Sule awwal


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Ogeessa miidiyaa hawaasa qunnamuuf
@omnDJ
@OLWBO
@omnDameeJimma

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: Sule Awal
#OMN

GAMTAA BARATTOTA OROMOO IRRAA
Kabajamtoota ilmaan oromoo gocha aggaammiin duguuggaan sanyii nafxanyaa isinirra gahe nurra gahe hundaaf furmaataaf jennee qaamaa mootummaa sadarkaa barnootaa barnootaa federaalaa kaasee hanga mootummaa naannoo oromiyaatti gaafannee turre. Haata'u malee yaada walfakkaataa sagalee barattootaa kana ukkaamsu qofa nuu deebisaa turan.ta'us nutis hang furmaata argannutti egeree siyaasa biyya kanaatif barattoonni barnoota isaanii dhaban kun gaarummaa akka hin qabaanne akeekkachisa jiru itti himaa turree jirra.hayyuun keenyarree akka waa'ee keenya hin dubbanne nageenya buufne police naannoo baafne federaalatu bulchaa jira jechuudhaan kijibaa turan.dhugaan qallatti malee hin cittu akkuma jedhan baga gammaddan baga gammanne guyyaa har'aa kana hayyuu guddicha abbaa qeerroo bira deemnee haqa jiru carraa dhumaaf itti himnee turre.yaada keenyas 100% fudhatanii dhimma keenyarratti ajandaa haaraadhaan paartilee siyaasaa Oromoo waliin ta'uudhaan mootummaa murtii haqaa akka kennu nitaasifna jechuun waadaa nuuf galaniirBaalchaa
kanarra dhaabannee qabsoo keenya akka itti fufnu waamicha dabarsini.hundumtuu haa dhaga'u.koree gamtaa barattootaa Unv NA Finfinnee irra.1,Deribaa Gurmessa
2,Debisa Chimdessa
3,Dheeressaa Guyyaasaa
4,Jafar Adam
5,Tarreessaa Baalchaa

@OMNDAMEEJIMMA

@GADAAMELBAA1


Forward from: GADAA MELBAA
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 @GADAAMELBAA1 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤



👉👉 @GADAAMELBAA1

👉👉 @OMNdameejimma



🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa


⚡️: @magarssa

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

JOIN

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅


Forward from: Sule Awal
💔💚💔 ❤️💚❤️ ❤️💚❤️


💝uduu gammachiisaa hordoftoota Telegiraama hudhaaf chaanaalonni oduu afaan oromootiin dabarsan namoota jajjaboodhaan hundaahee isiniif dhihaatee jira filadhaa. 💝


Omn damee Jimma

@OMNDAMEEJIMMA


Shanan gibee maaltu dhibe
@jolobbis

Sule awa
@Elemoojaarraa

Boontuu ayyaana
@boontu

https://t.me/GamtaaBarattootaOromoo


💔💚💔 ❤️💚❤️ ❤️💚❤️


💝uduu gammachiisaa hordoftoota Telegiraama hudhaaf chaanaalonni oduu afaan oromootiin dabarsan namoota jajjaboodhaan hundaahee isiniif dhihaatee jira filadhaa. 💝


Omn damee Jimma

@OMNDAMEEJIMMA


Shanan gibee maaltu dhibe
@jolobbis

Sule awa
@Elemoojaarraa

Boontuu ayyaana
@boontu


Forward from: GADAA MELBAA
⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️⚪️
Best Afaan Oromo Channel ever
Just
Join
And
Share

⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️

👉 @GADAAMELBAA1
👉 @OMNdameejimma


Kan Hafee yoo jiraate @magarssa naa beksisaa
Hora Bulaa Debanaa!


Forward from: Sule Awal
#OMN

Waajjirri ABO magaalaa Waanbara keessatti baname!

Addi Bilisummaa Oromoo Naannoo Benishaangul Gumuz keessatti waajjira isaa bakka hawwaasni Oromoo jirutti banuu irratti argama. Kanas dhugomsuuf jila isaa hoganoota ABO miseensota Gumii Sabaa Jaal Kennasaa Ayyaanaa, Jaal Biiftuu Qadiidaa fi Jaal Malkaa Danuu gara sanatti gaggeesse jira. @omndameejimma


Forward from: Sule Awal
#OMNDJ

Kol.Gammachuu Ayyaanaa Essatti Qabame, Maalin Himatame?
Baatii 1 Dura Dr. Abiyyi Ahimed Kol.Gammachuu Mana Hidhaatii Waamee Dubbisuuhoo Quba Qabduu? Maal Walitti Haasa'an Laata? Dr.Abiyyi Maal Jedheen Laata?
Ilmaan Oromoo Meeqa Akka Mana Hidhaa Jiran Hoo Ni Beektuu?
Baarentuu Gadaa Waliin Turtii Taasiseera!
Hundumaa ONN Coming Soon!

@OMNDAMEEJIMMA


Forward from: GADAA MELBAA
⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️⚪️
Best Afaan Oromo Channel ever
Just
Join
And
Share

⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️

👉 @GADAAMELBAA1
👉 @OMNdameejimma


Kan Hafee yoo jiraate 👉@magarssa 👈 naa beksisaa
Hora Bulaa Debanaa!


SBO Sagalee bilisummaa oromoo
https://t.me/wwwSQB


Forward from: Sule Awal
Partin Bilxiginaa ottu waalgahi mana mare EPRDF waame hin mari'atin ottu hoganaa issa hin filatiin bordin fillanoo biyyoolesa warqaa ragaa kan bekaamti kenefi jira. Adde Burtukan Midhaksa nutti qoosa jirti. Innumayu maalif fillanno dhufu Bilxiginan injjifate jira jete amuma nuti hin himne?

ብልጽግና ፓርቲ (ፒፒ) ጠቅላላ ጉባኤ ሳያካሂድ የአመራር ምርጫ ሳያደርግ
በምርጫ ቦርድ እውቅና ተሰጥቶታል።
ብርቱካን ሚዴቅሳ ቀልደኛ ሆናለች።
አንደኛዋን ለምን ከወዲሁ ፒፒ ምርጫውን አሸንፏል ብላ አታውጅም?
@ElemooJaarraa
@OMNDAMEEJIMMA


Forward from: Sule Awal
Hamza Borana
Ergaa gabaabaa waa'ee hiriira nagayaa jimaata dhufu
geggeeffamu ilaalchisee
Hamileen ilmaan naafxanyaa tokkummaan keenyan caba.
Dhugaa keenyas waliin dhaabbachuu keenyan ba'a. Injifannoon
bara baraa humna tokkoome keessan dhufa.
Jidduu kana shira ilmaan naafxanyaa naannoo isaanitti
xaxaniin oromiyaan akka gubattu hawwaa turan tokkummaa
ummata keenyaatin fashalaa'u qofa osoo hin taane,
tokkummaa dhagaa bu'uuraa irratti ijaarame irra deebin
haaromsatee jira.
Ummata yeroo hunda dammaqaa ta'ee fi yaadan waliif beeku
akkanaa irraa dhalachuun carraadha.
Kanaafuu wixxifannaa ilmaan naafxanyaa yeroo dhumaatif
boollota atseewwaniitti isaan awwaaluuf, ummanni keenya
amantaa kamiiyyuu hordofu waliin bahee mormii dhumaa akka
dhageeffatuu fi injifatamuu isaanii ifaan ifatti itti himee wabii
nageenya isaa akka mirkaneeffatu dhaamsa koo dabarsuun
barbaada.
@Omndj
@OMNDAMEEJIMMA


Paartiin Badhaadhinaa Boordii Filannoora Beekkamtii Argate

Finfinnee Bokku Media

Boordiin filannoo biyyaalessaa Ityoophiyaa haala gaaffiiwwaan galmee paartiiwwanirratti murtee garagaraa dabarseera. Boordiin filannoo biyyaalessaa Ityoophiyaa gaaffii beekkamtii fi Aasxaa paartichaa raggaasisuu ilaalchisee murtee dabarseera.
Bu’uuruma kanaan:- miseensa ADWUI kan turaan paartiwwaan sadii fi paartiwwaan shan kanneen walitti makkamuun paartii Badhaadhinaa uumuu beeksisuun beekkamtii fi sertifikaattiin akka kennamuuf
Muddee 24, 2012 barreeffamaan Boordiin filannoo biyyaalessaa Ityoophiyaa kan dhiyeeffatan yoo ta’u, boordichi qorachuun murtee kenneera.

@OMNdameeJimma


Forward from: Sule Awal
#DHUGAA_GUDDOO
#VIA_Raayyaa_Abbaamacca
Baalee Gobbaa Abbootiin Amantaa kirstaanaa Ummata
muslimaa waliin tahuudhaan masjiida Naanno Amaaraatti
gubate balaaleffataa oolan.
Galatoomaa jenna. @omndameejimma


Forward from: Sule Awal
#OMNDAMEEJIMMA

Jiraataa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaa Ganda Caancoo Birraatee kan turan maanguddoon gannaa 78 Obbo Abdiisaa Hinsarmuu Sanbata darbe boqotanillee lafa
awwaalchaa argachuu hin dandeenye jedhan maatiin isaa.

Manni amantaa Ortodoksii Gabreelii kan ganda Caancoo birraatee maanguddoon boqotan kun hordofaa amantichaa hin turre jechuun abbaasaa owwaala akka dhowwan ilmi isaanii Sirnessaa Abdiisaa himeera.

"Abbaan kiyya erga waaqeeffataa ta'ee waggaa tokko guuteera."

"Sanbata galgala saatii lamatti kan inni boqote. Namni kun amantii kana hin hordofu waan ta'eef iddo kanatti
awwaalamuu hin danda'u jedhanii nu dhorkan," jedha.

Erga dhorkamanii booda filannoo waan dhabaniif maatiin "oyiruu isaa irratti isa awwaalle" jechuun dubbata Sirneessaan.

Dura Taa'aan Waalda Waaqeffattootaa Godina Showaa Lixaa Obbo Fayyisaa Lammaa iddoo barsiisa Waaqeffannaafi awwaalchaa irra deddeebiin bulchiinsa aanaa gaafannullee deebii hin arganne jedhu.
"Akkaataa heerri biyya kanaa keyyata 27/1 nu deeggaruun, amantii tokkoof ulaagaa tajaajila awwalchaafi iddoon
kadhannaa kennamuufi qaba kan jedhuun, qaama bulchiinsa aanaa, magaalaa gandaafi bulchiinsa lafaa gaafachaa turre."

@OMNdameejimma


Forward from: Sule Awal
#OMN

Guyyaa har'aa Hiriirri gubachuu masgiidota Mooxaa balaaleffatu magaalaa sulultaatti gaggeeffamaa jira.
Hiriirri bifa naamusa qabuufi naga-qabeessa ta'een uummanni mormii isaa ibsachaa jira.

@OMNdameejimma


Forward from: Sule Awal
​​Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen magaalaa Gondar akka hin seenne dhoorkaman

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
December 24,2019

Majlisni magaalaa Gondar Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen 'magaalaa dhaloota isaanii akka hin seenne' jechuun waajjira bulchinsaafi nageenya naannichaa gaafate. 'Yoo isaan gara magaalichaa dhufan ammoo tohatamanii akka hidhaman' jechuun xalayaa kan barreesse tahuu gabaafame.

Dararaa Muslimoota naannichaarratti raawwatamaa jirtu Ulamaafi ummanni Muslimaa bakka jiruu ka'ee hadheeffatee balaaleeffataa jiraachuun ifa.

Haqa isaanii sarbameef diddaan Muslimoonni dhageessisaa jiran bulchinsa naannoo Amaaraa hin gammachiifne. Kanaaf hayyoota Muslimaa naannichatti dhalatan maqaa balleysuufi gara-jabeenyaan tarkaanfii irratti fudhachuuf dhama'aa jiraachuu odeeyfannoon ni addeessa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa. @Elemoojaarraa


Forward from: K.T Latii man
#Duratti_Bara_Durii

Bara Haayulee Fidaa
Barataan bu'aa malee
Hin qabu hidaa!

Bara Mootummaan Jiru
Yeroo barumsi sirrii
Barataan wal kuffisuuf
Waliif hin xaxxu kirrii !

University galuufuu
Harkaaf Milaan Kaata
Hardha osoo dubbiisu
Uleef dhakaadha baata!

Du'aaf jireenya gidduu
Lubbuun keenyaa garlamee
Mootummaatis himaneerra
Haga hardha nuuf gamee!

Maltu wal irraa dheessa
Rafuun silaa hin jiru
Halkaniif guyyaa teessa!

Waliin ciisuun hafeera
Dabareedhaani rafa
Abaasha sodaatanii
Barumsaa dhisuun fafa!

Jette ijoolleen keenya
Kan jirtu biyya #ormaa
Biyya Qomcee taa'ee
#DHUGAA_OROMIYAAF_MORMA



@OroStsUniversity
Join gochuun wal haa jabbessinu
By K.T Latii man
@latiiman


Sule Awal:
Boontuu ayyaana
Yaada chaanaal keenya OMN irraa qabdan nuuf laadha. Qabsoon keenya laafuu akka hin qabne hubattanii akka wol tumsitan miidiyaa keenya kanas akka nuuf beeksifta ani boontuun hujjettuu Omn Damee jimmaati yaadaafi ergaa yoo qabaattan
@olwbo
@Orofd
@omnDJ
https://t.me/boontuu




Forward from: Sule Awal
Obbo Jawaar Mohaammad ‘KFOtti makamuuf gaaffii dhiheeffatee fudhatama dhabe’ jechuun oduun marsaalee hawaasaa irratti odeeffamaa jiru soba ta'uu dura taa’aan KFO pirofeesar Mararaa Guddinaa BBC'tti himan.
Obbo Jawaar paartii kamitti makamuu akka fedhan waan beekan akka hin qabne himaniiru.
Hanga ammaattis Obbo Jawaar karaa ifa ta’een paartii keenyatti dabalamuuf gaaffiin dhiheeffate hin jiru jedhan.
KFO'n ABO waliin gara qindoominaatti dhufuuf mariin eegalame garuu ittuma fufee jiraachuu himan.

Maddi BBC Afaan Oromoo
@ElemooJaarraa
@OMNdameeJimma

20 last posts shown.

68

subscribers
Channel statistics