Dhugaan Dhufe


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Kaayyon channel kanaa ragaa irratti hundaa'un hanga rabbi nuuf laaffisee irra barnoota amantaa kiristiyaanaaf Islaama kan irraatti dhihaatu ta'a.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


👉Ajaja namoota yookaa abbota amantii kana hordofaniin moggaafamee laataa?

📚Deebiin isaa, mitii yookaa lakkii kan jedhu ta'a. Eennuun moggaafame
ree gaafii jedhuuf deebiin isaa:

📘Maqaa Kiristaana jedhu kan moggaase Yihudoota yoo ta'u, isaanis
sababni maqaa kana moggaasaniif, Yesuus Kiristoos dandeettii
Rabbiitiin abbaa malee dhalatuu isaatti waan Yihudoonni hin
amanneef, Yesuus abbaa malee dhalate (diqaalaa) jibbaa
jedhuun, worroota isa abbaa malee dhalate hordofu jedhanii namoota
xinneessuuf yookaa arrabsuuf, moggaasa Kiristaana jedhu
moggaasanii jechuudha

ክርስቲያን: የሚለውን: ስያሜ: ማን: ሰጠው?
ክርስቲያን: የሚለው: ስም: በእግዚአብሔር: የተሰጠ: ነው? ወይስ: በኢየሱስ: ነው: የተሰየመ? ወይስ:እምነቱን: በሚከተሉ: ሰዎች: ትእዛዝ: ነው: የተሰየመው?

📚መልሱ: በእነዚህ: ሁሉ: የተሰየመ: አይደለም: የሚል: ነው። በእነዚህ: ሁሉ: ከልተሰጠ: ክርስቲያን: የሚለውን: ማን: ሰየመው?
መልሱን: እነሆ:ክርስቲያን: የሚለው: ስም: በአይሁዶች: የተሰጠ: ወይም: የተሰየመ: ሲሆን: አይሁድ: ኢየሱስ: ክርስቶስ: ያላ: አባት: በፈጣሪ: ኃይል: መወለዱን: ስላማያምኑ: አባት: የሌለውን: ኢየሱስን (ዲቃላ): የሚከተሉ: ሰዎች: በሚል: አስተሰሰብ: ለስድብ፣ ወይም: ለንቀት: ክርስትና: የሚል: ስያሜ: ሰጡት።
📘 HUB: Gabaabinnaan
Sababa amalli, haalli, hojiin, sochiin fi haasofni namootaa Yesuus
Kiristoosi fakkaata jedhanii yaadaniif, yaa worra isa abbaa malee
dhalate duukaa bu'u jedhanii namoota diqqeessuuf, worroonni
Yahuudotaa Kiristaanummaa mogaasanii jechuudha. Ragaan
dubbii kanaallee akka itti aanuu dhufutti dhihaata:

👉Followers of Jesus Christ were first called "Christians" in
Antioch (Acts 11:26 ) because their behavior , activity and
speech were like Christ. (www.gotquestions.org)
👉Hiikni isaas: Hordoftoota Yesuus Kiristoositu, yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti Kiristaana jedhamanii waamamanii.

📚ባአጭሩ
አይሁዶች: ክርስትናን: የሰየሙት: የሰዎች: ባህሪ፣ አመለካከት፣ ድርጊት፣ እንቅስቃሴ: እና: ንግግር: ኢየሱስ: ክርስቶስን: ይመስላል: ብለው: በማሰብ፣ ሰዎችን: ለማሰነስ: አባት: የሌለው: ሰውዬ (ክርስቶስን) የሚከተሉ:ብሎ: ለማጥራት: ክርስቲያን: አሉ። የዚህ: አባባል: ማስረጃም: እንደሚከተለው: ይቀርባል።

📚Followers of Jesus Christ were first called "Christians" in Antioch ( Acts
11:26 ) because their behavior , activity and speech were like Christ.
(www.gotquestions.org )
📘የኢየሱስ: ክርስቶስ: ተከታዮች: በመጀመሪያ: በአንጾኪያ "ክርስቲያኖች" ተባሉ (የሐዋርያትሥራ
11:26) ምክንያቱም: ባህሪያቸው፣ ተግባራቸው: እና: ንግግራቸው: ክርስቶስን: ይመስላል
(በሚል)።
ከላይ: በተገለጹት: ምክንያቶች፣ ደቀመዛሙርቱ: በመጀመሪያ: በአንጾኪያ: ክርስቲያን: ተባሉ። ለዚህ: ማስረጃው:የሚከተለው: ነው
📘የሐዋርያትሥራ 11:26: ባገኘውም: ጊዜ: ወደ: አንጾኪያ: አመጣው። በቤተክርስቲያንም: አንድ: ዓመት: ሙሉ: ተሰበሰቡ፥ ብዙ: ሕዝብንም: አስተማሩ፤ ደቀመዛሙርትም: መጀመሪያ: በአንጾኪያ: ክርስቲያን: ተባሉ።

👉Bartoonni jalqaba duraatiif eessatti Kristiyaanota jedhamanii
waamamanii?
Sababa asii olitti ibsame irratti hundaahuun, Bartoonni jalqaba duraatiif
Anxokiyaatti Kristiyaanota jedhamanii waamamanii jechuudha. Ragaan
kanallee akka itti aanutti dhihaata:
📘Hojii Ergamootaa 11:26 Yeroo isa argatettis, gara Anxokiyaatti isa fide;
waggaa sana guutuu waldaa sanaa wajjin wal arganii, namoota danuu
barsiisaa turan. Bartoonni jalqaba duraa Anxokiyaatti Kristiyaanota
jedhamanii waamaman.

📘የሐዋርያት ሥራ 11:26 ባገኘውም ጊዜ ወደ አንጾኪያ አመጣው። በቤተ ክርስቲያንም
አንድ ዓመት ሙሉ ተሰበሰቡ፥ ብዙ ሕዝብንም አስተማሩ፤ ደቀ መዛሙርትም
መጀመሪያ በአንጾኪያ ክርስቲያን ተባሉ።
👌Sababa maaliitiif, amantiin Yesuus kiristoos, Kiristaana jedhamuun hin danda'amne?


.......


https://t.me/Dhugaan_Dhufe


'Kiristaan' jechi jedhu, jecha maal jedhamu irraa mogaafame?
'ክርስቲያን' የሚለውቃል: ከምን: ቃል: ነው: የተወሰደው?

Christian drives from the Greek word 'Christos'
(Oxford Dictionary)
Hiikkaan isaa, Kiristaanumman jecha Griik, 'Kiristoos' jedhamu irraa kan mogaafameedha .

ክርስቲያን 'ክርስቶስ' ከሚለው: የግሪክ: ቃል: የተወሰደ: ነው::
كلمة Chritstain " مشتقة من الكلمة Greek" كريستوس" )قاموس أكسفورد(
👉Hiikni 'Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?
'ክርስቲያን' የሚለው: ቃል: ፍች: ምን: ማለት: ነው?
The word "Chritstain" literally means, belonging to the party
of Christ or a followers of Christ . ( www.gotquestions.org)
👉Hiikkaan Isaa Jechi "Kiristaana" jedhu, jecha jechaan yoo
ibsamu, Woldaa Kirstiitii miseensa ta'u. Yookaa ammoo
Hordoftoota Kiristii ( Yesus Kiristoosi) jechu.

“ክርስቲያን”: የሚለው: ቃል: በቀጥታ: ሲተረጎም: የክርስቶስ: ወገን: ወይም: የክርስቶስ: ተከታዮች: መሆን: ማለትነው።
”كلمة Chritstain “تعني حرفيا ، االنتماء إلى حزب المسيح أو أتباع المسيح
👉Kiristaana maqaa jedhu eennutu mogaase?
👉Kiristaana maqaa jedhu Waaqatu moggaase moo?
👉Yesuuusiinmoggaafamee moo?


📘📕Hundeessaan Amantaa Islaamaa Eenyu?

Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin.

5:3" Amantiis Islaama isiniif jaaladheera.
ورضيت لكم اﻹسلام دينا

Yeroo Baay'ee Mishnaroota Kiristaanaa Irraa Hasofni Kijibaa Ganda Keessaa Dhagahamu *Hundeessaan Amantii Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Bara 610 AD tti * Yaada Jedhuudha.

Waan Nama Ajaa'ibu Kijiba Ragaa Irratti Hin Qabne Kana Ijoollee Mana Barnootaatti Barsiisu.

Fakkenyaaf Kitaaba Kutaa 9 ffaa Kan 'History' Irratti Akkana Jedhu :-

#The_Founding_prophet_of_islam, #mohammed(570-632 AD) was born from a Quaraysh tribe around 570 AD in mecca,...Around 610 AD , he began preaching #a_new_religion , #islam" History Greade 9 page 47

Ifa Baasee Akka Kaahetti Kijiba Lama Nuuf Dubbateera.
Tokkoffaa:- Hundeessaan Amantaa Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Jechuu Isaa.
Lammaffaa:- Amantiin Islaamaa Amantii Haarawa Jechuu Isaa.

Kijiba Kana Ragaadhaan Deebii Kennuun Dura *Islaama* اﻹسلام Jechuun Maal Akka Tahe Haa Ilaallu.

*Islaama* إسلام Jechuun Jecha *Aslama* أسلم Jedhu Irraa Kan Fuudhame Yoo Tahu "Rabbii Tokkichaaf Ajajamuu, Fedha Isaa Guutanii Argamuu,Rabbiin Qofa Gabbaruu" Jechuudha.
Namni "Rabbiin Qofa Gabbaru, Fedha Isaa Guutee Argamu, Ajaja Isaa Fudhatu" Muslima Jedhamee Beekama.

Kanaafuu Namni Ajaja Rabbii Fudhatu Nabi Muhammadiin ﷺ Dura Hin Turree?
Namni Rabbiin Qofa Gabbaru Nabi Muhammadiin ﷺ Dura Hin Turree?

Deebiin isaa Tureera Kan Jedhuudha. Kanaafuu Amantii Islaamaa Kan Hundeesse Nabi Muhammad ﷺ Kan Jedhu Eessaa Fuudhan ree? Yoo Jedhame Kun Kijiba Ganda Keessaa Kan Ragaa Tokkos Hin Qabneedha Jedhamaan.

Gama Birootiin Hundeessaan Amantaa Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Akka Hin Tahin Ragaan Keenya Nabiyyoonni Nabi Muhammad Dura Turan Amantiin Isaanii Muslima Tahuudha.
Fakkeenyaaf :- Abbaa Nabiyyootaa Jedhamee Kan Beekamu Nabi Ibrahim(عليه السلام) Muslima Turan. Amantiin Isaanii Immoo Islaama Jedhama.

3:67" Ibraahiim yahuudas kiristaanas hin taane. Garuu inni #Muslima_qajeelaa ture. Inni mushrikoota irraas hin taane.
ﻣَﺎ ﻛَﺎﻥَ ﺇِﺑۡﺮَٰﻫِﻴﻢُ ﻳَﻬُﻮﺩِﻳّٗﺎ ﻭَﻟَﺎ ﻧَﺼۡﺮَﺍﻧِﻴّٗﺎ ﻭَﻟَٰﻜِﻦ
ﻛَﺎﻥَ ﺣَﻨِﻴﻔٗﺎ ﻣُّﺴۡﻠِﻤٗﺎ ﻭَﻣَﺎ ﻛَﺎﻥَ ﻣِﻦَ ﭐﻟۡﻤُﺸۡﺮِﻛِﻴﻦَ

Nabi Ibrahim Nabi Muhammadiin ﷺ Dura Waggoota Dheeraadhaaf Turan. Rabbiin Keenya Allahn Akka Muslima Turan Nuuf Himeera. Kanaafuu Amantiin Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Dura Hin Turree ree?!

Hundeessaan (Founder) Amantii Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Akka Hin Tahin Erga Ilaallee Eenyu Ree? Jechuun Keessan Hin Oolu.
Hundeessaan Amantaa Islaamaa Rabbii Keenya Allah dha. Rabbuma Keenyatu Amantii Islaamaa Jaalatee Nuuf Kenne. Nabi Muhammad ﷺ Immoo Waan Rabbiin Keenya Gama Isaaniitti Erge Nuun Gahan Malee Of Biraa Haarawa Hin Finne.

5:3" Amantiis Islaama isiniif jaaladheera.
ورضيت لكم اﻹسلام دينا

53:3" Fedha lubbuu irraas hin haasa’u
ﻭَﻣَﺎ ﻳَﻨﻄِﻖُ ﻋَﻦِ ﭐﻟۡﻬَﻮَﻯٰٓ

53:4" Inni (wanti inni dubbatu) wahyii buufamu qofa.
ﺇِﻥۡ ﻫُﻮَ ﺇِﻟَّﺎ ﻭَﺣۡﻲٞ ﻳُﻮﺣَﻰٰ

Kanaaf Yaadni Kijibaa Kan Hundeessaan(Founder) Amantii Islaamaa Nabi Muhammad ﷺ Jedhu Ragaan Kufaadha Jechu.
Rabbiin Amantii Islaamaa Ofii Jaallatee Nuuf Kenne Irra Nu Haa Tursiisug3. Lammiiwwan Keenyas Haa Qajeelchu. Aamiin!






https://t.me/Dhugaan_Dhufe


السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Channel kun ragaa irratti hunda'uun dhugaa jirtu kan dhiheessu yoo ta'u innis amantii Islaamaa fi kiristaana irraatti xiyyeefata sababa ta'eef obboleeyyan keessaniti share godha group gara gara irratis share godha

4 last posts shown.

108

subscribers
Channel statistics