🌹Al_INAAS_TBE🌹


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Baga Nagayaan Gama garee teenyaa dhuftan hujiin garee kanaa Barumsa Diin Islaamaa fi Nesheda afaan oromo afaan amaaraa siiraa nabiyyootaa fj waliyyootaa akkasuma Gorsa amantii Islaamaa fi k.k.f...

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Jecha kana Dubbisi mee Waan Beeyyee irraa Hubattaa👇👇👇👇


●قَالَ مَالِكُ بنُ دِينَار: "مُنذُ عَرَفتُ النَّاسَ لَم أفرَح بِمَدحِهِم وَلم أكرَه مَذَمَّتَهُم"، قِيلَ: وَلِم ذَاكَ؟ قَالَ: "لِأنَّ حَامِدَهُم مُفرِطٌ وذَامَّهُم مُفرِط".


😍😘😍❤😘😍

●MMaalikilmi Diinaar Akkana Jadha:"Eegaan Ilma Namaa Baree Takkaa Faaruu isaaniitti Gammadee Hin Beeku Akkasuma Arraba isaaniis Jibbee hin Beeku
Garuu Maalifi jadhameen????
Akkana jadhee Deebiseef:"Faarsaan isaaniis Daangaa Dabree jira Arrabsaan isaaniis Daangaa Dabree jiraafi jadheen ....
Zamanni keenya akkasuma tahee jira .....

👇👇👇👇👇
❤❤#JION_godhaa❤❤



👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


DARGAGGOOTNI yeroo deebii kennan
“nutis Bara keenya kana keessaatti immoo namoota jiddutti afwii walii godhuun dhabame akka hin jedhamneef sodaanneetii” jedhanii deebisan.

Subhaa nallah!
Aniis immoo namoonni waan kheeyrii dhagahan waliif hin dabarsan akka hin jedhamneef sodaadhee kunoo seena kana
isiniif dabarseetiin jira.
By @Alinaastube
ALLAHU AKBAR☝

👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


Nama Islaama jechuun warra akkanaa turan
Kalliifa 2ff Bara UMAR IBNU KATTAAB (R.A) bulchaa ture san dargaggoonni sadii namicha tokko qabanii hidhanii gara amiira islaama umar fidan.
“Yaa Amiiral Islaama Namichi kun abbaa keenya nu jalaa ajjeesee jiraatii haddii (adabbii) akka itti nuuf murteessitu barbaanna” jechuun gaafatan.

Umar “Abbaa isaanii Maaliif ajjeefte?” jedhee Umar namicha ni gaafate.

NAMICHA “Yaa amiira mumiintoota Ani tiksee gaalaa ti ajjeechaaf yaadee miti,
Gaalli kiyya tokko lafa dallawa isaanii irraan achii laatee muka irraa baala osoo nyaatutti jiruu abbaan isaanii dhagaan darbatee gaala koo na jalaa ajjeese. 🐪🐫

Aniis dhagaa inni darbate gaala kiyya sanaan dhawe san fudheen yommuu darbadhu abbaa isaanii duraa ajjeese.” Jedhe

UMAR(R.A) " yoo ajjeesuu kee amante tahe atiis adabbii du'a sitti murteeffamee jira jedheen.

NAMICHA “Tole murtii kana jaladheera garuu guyyaa sadi qofa naaf kennaa deebi'etiin dhufaa yoo naaf hayyamtu ta'e,
ani abbaan kiyya yommuu du’u anaa fii obboleeyyan kiyya xixiiqqoo waliin sanduuqa (qabeenya dhoksaan kaawwame) amaanaa ijoolleef qoodi jedhee natti kennee ture. Yoo ani asitti du’e immoo qabeenyi sun lafatti bada, ilmaan xixiqqoon yatahamaani waan nyataan dhabanii beelawuu naaf hayyama, biyyii keenyas fagoodha, kanaaf akkaan daddafee amna guyyaa 4 guyyaa sadii keessatti dhufuuf naaf hayyamaa.

UMAR R.A " kanaaf hanga ati dheeyxee deebituutti eenyuutu wabii siif taha ree? Jedheen

NAMICHA, namoota islaama walitti qabamanii tatta'aan tokko keessa oliif gad daddeeme nama tokko ilaale namni inni beeku tokkolleen keessa hin jiru, booda “namicha kana” jedhee nama tokkotti akeeke. Namichi asaabticha beekkamaa Abbaa zarriil khiffaari ture

UMAR, R.A “Yaa Abaa Zarri namicha kanaaf wabii ni taataa?” jechuun Umar (R.A) gaaffate.

ABBAA ZARRII R.A Eeyyan yaa Amiiral Mu’umiinaa jechuun deebiseef.

NAMICHA Eegasii ni deeme.

Guyyaan 1ff ni dabre.

Guyyaan 2ff nidabre

Gaafa guyyaa sadaffaa irratti namichi yoo hin dhufnee adabbiin du'a waan Abaa Zarriin irratti raawwatamuuf asaaboonni ni rifatanii muka irraatti ol-bahaani namicha ilaalaan namichii hin jiru, abbaa zarriin hidhamee du'aaf deemu. 😭

NAMICHA. guyyaa sana namichi salaata magriibaa dura osoo fiiguu hafuurrii itti citaa, booda carqii adii harkattii qabatee samii keessa ol-qabaa 🏃‍♂️fiigichaan dhufe.
Figichaan waan dhufeef akka dadhabee ture fuula isaa irraa ni
beekkama ture. Maashaa allah maali namni akkasii osoo arra ta'ee eenyuutu du'aaf deebi'ee dhufa?

Namichi dhufeetii Umarin (R.A) fuuldura dhaabbachuudhaan “Yaa amiira muuminaa qabeenya obboleewwan kiyyaa fii obboleewwan haadha kiyyaatiif kenneetiin dhufe jadheen.
Amma to’annaa kee jalaan jira murtii narratti raawwadha” jechuun dubbata. Subahaanaallh

UMAR. R.A ni ajaa’ibsiifate.
Osoo achiin baddee hafuu dandeessuu akkamitti deebitee dhufte? Jechuun gaafateen.

NAMICHA, Bara keenya kana keessa “Namoota jiddutti jecha beellamaa guutu(waadaa) walii
kabajuun hafe akka hin jedhamneef sodaadheetiin” jedhetiin maqaa diin/amantii islaama/ sababa kiyyaan akka hin xiqqanneef, waada guutuufiin dhufe. Jadhe. Allahu akber☝

UMAR R.A gara Abaa Zarritti gara galee
“Yaa Abbaa Zarri! Namicha kana nibeeyta Turte mo?

ABBAA ZARRi " lakkii hin beekuu"

UMAR R.A "Osoo hin Beekiin akkamitti wabii taateef?” jechuun gaafate.

ABBAA ZARRII “Anii wabii isaa kaniin ta’eef zamana keenyatti namoota jidduu hojiin Kheeyrii dhabamte islaamni waliif hin dhabbattu kan lubbuu waliif kennuu hin jiru akka hin jedhamneef sodaadheetiin” jedhee deebiseef.☝️

IJOOLLEEN DARGAGGOOTA Yeroo san ijoolleen abbaan isaanii jala du'e kanaan qalbiin obboleeyyan abbaan
isaanii jalaa ajjeefame baayyee qalbii captain bo'aani qalbiin xuqamte.
“ Wallaay nutiis dhiifne adabbiin akka isa irratti hin raawwatamne afwii (dhiifama) isaaf goonee jirra” jedhan.

UMAR R.A "maaliif Dhiiftaan"? Jedhee isaan gaafate. Namoonni achii turan akkuma jiraniin dubbicha hordofaa turan boha jiru😭😭😭




ODUU GAMMACHIISAA

❤❤REYHAAN 2ffaa❤❤

Qophii Addaa Reyhaan 2ffaa guyyaa Alhadaa muddee 02/2015 galma calanqoo-tti afeeramtanii jirtu!

Yaada dabalataa fi waraqaa seensaa ykn tikeeta argachuu yo barbaaddan gara lakkoofsa #0963297425 dawwaluun niargattan.

ሬሓን ቁጥር 2
ልዩ ዝገጂተ ሬሓን 2ቁጥር ታህሳስ 2/2015 ጨለንቆ አደራሽ


SEENAAN KUNI BAAY'EE NAMA GAMMACHIISA

●Gaaf Takka Abbaan Manaa Haadha Mana isaa dhawe
Eega inni Fuula ishee dhaheen Booda Akkana jatteen:
"Deemeen Si Himadha jatteen...
Inniis Akkana jadheen:
" Eenyuutu Akkaan Ani Mana kanaa Gadi bahuu hayyama siif godha siin jadhe jadheen??
Isheeniis Akkana jatteen :
"Yoo kan hulaa ykn balbalaa fi Miskiinoota ykn fooddaa hunda Cufte Si Himatuu irraa Na dhoorkita of seetaa ??? Jatteen ...
Haala Ajaa'ibuun Akkana Jadheen Maal Godhuu dandeessa jadheen???
ishiiniis Dawwaleen si Himadhakaa jatteen ...
Innis Bilbilli Kee Hundi Na wajjin Jiraa waan Feete Dalagi jadheen....

Ishiiniis Caluma jattee Gara Mana Shaawarii Seente
Yaroo isheen Shaawarii Galti Miskootii Mana Shaawariitiin Baddee Deemuu deemti jadhee gara Alaa fiigee gama Duubaatiin ishii Eegutti seene
Garuu eegee eegee isii achiin bahuuf mokkorrii gootu dhabnaan Gara Manaa Deebi'ee Hulaa gubbaa Dhaabbate
Yaroo kana isheeniis mana Shaawarii irraa haala Wudu'a godhattee Qaamni ishee Asara ykn faana wudu'aa irraa jiidhee jiruun gadi baate Haala Fuulli ishii bashaasha taheen ...
Akkana jatteen :"Sumaan Himadha Qofa isaan Maqaa isaatiin Kakadheen Kan Miskoonni keetii fi Hulaan teetii fi Silkiin ykn bilbilli kiyya kan narraa dhooksitelleen Hin Fayyanne isa hulaan isaa hin Cufamnettin si himadha jatteen
Eegasi inniis irraa Achi gara galeeti warrii ykn muka hulaa gubbaa taa'e Haala Callisee waan isheen hojjattu Laaluun ....
Isheeniis Deemtee Achumaan Salaata Jalqabdee bakka sujuuda yaroo geessu sujuuda irra turte inniis numa eega
Yaroo Salaata Fixatte harka ishee Adda bantee Rabbii ishee kadhatuu jammarte
Inniis Gama ushee achi tarkaanfatee Harka ishee Qabee Akkana jadheen:
"Yaa Haadha Mana Kootii Du'aa'iin Ati Sujuuda keessatti Narratti Kadhatte Siif Hin Gahuu ?????
ishiiniis Haala Nama rifachiistuun Gama isaa laaltee Akkana Jatteen:
"Mee Naaf Himi Waan Ati Natti Hojjatte osoo natti Mullatuu Akkamitti Naaf gaha jatteen???!
inniis Akkana Jadheen :
"Wallaahii Rabbiin siif kakadhaa Ýàŕòò waaxiqqoo Takkaaf Aare Malee Kana hin yaanne jadheen .
Ishiinis Akkana jatteen :
"Aniis Kanaafiin du'aa'ii Siif godhuu irraa hin Dhaabbatini jatteen
Kaniin irratti kadhachaa jiru Sheeyxaana malee Dilas Gowwaa Tahee Abbaa Mana kiyyaa irratti hin kadhadhu jatteen ....😭
Yaa Dasii Ija kootii
Yaroo kana ijji isaa imimmaan yaaste Achumaan Ka'ee Harka ishii Ziyaare ykn Dhungatee Akkana Jadheen :
"Arra Booda Akkaan Hamtuun Si hin Tuqne Ballamaan Siif seena jadheen ....

Yaa Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Haadha Manaa Gaarii jechuun ta akkanaati
Dubartiin islaamaa Tan Rabbii fi ergamaan isaa nuuf dhaaman isii akkasiiti
Ta Diin Maraxadhu harki kee lafa si Qabatti .....


Yaa Rabbi Shabaaba Islaamaa mara Haadha Manaa Gaarii kanniif
Yaa Rabbi shamarran Islaamaa mara Abbaa manaa gaarii Kanniif ....


Seenaan Akkanaa Akka sibira gahuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

❤❤❤#JION_GODHAA❤❤❤


👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube




Rabbiif jechaa niyyaa Gaariin Dubbisi


Maqaa Rabbiitiin eegalla kan rahamanni isaa addunyaarratti muiminaa fi kaafirallee wal gahee Aakhiratti ammoo muiminaa qofaaf taheen,

faaruu fi galanni kan Rabbii uumamtoota hundaati,
kabajaa fi nageenyi sayyida kenya Muhammadirratti haa jiraatuu warra isaaniitiif sahaabota isaanii gaggaariirrattis haa jiraatu.

Sayyidanaa umarirraa odeeffamee Rabbiin isarraa haa jaalatuu akkana jedhe:
"gaaf tokko Nabiyyii Rabbii kabajaa fi nageenyi isaaniif haa jiraatuu
Osoo isaanii wajjiin Taa'aa jirruuti Gurbaan tokko kan Uffanni Qaama isaa akkaan adii tahe kan rifeensi mataa isaas sirritti gurraachaa mallattoon imalaa kan isarraa hin Mullanne dhufee Nabiyyii Rabbii bira gadi taa'ee jilba isaa Nabiyyitti irkisee harka isaas tafa isaanirra kaayee akkana jedheen:
1. yaa Muhammad islaamummaa irraa naaf himi?
rasuullis akkana jedhaniin:
1) islaamummaan haqaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru Muhammad ergamaa Rabbiiti jettee ragaa bahuu

2) salaata salaatuu
3) zakaa baasuu
4) sooma ramadaanaa soomuu
5) yoo dandeesse hajjii hajjuudha .

innis dhugaa jettan jechuun mirkaneesse,
haalli isaa kun nu dinqisiise ni gaafata ni Dhugoomsaa ....


Kutaan 2ffaa itti fufa


👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube




رجل ضرب زوجته
فقالت بعد أن ضربها على وجهها وهي تبكي
سأذهب لأشتكيك ...
رد عليها .ومن قال أنني سأسمح لك بأن تخرجي
قالت : أتظن إنك إن أوصدت الأبواب و أغلقت النوافذ
فإنك ستمنعني من اشكيك
رد بتعجب . و ماذا ستصنعين !
قالت : سأتصل .
قال :هواتفك كلها معي
فأصنعي ما شئت .
فاتجهت نحو الحمام وحين دخلت فكر بأنها قد تهرب من نافذته
فجرى إلى الخارج وأنتظر عند النافذة فلم يشاهد محاولتها للخروج
فعاد إلى الداخل و وقف عند الباب
و خرجت وهي مبتلة من آثار الوضوء بابتسامتها كنقاء الماء الذي عليها
وقالت : سأشتكيك فقط عند الذي أقسمت باسمه فلا نوافذك
و لا أبوابك و لا هواتفي التي حجبتها عني ستحجبني عنه
فأبوابه لا تغلق ...
أنصرف عنها
و جلس على الأريكة صامتاً يفكر .
ذهبت هي و صلت
و أطالت في السجود
و هو يراقبها
و حين فرغت و رفعت يدها
خطى نحوها و أمسك بيديها ...
و قال لها : أما كفاك دعاءك علي في سجودك؟
فنظرت إليه
وقالت بنبرة حانية: أو تراني سأكتفي بعد الذي فعلته بي؟
قال : والله لحظة غضب لم أقصدها
فقالت : و لهذا لم أكتفي من الدعاء لك!
والدعاء على الشيطان
فلست غبية لأدعو على زوجي
و قرة عيني
فدمعت عيناه
و قبل يداها
و قال : اعاهدك ان لا ألمسك بسوء بعد اليوم
فهذة احبابي هيه المراة المسلمة التي اوصانا الله ورسوله بها .
فأظفر بذات الدين تربت يداك
اللهم استر بيوتنا وبيوت المسلمين


👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube




SEENAA AJAA'iBAA DUBBISTU MALEE BIRA HIN DABRIN
👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨👁‍🗨

Seenaa addaa!
Dargaggeeysa tokkootu osoo hin fuudhin akka malee ture.
Maatiin isaa "fuudhi" jachuun kadhatanii dadhaban. Boodarra sheekha jabaa tokkotti isa himan.

Sheekhtichi dargaggeeysa kana yaamee "ati maaliif hin fuune?!" Jachuun gaafate.
Hoggaa kana inniniis "dhalaa ulaagaan ani barbaaddu guuttu hin arkanne" ja'ee deebiseef.
Sheekhnis ajaa'ibee "ati intala akkam barbaadda?!" jachuun gaafate. Hoggaa kana dargaggeeysichi "intala harka kiyya qabdee Jannata nageeysitu, tan ilma Beeytal Maqdis (Al aqsaa) harka Islaamaatti deebisu naaf dhaltu barbaada" ja'ee deebiseef.

Sheekhtichi ulaagaa isaa ajaa'ibee, "intala ati barbaaddu siif haa kennu" ja'ee isa dhiise.

Guyyaa takka osoo Masjiida keessa jiranii, intalti sheekhticha kanaan "jaarsa harka kiyya qabee Jannata nageeysu, kaniin Ilma beeytalmaqdis bilisoomsu dhaluuf naaf kadhu" sheekhaan jatte. Ajiib!

Hoggaa kana sheekhtichi dargaggeeysa kana yaamee intala tana isa fuusise. Ilmi isaan dhalaan "nama osoo Beeytalmaqdis gabrummaa jala jirtuu akkamittiin gammada?!" jachaa ture, goota Masjiida Al Aqsaa harka Islaamaatti deebise Salaahaddiin Al ayyuubii ture. Maasha Allah!

Anaa fi isa hin fuudhin hunda jaartii harka keenya qabdee Jannata nugeeysitu Rabbi nuuf haa kennu!

share godhuun obboleysa khee biraan gahi akka irraa fayyadamuuf
JOIN @Alinaastube



👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


#Dubartoota 9 Kan Rabbiin Abaaree Rahmata Ofiirraa Fageesse
===================================

♻️ Dubartoota 9L kan Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Ñabiin { ﷺ} nuf himan.

1🔽Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumattuu fi tan tumtuuf Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).

2🔽Dubartii nyaara haaduu fi tan haaddatuu.

3🔽Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumattuu fi tan tumttuuf.

4🔽Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltuu fi tan itti qaxxaltuuf《 Wiigii isa jedhamu sani》.

5🔽Dubartii yeroo Abbaan mana ishee hirribaaf gara sireeti waame didu.

6🔽Dubartii dhiirati fakkaatu.

7🔽Dubartii yeroo namni du'ee suuraa nama sanii qabatee boochiiftu.

8🔽Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaati ol dhaabdee hiitu.

9 🔽Dubartii uffaata qaama ishii mul'isu uffaate ummata keessa ooltu.

♻Wantoota Seeylan kana keessa tokko keessati yoo argamte rahmata rabbii irraa akka hin faggeeffamne toowbadhuu gama rabbii keetii deeb'ii😭


👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


SEENAA AKKA MALEE NAMA BOOCHIFTU
===============================

Mucaa haadha hin qabne.

Seenaa dhalootuma isaarraa eegala guyyuma inni dhalate haati irraa duute, abbaan isaa fuudhee haboo isaatitti kanne, abbaan baatii 7 taa’eeti jaartii
haaraya fuudhee, mucaa xiqqaa amata hin guutin haboo biraa fuudhee jaarti haarayatti kanne,jaartiin tun amata 3 booda joole lama dhalteef jaartii tun
mucaa kana arkaa isaatu hin feetu, garuu abbaan mucaa dubbii tana hin beeku,inni guyyaa hujii, galgala eega inni rafe gala.mucaan kun xiqqaadha jaalala haadhaa tan abba tan ollaa barbaada, taphachiisu barbaada garuu dubbiin faalladha.

Haati manaa yoggaa isa manatti garte sagalee olfuute gurratti iyyiti, nibaaraysiti mucaan guyyaa guutu ala barandaa simintoorra ta,aa oola yookaan mana duuba yoo hirribni qabees achuma simintoorra rafa,nyaata joolleen isii nyaatte irraa hafe fuuteeti hojjattuu manaatti kannitee “hoodhoo mucaa san duratti facaasi”jettiin.

Amma mucaa umriin isaa waggaa 4 guyyaan guyyaa iidaati haati manaa hoolaa qaltee firaa fii aalii yaamtee haadhaa fi abbaa isiitis yaamtee guyyaa guutuu nyaatanii dhuganii bashannanaa
oolan, mucaan arras manuma duuba kophaa simintoorra ta’aa oole, ruuza adii hojjattuun kannitef nyate beela isaa firraa geddeebise, aduun dhiinaan
namuu addaan faca,an biyti biyya baradoo tan haalaan qabbanooytu turte qabbanti tan nama dhiisi bineensa gurguddaahuu ajjeeftu turtee mucaan siminto gubbatti miidhame, osoo hollattuu ilkeen saa waltumtuu achumaan simintoorra rafe.

Abbaan galagala sa’aa 4galee nyaatee siree isaarratti ol bahee akkana ja,e “mucaan kiyya hoo eeysa jira”jennaan akkana jetteen “mana hojjattuun galtu isii bira rafe” jetteen innis firraa rafe osoo rafuu haati mucaa tan duute abjuun itti dhuftee akkana jetten “ ka’i mucaa laali”innis lafaa utaale jaartiin akkana ja’e “mucaan kiyya eysa jira” isiinis “maal akkana mucaa jechaa oolta bakka jiru siif
himee usii rafi” jetteen.

Inni ni rafe ammas haati mucaa manaamaan dhufte “mucaakee laalladhu”jetteen ammaas lafaa fiigee “mucaan kiyya hoo?”jedhe jaartiin aartee gurratti iyyitee “maal abbaa keetii hirriibarra nubaaraysaa
oolta mucaa siif himee usii ciisi” jetteen, ammaas ni rafe haati mucaa ammas manaamaan itti dhuftee “mucaan kee deeme”jettee dugda itti galtee biraa
kutte.

Ammaas baaragee lafaa figee iyyee marxoo hidhachaa “mucaa kiyya hoooooo?”mana hojjattuu dheqnaan hin jiru mana joollee laallan hin jiru barandaa hin jiru dubbiin jabaannaan warri manaa hundi barbaaduu seenan boodarra mana duuba simintoorra kan qabbanti goggoysite arkan yoo laalanuu lubbuun baatee jirti.

Innaa lillaah wainna ileehi raaji’uun

Rassuuli (SAW)akkana ja’an “anaafii namni yatiimaaf if qabe akka qubni kun lamaan walitti aanutti jannata keeysatti walitti aanna”jedhan Yoo yataamatti tola oolte ilmaan kee hin yataamawan hattaa yoo ati duutellee.

Share godhii kheeyrii tana nama hunda biraan naaf gahi

#seenaale_babbareedoo_akkanaatiif_JOIN_GODHU

👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


💚 قَالَ رَسُولُ اللهِ ﷺ: "مَنْ صَلَّى عَلَيَّ فِي يَوْمِ الْجُمُعَةِ وَلَيْلَةِ الجُمُعَةِ مائةَ مرة قَضَىٰ اللهُ لَهُ مِائَةَ حَاجَةٍ سَبْعِينَ مِنْ حَوَائِجِ الآخِرَةِ، وَثَلاَثِينَ مِنْ حَوَائِجِ الدُّنْيَا" أخرجه البيهقيُّ وغيرُه.❤️
#Nabiyyiin_ﷺ_Akkana_Jadhan:
"Ņámņì Ģűýýáá Ĵìmááťáá fì Ĥáļķáń Ĵímááťáá Śáláŵááťà Ýáŕòò 100 Ďĥìbbá ťòķķó Ňáŕŕàťťì Bűűśè Ŗábbiiń Ĥààĵàà ìśáá 100 ďĥìbbá ťáķķà Bááŝááf Ĵéďĥàņ
Ĥááĵáá iśàà 70 Ťàń Àáķiŕààțìì 30 śòďďòm Ťáň Áďďúņýááťì ĵáďĥàň.

]Bééýĥáqìťű Ģâbááśè]

#ٱلْصَّـــــــــــــلَاْةُ_وَٱلْسَّــــــلَاْمُ_عَلَيْـــــــكَ_يَارَسُـــوْلَ_الله.
❤❤💚💚😘😘🌿🌿💜💜💙💙🌹🌹💞💞
#Ńàģáýáá_Fì_Ŗáĥámáńńí_ìśíņ_ířřâťťí_Ĥâá_ĵířâáťű_Ýáá_Éŕģámàà_Ŕáábbìì.

جُمُعَةٌ مُبَــــــــــــــــــــارَكَةٌ....
Ĵìmááťá Báŕáķáá Ķàņ Míļĸìì Ĥáá Ťáĥű...
ጁሙኣ።ሙባረክ።...

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube




رَتَائِيلُ عليه السّلامُ

قصةُ دعاء "اللَّهُمَّ حَسِّنِ العَمَلَ وَبَلِّغِ الأَجَلَ"
كانَ رجلٌ مِنْ أصحابِ رَسُولِ اللهِ صَلَّى اللّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ يُسَمّى العِرْباضَ بْنَ سارِية كَبِرَ سنُّه بعد وفاةِ رَسُولِ اللهِ صَلَّى اللّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ، فصارَ يَشْعُرُ بِضَعفٍ وانْحِطاطٍ في جِسمه، فكانَ يَتَمنّى الموتَ فيقولُ: اللَّهُمَّ إِنَّهُ كَبِرَ سِنِّي وَرَقَّ عَظْمِي فَاقْبِضْنِي إليكَ غَيْرَ مَفتون، فَبَيْنَا هُو ذاتَ يومٍ في مسجدٍ رَأى شابًّا جميلَ الشَّكلِ يَلْبَسُ ثَوْبًا أَخْضَرَ عَلى ثَوبٍ أخضَر، فقالَ لهُ لا تَقُل هَكذا، قالَ لَهُ ماذا أقولُ؟ قال: قُل: اللَّهُمَّ حَسِّنِ العَمَلَ وَبَلِّغِ الأَجَلَ، فقالَ جزاكَ اللّهُ خيرًا يا ابنَ أخي مَن أنتَ (هُو ظَنَّهُ مِنَ البَشَرِ لِذلكِ قالَ لهُ يا ابْنَ أَخي)
فقالَ أنا رَتَائِيلُ الّذي يَسُلُّ الحَزَنَ مِنْ صُدورِ المُؤمنينَ. فَهذا المَلَكُ الّذي ظَهرَ لِلعِرباضِ بنِ سارِيةَ صاحبِ رَسُولِ اللهِ صَلَّى اللّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ بِهَذا الشَّكْلِ البَشَريّ مِن ملائكةِ الرَّحمةِ الّذينَ هُم مَأمورونَ بِأنْ يَدوروا في الأرضِ لِزِيارةِ المُؤمِنينَ الصَّالحِينَ لِيُفَرِّجُوا عَنْهُم كَرْبًا أو يُعَلِّموهُم فائِدةً دِينيَّةً أو يُنَشِّطُوهُم على طاعةِ اللهِ تَعالى حتَّى يَزيدوهُم نَشاطًا، يَزورونَ الصَّالِحينَ، أَوْلياءَ اللهِ في الأرْضِ، هذا مِن جُمْلَتِهم، هذا يُقالُ لهُ مَلَكٌ مِنْ مَلائكةِ الرَّحمةِ.
كُلُّ سَماءٍ لَها رَئيسٌ مِنَ المَلائكةِ، السَّماءُ الأُولى الّتِي تَلِينا لَها رَئيسٌ يُسَمّى إسْماعِيل تَحْتَ يَدِهِ اثنا عَشَرَ ألفًا مِنَ المَلائِكَة.

فاصـبرْ أخي فالصّبرُ جميـل
لعلّ الله يرسل رَتَائِيل

اللَّهُمَّ اجمعنا برَتَائِيلَ

شارك القناة لتصلك الفوائد
@Alinaastube

👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


Yahuudicha gaafii ajaa’ibaa Nabi Muhammadﷺ gaafatee eeganaa amane kana beytuu?

Abdallaah Bin Salaam ja’ama. Hayyuufi beekaa Yahuudaa gosa Qeynuqaa’ irraahi. Gaafa Nabiin Madiinaa dhaqu namoota jalqaba Islaamawan keessaa tokko Abdallaah Bin Salaam ture. Osoo hin amanin dura maqaan beekaa kanaa Hasiinaa ture, Nabiitu Abdallaah moggaaseef.

Gaafa Nabiin Madiinaa seenu warri Madiinaa gammachuun afaan bahanii, dhangaa adda addaa qopheessanii, dibbee tumanii walaloo garagaraa yadaleessanii faarsaa Nabi simatan. Guyyaa kana namni hin amaninis keessummaa jabduu tana laaluuf bahe. Namoota Nabi laaluuf dhufan keessaa tokko Abdallaah Bin Salaam ture.

Abdallaah Bin Salaam akkuma Nabi argeen “fuulli kun fuula nama kijibuutii miti” ja’e. Eeganaa itti siqee waan Nabiin dubbatu dhaggeeffate. Nabiin yeroo tana “yaa ilmaan namaa nagaya raabsaa, hiyyeessa nyaachisaa, fira maxxanfadhaa, halkan yeroo namni rafu Salaataa, nagayaan Jannata seentan” ja’ee ummataaf dhaamaa ture. Abdallaah Bin Salaam dhaamsa mi’aawaa kanaas ni dinqisiifate.

Abdallaah Bin Salaam nama beekaa Towraat hubate, Ulamaa jabaa Yahuudaan qabdu waan taheef Nabi qoruu yaade. Muhammad Nabiyyii dha moo Nabiyyii miti? jechaa adda baafatuu barbaade. Nabitti dhaqee gaafii addaa gaafate..

Abdallaah Bin Salaam: Waa Sadi tan Nabiyyii malee namni kuun hin beyneen si gaafadha.

Nabi Muhammadﷺ: Gaafadhu

Abdallaah Bin Salaam: 1. Mallattoon Qiyaamaa tan jalqabaa maali?
2. Nyaanni jalqabaa warri Jannataa nyaatu maali?
3. Maaltu ilmoo Abbaa ykn Haadha fakkeessa?

Nabi Muhammadﷺ: Deebii gaafii tanaa Jibriil reefu naaf hime.

Abdallaah Bin Salaam: Malaa’ikaa keessaa Jibriil diina Yahuudaati.

Nabi Muhammadﷺ: •Mallattoon(guddoon) Qiyaamaa ta jalqaba taatu, ibidda (biyya Yaman irraa) kaatee baha irraa dhihatti nama walitti qabdu.
•Nyaanni jalqabaa warri Jannataa nyaatu Shiilchoo Tiruu Qurxummiiti.
•Yoo bishaan Abbaa ka haadhaa durse ilmoon Abbaa fakkaatti. Yoo bishaan Haadhaa ka abbaa durse ammoo ilmoon Haadha fakkaatti.

Abdallaah Bin Salaam: Ash-hadu allaa ilaaha ilaLlaah, wa ash-hadu Annaka rasuuluLlaah. (Haqaan gabbaramaan Rabbi malee hin jiru. Dhugatti Ati ergamaa Rabbiiti.)

#JirraYaaErgamaaRabbii


Sher sher sher godhuun #JION_gODHUU HIN DAGATINAA


👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


عن معاذ بن جبل رضي الله عنه قال سألت رسول الله ﷺ أي الأعمال أحب إلى الله عز وجل قال «أن تموت ولسانك رطب من ذكر الله عز وجل».
Mua'aaz binu Rabbi Isarraa Haa Jaalatuu Akkana jadhan:
"Irra Jaalatamtuun Dalagaa Gama Rabbii Qulqullaawaa taheetti maali????? jadheen Ergamaa Allaahaa ﷺ Gaafadhe

።Ergamaan Rabbiis Akkana jechuun Naaf Deebisan :
"Haala Arrabni Kee Zikrii Rabbiitiin jidhaa Taheen Du'uutu irra Jaalatamtuu Dalagaati Gama Rabbiiti.።

Yaa Rabbi Arraba Keenya Zikrii teetiin Jiisi


😍😍😍#JION_GODHAA😍😍😍

👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube


Niyyadhuu Dubbisi

"(Guyyaa Qiyaamaa)
wanni gabrichi dura irraa herregamu Salaata. Namoota jiddutti wanni dura murtii godhamu dubbii dhiigaati."
Nabi Muhammadﷺ
[Sahiihul-Jaami' 2572]

- Salaanni hariiroo guddoo Rabbii fi gabricha jidduu jirtu. Dubbiin dhiigaa ammoo hariiroo guddoo ilma namaa jidduu jirtu. Kanaaf Salaata jabeessaa. Daangaa dabartanii dhiiga walirraa hin facaasinaa.

*أوَّلُ ما يُحاسَبُ بِهِ العبدُ الصلاةُ ، وأوَّلُ ما يُقْضَى بينَ الناسِ في الدماءِ.*
الراوي : عبدالله بن مسعود.


👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube

20 last posts shown.

269

subscribers
Channel statistics