee kaafteeriyaa takkaahuu bakka hojjaa itti dhugan  shaayii itti dhugan dhaynee achitti haasoyna yoo jedheen akkam?

Deebisaa: namni lama ka bultii wojji ijaarachuuf deemu yeroon jarri kun wol arguu dandahu yoo dhuguma sanii deeman daqiiqaan shan kudhanilleen numagaha. sunis mana worra intalaa dhaqee hulaa kophaa seenee tokko bira taa’ee rahima isii irraan intala takka laallachuu danda’a.

Akkumasan yoon intalti worra isii bira hin jiraanne,  ganda tokko ka amantu dhayxee gurbaan tokko achitti dhufee ol seenee namni bira jiraatee ulaa banaa kaayanii woli ilaallatiinsa daqiiqaa shan bira hin kutne  wonni inni ilaallatu silaahuu fuula taan haasawaan fixani daqiiqaan hangi kun ni gaha jechu. Ammoo karaan mana nyaataatiifi kahwaa (bakka bunaa) waan akkanaa achitti dhaynee haasoyna jechuun kuni baaxili

✅Dr. Liwaa’ul Islaam🎵

20 last posts shown.

941

subscribers
Channel statistics