TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Daawwitee post

4 Feb 2021, 09:44

Open in Telegram Share Report

Nama ragaadhaaf waamame abbaan murtii gaafataa jiru.

Abbaa murtii : Namichi yeroo ajjeesu argiteettaa?

Ragaa : Yeroo ajjeesu hin argine garuu dhaga' eera

Abbaa murtii : Dhaga'uu qofaan illee akkamitti mirkaneeffamaree?

Ragaa : Dugdaa isaa abbaa murtiitti garagalchee callisee kolfa

Abbaa murtii : Eenyuutti akkas kolfita?

Ragaa : Hoo! Yooman kolfe?

Abbaa murtii : Amma yerooti kolfitu sin dhageenyee yeroo jedhu

Ragaa : Dhaga'uu qofaan akkamitti mirkaneeffama ittiin hin jedhu seetanii...kkk
.
@Daawwite ....join gochuun maxxansa guyyaa guyyaan maxxanfamu hordofaa!

Join @Daawwite

181 0 1
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot