Baankiin Addunyaa gargaarsa Itoophiyaa doolara biliyoona lama haqe:
Gargaarsi kun dhiibbaa COVID-19 diinagdee irratti uumuu dandamachuu fi riifoormii diinagdee biyyaa(home grown economic reform) hojiirraa oolchuuf oola. Doolarri biliyoonni lamaan kun bifa liqii fi kennaatiin kan Itoophiyaadhaaf kennamu ture.
Madda: Wazema radio
@Gaaddisatokkummaaislaamaa