SEENAAN KUNI BAAY'EE NAMA GAMMACHIISA
●Gaaf Takka Abbaan Manaa Haadha Mana isaa dhawe
Eega inni Fuula ishee dhaheen Booda Akkana jatteen:
"Deemeen Si Himadha jatteen...
Inniis Akkana jadheen:
" Eenyuutu Akkaan Ani Mana kanaa Gadi bahuu hayyama siif godha siin jadhe jadheen??
Isheeniis Akkana jatteen :
"Yoo kan hulaa ykn balbalaa fi Miskiinoota ykn fooddaa hunda Cufte Si Himatuu irraa Na dhoorkita of seetaa ??? Jatteen ...
Haala Ajaa'ibuun Akkana Jadheen Maal Godhuu dandeessa jadheen???
ishiiniis Dawwaleen si Himadhakaa jatteen ...
Innis Bilbilli Kee Hundi Na wajjin Jiraa waan Feete Dalagi jadheen....
Ishiiniis Caluma jattee Gara Mana Shaawarii Seente
Yaroo isheen Shaawarii Galti Miskootii Mana Shaawariitiin Baddee Deemuu deemti jadhee gara Alaa fiigee gama Duubaatiin ishii Eegutti seene
Garuu eegee eegee isii achiin bahuuf mokkorrii gootu dhabnaan Gara Manaa Deebi'ee Hulaa gubbaa Dhaabbate
Yaroo kana isheeniis mana Shaawarii irraa haala Wudu'a godhattee Qaamni ishee Asara ykn faana wudu'aa irraa jiidhee jiruun gadi baate Haala Fuulli ishii bashaasha taheen ...
Akkana jatteen :"Sumaan Himadha Qofa isaan Maqaa isaatiin Kakadheen Kan Miskoonni keetii fi Hulaan teetii fi Silkiin ykn bilbilli kiyya kan narraa dhooksitelleen Hin Fayyanne isa hulaan isaa hin Cufamnettin si himadha jatteen
Eegasi inniis irraa Achi gara galeeti warrii ykn muka hulaa gubbaa taa'e Haala Callisee waan isheen hojjattu Laaluun ....
Isheeniis Deemtee Achumaan Salaata Jalqabdee bakka sujuuda yaroo geessu sujuuda irra turte inniis numa eega
Yaroo Salaata Fixatte harka ishee Adda bantee Rabbii ishee kadhatuu jammarte
Inniis Gama ushee achi tarkaanfatee Harka ishee Qabee Akkana jadheen:
"Yaa Haadha Mana Kootii Du'aa'iin Ati Sujuuda keessatti Narratti Kadhatte Siif Hin Gahuu ?????
ishiiniis Haala Nama rifachiistuun Gama isaa laaltee Akkana Jatteen:
"Mee Naaf Himi Waan Ati Natti Hojjatte osoo natti Mullatuu Akkamitti Naaf gaha jatteen???!
inniis Akkana Jadheen :
"Wallaahii Rabbiin siif kakadhaa Ýàŕòò waaxiqqoo Takkaaf Aare Malee Kana hin yaanne jadheen .
Ishiinis Akkana jatteen :
"Aniis Kanaafiin du'aa'ii Siif godhuu irraa hin Dhaabbatini jatteen
Kaniin irratti kadhachaa jiru Sheeyxaana malee Dilas Gowwaa Tahee Abbaa Mana kiyyaa irratti hin kadhadhu jatteen ....😭
Yaa Dasii Ija kootii
Yaroo kana ijji isaa imimmaan yaaste Achumaan Ka'ee Harka ishii Ziyaare ykn Dhungatee Akkana Jadheen :
"Arra Booda Akkaan Hamtuun Si hin Tuqne Ballamaan Siif seena jadheen ....
Yaa Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Haadha Manaa Gaarii jechuun ta akkanaati
Dubartiin islaamaa Tan Rabbii fi ergamaan isaa nuuf dhaaman isii akkasiiti
Ta Diin Maraxadhu harki kee lafa si Qabatti .....
Yaa Rabbi Shabaaba Islaamaa mara Haadha Manaa Gaarii kanniif
Yaa Rabbi shamarran Islaamaa mara Abbaa manaa gaarii Kanniif ....
Seenaan Akkanaa Akka sibira gahuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
❤❤❤#JION_GODHAA❤❤❤
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Alinaastube