Forward from: Sule Awal
Obbo Jawaar Mohaammad ‘KFOtti makamuuf gaaffii dhiheeffatee fudhatama dhabe’ jechuun oduun marsaalee hawaasaa irratti odeeffamaa jiru soba ta'uu dura taa’aan KFO pirofeesar Mararaa Guddinaa BBC'tti himan.
Obbo Jawaar paartii kamitti makamuu akka fedhan waan beekan akka hin qabne himaniiru.
Hanga ammaattis Obbo Jawaar karaa ifa ta’een paartii keenyatti dabalamuuf gaaffiin dhiheeffate hin jiru jedhan.
KFO'n ABO waliin gara qindoominaatti dhufuuf mariin eegalame garuu ittuma fufee jiraachuu himan.
Maddi BBC Afaan Oromoo
@ElemooJaarraa
@OMNdameeJimma