Guyyaaf bara dhufaa darbaa
Gurri dhageeffatu iyya
Bakka lubbuun gatii hin qabne
Ishee nuufis taate biyya
.
Lafa tokko abbaa irree
Tokko itti dhabu hiree
Bakka sobni bashannannee
Dhugaaf immoo bakki hin jirre
.
Keessa jiraanna kunoo
Dimismisa abdii baannee
Har'a irra kaleessa wayya jechaa
Kunoo hanga har'aa jiraanne
.
@Daawwite
Gurri dhageeffatu iyya
Bakka lubbuun gatii hin qabne
Ishee nuufis taate biyya
.
Lafa tokko abbaa irree
Tokko itti dhabu hiree
Bakka sobni bashannannee
Dhugaaf immoo bakki hin jirre
.
Keessa jiraanna kunoo
Dimismisa abdii baannee
Har'a irra kaleessa wayya jechaa
Kunoo hanga har'aa jiraanne
.
@Daawwite