😜 Dhugooma Abjuu 😘


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


: : ★
: ★

★★★★★✍✍✍
channel kana jallati
🚩bashanansisa
🚩walalo fi
🚩bacoo jechaa mimiidhagaa ni arkatuu.
Waanti issin irraa eggamu channel kenya join gottani itti fayydamu qofa.

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter
















Forward from: Ummy Art PROMOTION
.Waa afur "4" Rabbi siif haa kennu.
1. Iimaana guutuu
2. Rabbi sodaatuu
3. Qananiin jiraatuu
4. Umrii dheeratuu... Amiin
Waa afur rabbi siif haa laaffisu.
1. Kheeyrii hojjachuu
2. Haraam eegachuu
3. Dilii rraa towbachuu
4. Ibaadaa hojjachuu... AMIIN
Nama waa afur qabu rabbi sihaa godhu
1. Kabajamaa namaa
2. Jaalala namaa
3. Quuqama sabaa
4. Farra kijibaa... AMIIN
Waa afuriin rabbi sihaa shallamu.
1. Aalima saahibuun
2. Haadha fi abbaa kabajuun
3. Kheeyritti nama ajajuun
4. Hamtuu rraa nama dhoorkuun... Rabbi siif haa kennu AMIIN
- BALLOO isii booda RAKKOON hin jirre
- GAMMACHUU isii booda GADDI hin jirre.
- ARKATA isa booda DHABNI hin jirre
- JAALALA isa booda JIBBAAN hin jirre...
Du'a afur Rabbi sirraa haa qabu.
1. Dargagummaan du'uu
2. Dingatatti du'uu
3. Konkolaataan du'uu
4. Haraam Irratti du'uu. AMIIN
Ya Rabbi nama Aamiiiin ja'e cufaafuu qeebali.
Aamiiiin allaahumma Aamiiin... jedhii

Share godhuu namotaa 100f hin dagatin JZK....
_
Wan haraa argachuuf Join godhuu
https://t.me/joinchat/AAAAAESpcWeTL0W3huSFVQ


Forward from: Love
Islaamummaan
Lubbuu keenya
isii waliin qabrii
seennaa. Like Godhii in
dagatin islamaa yoo tatee
Namaa 50 fis sher godhii ni milkoftaa Inshallah








"H A R M E E"
Yaa tan anaaf yaaddu
Waan hunda dursitee,
Maal dhabde maal feeta
Ilma kan koo jettee.
...
Kan qabne barbaaddee
Fiddee anaaf laattaa,
Anum-gammachiisuuf
Dakaaf baddaa baataa.
...
Shururuu na godhaa
Kabdee na ol qabdee,
Nyaachistee na obaasta
Ofii immoo agabdee.
...
Kan at-naaf mudatte
Mara hin dubadhu,
Harmee too umrumaan
Bulii naaf dheeradhu.
...
Tan jijjiirraan qabne
Si dhabuun dandayu,
Naaf jiraadhu yoomuu
Kan hafeen walitti deebinaa
Nagan naaf jiraadhaa
yaadaf @fam_corious
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🖋🖊🖌🖍#Join 🎙🎙🎙🎙🎙
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://telegram.me/Dhugooma_abjuu


Forward from: 𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞
[Yaa maalikal muluuk
Waahidul qahhaarii
Hidaayaa nuuf kennii
Taqwaadhaan nu jaari

Jum'aa barakaadhaa
Cufaa kullii sharrii
Kan keessa banamuu
Masjiidonni marii
Nuuf taasis jabbaarii

Of argine kunoo
Nuuf dhiisii yaa rabbi
Araarama keetiin
Ati irra nuuf darbi
🤲🤲🤲🤲🤲
Aminii yaa rabbii
Jum.aa garii](t.me/keyralumma)




Forward from: @marcadorbot
🌷Gaaffiif deebiinkeenya arraa
Kana fakkaata👇
         ➖➖➖➖➖➖
           @Ibnuabbaas✍️

✅ Balbala/ulaa jannataa keessaa kan worra soomanaa male inseenu jedheme balbala/ulaa kami
1. Ka'usar
2. Baabul kuldi
3. Baaburrayyaan
4. Fordoos

🙋‍♂️Yaada Qabdanuuf 👇asiin
nuun gahaa
👉 @Ibnuabbaas




Forward from: Robale Tube
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
━━━━━━━━━━━━━━━━━
Afaan Oromoo yoo hin jalaannee akkamitti Afaan biroo jalaachuu dandeenya?

Chaanaloota Afaan Oromoo jalaatamoo isiiniif dhiyeessinee kanneen itti dabalamuun (Join gochuun) Afaan keenyas guddisaa irraas baraadha.

━━━━━━━━━━━━━━━━━
If you need to register your channel inbox @robi17

POWERED BY @HawiPromotion





20 last posts shown.

855

subscribers
Channel statistics