Gufuun heddummatee
Gaafa jireenyi bitaacha'uu
Abdiin boriif eeggatan
Gaafa inni cilaatta'uu
Nan qaba utuu jedhanii
Yoo dhibu firri garaa
Akka abdatan ta'uu dhiisee
Faallaa ta'us haalli baraa
.
Hunduu indarba gaaftokko
Akka dhaabatetti hin hafuu
Seenaa ta'ee guyyaan har'aa
Nama jechisiisaam safuu!
.
@Daawwite ........join....godhaa!
Gaafa jireenyi bitaacha'uu
Abdiin boriif eeggatan
Gaafa inni cilaatta'uu
Nan qaba utuu jedhanii
Yoo dhibu firri garaa
Akka abdatan ta'uu dhiisee
Faallaa ta'us haalli baraa
.
Hunduu indarba gaaftokko
Akka dhaabatetti hin hafuu
Seenaa ta'ee guyyaan har'aa
Nama jechisiisaam safuu!
.
@Daawwite ........join....godhaa!