Islaamummaan sidhabeef homaa hin ta'u, Kan biroo qaba waan ta'eef. Garuu ati Islaamummaa dhabdeetta taanaan waan hunda si mataakees dabalatee dhabda. Jireenyi Islaamummaa malee jiraatan jireenya hin jedhamu. Sababni isaas Lubbuu Kee ibiddatti Oofaa jirta waan ta'eef.
#ISLAAMUMMAA
https://t.me/Islamumanqaromina
#ISLAAMUMMAA
https://t.me/Islamumanqaromina