💥Kana beektuu?
Rabbiin keenya waan gaarii ykn hojii kheyrii qabu kamuu Ennaa raawwanne kudhaniin baayyisee nuuf qaba. Kheyrii kudhan yoo hojjanne dhibbaan(100)godhee jechuudha. Hubadhaa kudhan Kan jenne kun Isa dirqamaati. Ykn gad_aanaa(minimum)Isa jennuudha. Kanarraa jalqabee hanga dachaa 700ttis nuuf qaba. Garuu gaafa waan sharrii/hamaa tokko dalagne ammoo, Tokkittiidhuma godhee nuuf kataba. Baayisuun hin jiru.
Alhamdulillah akka badii dalagaa oolluun osoo baayyifamee katabama ta'ee silaa akkam keenya taana?
✨🌟Rahmaan waan rahmata godhaa ta'eef rahmata isaarraa kana nuuf arjoome.
🔊barruu kana share gochuun hiriyoota Keessan biraan ga'aa! Like❤️ gochuun ammoo nu jajjabeessaa!!!
@islamumanqaromina
@Islamumanqaromina