Loltuun sun gootummaan isaa kan beekamee fi ganamaan ka'ee uffata lolaa isaa uffataa jira. Hidhannoowwan inni barbaadu nyaataaf dhugaatii isaa dabalatee haalaan qophaa'eeraaf. Diina isaa fagootti kan ittiin ilaalu daawwitii dirree isaa dursee fudhateera. Waa'ee tooftaa lolaaf bakka qubsuma diinoota isaas dursee odeeffannoo argateera.
.
Gara bakka lolaa yeroo gahu garuu raasasa tokko osoo hin dhukaasin booji'ame. Qophii hanga kana taasisus booji'amuuf hidhamu irraa ooluu hin dandeenye.
.
Jaalallii kunoo akka kana, moo'uudhaaf osoo hin taane mo'amuuf, harka laachuuf meeshaa hidhannee lola itti bobbaanuudha.
Waa'een jaalalaa in faarfatama, in lallabama! Jaalala isa goota dabeessa godhu fi dabeessas jagna godhu sanaa!
.
Nuti waan biraa miti jaalalaan du'a oolle mitiree?
Jaalalli bara baraan haa moo'u!
.
@Daawwite .....join...godhaa