📘📕Hundeessaan Amantaa Islaamaa Eenyu?
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin.
5:3" Amantiis Islaama isiniif jaaladheera.
ورضيت لكم اﻹسلام دينا
Yeroo Baay'ee Mishnaroota Kiristaanaa Irraa Hasofni Kijibaa Ganda Keessaa Dhagahamu *Hundeessaan Amantii Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Bara 610 AD tti * Yaada Jedhuudha.
Waan Nama Ajaa'ibu Kijiba Ragaa Irratti Hin Qabne Kana Ijoollee Mana Barnootaatti Barsiisu.
Fakkenyaaf Kitaaba Kutaa 9 ffaa Kan 'History' Irratti Akkana Jedhu :-
#The_Founding_prophet_of_islam, #mohammed(570-632 AD) was born from a Quaraysh tribe around 570 AD in mecca,...Around 610 AD , he began preaching #a_new_religion , #islam" History Greade 9 page 47
Ifa Baasee Akka Kaahetti Kijiba Lama Nuuf Dubbateera.
Tokkoffaa:- Hundeessaan Amantaa Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Jechuu Isaa.
Lammaffaa:- Amantiin Islaamaa Amantii Haarawa Jechuu Isaa.
Kijiba Kana Ragaadhaan Deebii Kennuun Dura *Islaama* اﻹسلام Jechuun Maal Akka Tahe Haa Ilaallu.
*Islaama* إسلام Jechuun Jecha *Aslama* أسلم Jedhu Irraa Kan Fuudhame Yoo Tahu "Rabbii Tokkichaaf Ajajamuu, Fedha Isaa Guutanii Argamuu,Rabbiin Qofa Gabbaruu" Jechuudha.
Namni "Rabbiin Qofa Gabbaru, Fedha Isaa Guutee Argamu, Ajaja Isaa Fudhatu" Muslima Jedhamee Beekama.
Kanaafuu Namni Ajaja Rabbii Fudhatu Nabi Muhammadiin ﷺ Dura Hin Turree?
Namni Rabbiin Qofa Gabbaru Nabi Muhammadiin ﷺ Dura Hin Turree?
Deebiin isaa Tureera Kan Jedhuudha. Kanaafuu Amantii Islaamaa Kan Hundeesse Nabi Muhammad ﷺ Kan Jedhu Eessaa Fuudhan ree? Yoo Jedhame Kun Kijiba Ganda Keessaa Kan Ragaa Tokkos Hin Qabneedha Jedhamaan.
Gama Birootiin Hundeessaan Amantaa Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Akka Hin Tahin Ragaan Keenya Nabiyyoonni Nabi Muhammad Dura Turan Amantiin Isaanii Muslima Tahuudha.
Fakkeenyaaf :- Abbaa Nabiyyootaa Jedhamee Kan Beekamu Nabi Ibrahim(عليه السلام) Muslima Turan. Amantiin Isaanii Immoo Islaama Jedhama.
3:67" Ibraahiim yahuudas kiristaanas hin taane. Garuu inni #Muslima_qajeelaa ture. Inni mushrikoota irraas hin taane.
ﻣَﺎ ﻛَﺎﻥَ ﺇِﺑۡﺮَٰﻫِﻴﻢُ ﻳَﻬُﻮﺩِﻳّٗﺎ ﻭَﻟَﺎ ﻧَﺼۡﺮَﺍﻧِﻴّٗﺎ ﻭَﻟَٰﻜِﻦ
ﻛَﺎﻥَ ﺣَﻨِﻴﻔٗﺎ ﻣُّﺴۡﻠِﻤٗﺎ ﻭَﻣَﺎ ﻛَﺎﻥَ ﻣِﻦَ ﭐﻟۡﻤُﺸۡﺮِﻛِﻴﻦَ
Nabi Ibrahim Nabi Muhammadiin ﷺ Dura Waggoota Dheeraadhaaf Turan. Rabbiin Keenya Allahn Akka Muslima Turan Nuuf Himeera. Kanaafuu Amantiin Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Dura Hin Turree ree?!
Hundeessaan (Founder) Amantii Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Akka Hin Tahin Erga Ilaallee Eenyu Ree? Jechuun Keessan Hin Oolu.
Hundeessaan Amantaa Islaamaa Rabbii Keenya Allah dha. Rabbuma Keenyatu Amantii Islaamaa Jaalatee Nuuf Kenne. Nabi Muhammad ﷺ Immoo Waan Rabbiin Keenya Gama Isaaniitti Erge Nuun Gahan Malee Of Biraa Haarawa Hin Finne.

53:3" Fedha lubbuu irraas hin haasa’u
ﻭَﻣَﺎ ﻳَﻨﻄِﻖُ ﻋَﻦِ ﭐﻟۡﻬَﻮَﻯٰٓ
53:4" Inni (wanti inni dubbatu) wahyii buufamu qofa.
ﺇِﻥۡ ﻫُﻮَ ﺇِﻟَّﺎ ﻭَﺣۡﻲٞ ﻳُﻮﺣَﻰٰ
Kanaaf Yaadni Kijibaa Kan Hundeessaan(Founder) Amantii Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Jedhu Ragaan Kufaadha Jechu.
Rabbiin Amantii Islaamaa Ofii Jaallatee Nuuf Kenne Irra Nu Haa Tursiisug3. Lammiiwwan Keenyas Haa Qajeelchu. Aamiin!
https://t.me/Dhugaan_Dhufe