@KIRKIRA _JIREENYAA


Channel's geo and language: Somali, Somali
Category: Other


Gufuu jireenyaa
Jireenya keessatti wantoota namni hin tilmaamne
rakkoolee fi gufuulee  adda addaattu nama mudata.
gufuu jireenyaa kan dandamachuuf immoo
dandeetti gad fageenyaan yaaduu
gabbifachuu fi Obsa qabaachuun murteessaadha.
@Gufuu_Jireenyaa

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Somali, Somali
Category
Other
Statistics
Posts filter


#Gatii kee adda baafadhu:gatii kee hubadhu,akka isaan murtoo fi hojii kee qajeelchan.hojiiwwan gatii keetiin wal siman irratti xiyyeefachuun itti fuufinsa fi kaka'umsa siif dabala.

#Dubbisi_ni_dubbata_yoo_beekte_ofirraa_gata.




Jireenya kee ofii keetii akka jaalattutti jiraadhu.
Namoonni akka sirraa jaalattaniitti jiradha yoo jiraate guyyaa tokko barbaadde argachuudha dhub


#Kitaaba Eebbisaa Baayisaa "Abjuu koo hin gurguru" jedhu keessaa kan fudhatame.

"Qabeenyi Addunyaa kanaa guutummaan isaa Harka Namoota dhibbantaa Ja'aa (6%) qofa kan jiru yoo ta'u, Namoonni muraasni itti bashannananii Biliyoonanni  garuu fedhiiwwan  Bu'uraa isaanii guuttachuu dhabuun ciniinsifachaa jiraatu"

"Jireenyi Namoota kaaniif hin jiraatamne jireenya jiraatame otoo hin taane, jireenya qisaasa'eedha. Jireenyikee jireenya jedhamee lakkaa'amuuf ulaagaan guddichi jireenya namootaa isaan kaanii tuquu danda'uu keeti"
Jechuun dubbata!
Jireenyi nuti jiraannu namoota kan biroof maal buuse laata? Namoota naannoo keenya jiraatan dhiibbaa gaarii irratti uumaa oollamoo? Hamilee isaanii cabsaa jiraanna?
Jiraachuu keenyaan namoota kaaniif jireenyi nii salphatee? Moo Itti ulfaatee?
Dubbisaa Akkuma Deemteen Gidduu kitaabichaa keessatti "Hojii gaarii hojjechuuf yeroon hunduu sirriidha" jedha
Namootaaf jiraachuu Haa shaakallu, kitaabicha guutummaa isaa dubbisaa
❤Galatoomaa!🙏




#Bilisummaa_Sammuu!
GORSA QAJEELTOO MILKAA'INA JIREENYAA:
1. Eessaan dhufe, Eessattin deema,
Maaliifin uumamee bari.
2. Seera uumaa (natural law) kabaji.
3. Yeroo hunda dhugaa dubbadhu, haqaan hojjedhu.
4. Amala gaarii, namooma, amanamummaa, naamusa kkf qabaadhu.
5. Jibba dhala namaa kamuu ofirraa balleessi.
6. Nama miidhuu irraa fagaadhu
7. Karaa qaxxaamuraa fi daba cubbuu irraa fagaadhu.
8. Amantii qabaadhu, Rabbi kadhachaa sodaadhu
9. Haadhaa fi abbaa, maatii keetiif tola oolii gammachiisi.
10. Hiriyaa gaarii filadhu
11. Mul'ata qabaadhu
12. Baradhu, barreessi, dubbisi, beekkumsa horadhu.
13. Hanga duututti barataa ta'i.
14. Dubbachuu fi hojjechuu dura hubachuu bari.
15. Jaarsolii fi Manguddoo irraa beekkumsa argadhu.
16. Du'a akka hin oolle yaadadhu.
17. Taa'uu hin baay'isin sochoo'i, deemii dalagi.
18. Nama qormaata irra furmaata; Boo'icha irra moo'icha irratti xiyyeeffadhu.
19. Waan dabre yaadachaa hin oolinii dhiisi fuuldura ilaali.
20. Keessummaa ykn nama hayyuu waliin haasa'i irraa baradhu
21. Seenaa namoota gaggaarii fi milkaa'anii dabranii dubbisi.
22. Gufuu si mudatu osoo hin dhiphatin akka carratti fayyadami; kufaatiif harka hin kennin obsi.
23. Oduu dhaggeeffachuu fi Miidiyaa hawaasummaa online baay'isin.
24. Namoota si caalan irraa baradhu malee itti hin hinaafin.
25. Namoota gowwaa, hamaa, jibbaa, hinaafaa, haasida, fakkeessaa, sobaa, abdi kutataa kkf irraa fagaadhu.
26. Hedduu dubbachuu hin baay'isin
27. Waan namni akka siif tahu feetu dursii namaaf tahi.
28. Qorichoota si macheessan dhaabi
29. Halkan yeroon (sa'aa 3 - 4) hirriiba rafi
30. Ganamaan dammaqi
31. Ispoortii hojjedhu
32. Nyaata gosaa (kudraa fi mudraa baay'isi; cooma, soogiddaafi sukkara hir'isi) fi hamma isaa hanga danda’ame madaalii nyaadhu.
33. Namootaaf dhiifama gochuu aadeffadhu, araaramaa fi waliigalaa ta'i.
34. Miira dorgommii fi naman caalaa ofirraa balleessi.
35. Fedhii, hawwii fi miira kee daangeffadhu.
36. Fudhataa osoo hin taane kennataa ta'uun beekkami. Nama rakkataa gargaarii arjaa ta'i.
37. Waan fedhii itti hin qabne hin hojjetin
38. Waan dhala namaa fayyaduu fi yoomuu itti yaadatamtu dalagi.
39. Yoomuu hin boonin, of hin tuulin, fiinxaalessa hin ta'in dhala namaaf jiddugaleessa ta'i.
40. Ofii gaarii ta'ii "Cubbuu fi Irbuu" irraa fagaadhu.
#Baŕreessaa:Anwar Ahmed

1k 0 14 2 14

Forward from: Milkaa'ina jireenyaa✍
🇺🇸🇺🇸🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲

DV Guutuuf guyyaa tokko qofatu hafee hamma yoonaatti hin guutne yoo ta'e carraan kun akka isin jala hin dabarre.
Namoota 150 ol ta'aniif karaa online amanamummaan guunnee "certificate" ergineerra. Carraan kun akka isin jala hin dabarre!

👇👇
1️⃣Footoo kee gurdii kan yeroo dhihoo kaatee
2️⃣Maqaa kee guutuu
3️⃣Bakka fi bara dhalootaa
4️⃣Email
5️⃣Lakkofsa bilbilaa
6️⃣Sadarkaa barnootaa
7️⃣Haala maatii(maatii qabda moo kophaa dha?)

Kanneen ergaa isiniif guunna👆👆👆Guutachisuudhaaf 👉👉👉@Me_vs_Me_1 Dubbisaa


"Major star" Tapha airdrop dhaabbanni telegram nuuf fide Akka coin tti jijjiranuuf , gift adda itti walii kenninuuf nu fayyaduudha. Garuu xumuramuuf guyyaa 5 qofatu.

Akka salphati hin lalinaa

Waan nama fayyadu kamuu yaaluun gaarima!

Link gadii kanaan seenuun #star walitti qabatu dandeessu warri dura hin seenne
👇👇


https://t.me/major/start?startapp=7396731465


Airdrop Kana kan hundeessa nama notcoin hundeesse fi Ton waliin hojjetudha

Hojii kana irratti task haaraan dabalamee jira

Hojiin kun waan biizii nama godhu hin qabu
Start gootanii task 4 qofa hojjettanii dhiiftu

Yoo coin dabalataa argachuu barbaaddan immoo linkii keessan nama affeertu

namni hin jalqabne yoo jiraate ammuma jalqabaa

Jalqabuuf👇👇👇👇
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=7z8yjDkE


Forward from: Milkaa'ina jireenyaa✍
uyyan itti DV n bara 2026 itti guutamu xumuramuuf guyyoota muraasa qofatu hafe warren carraa kana yaaluu barbaaddan fii guutachuu feetan yeroo hafte kanatti fayyadamaa Guutadhaa. Akkaataa itti guuttan kan kana dura isiniif barreessine ilaaluu nu dandeessu 👆

Akka nuti isiniif guunnu yoo feetan ammoo, Qarshii 100 qofa kaffaluun manuma keessan teessanii guutuu dandeesu
👉👉👉@Me_vs_Me_1 ykn @abdiiAb68 irraan nu dubbisaa!






⭐️ Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjio 750⭐️ argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa. 👇👇👇👇👇

https://t.me/major/start?startapp=971734695




Hubannoo waa'ee crypto, freelance, airdrop adda addaa baruu barbaadduu?
💲🔜
Channel bareeda afaan keenyaan waan isin fayyadu qofa isin barsiisu kana join godhaa👇👇👇


Beekumsa kessaan waa'ee crypto currency fi Trading📉📈 irratti qabdan gabbifachuu barbaaddu taanaan chaanalii keenya join godha hiriyoota kessanis add gochuun waliin haa guddannu🤜

👉Barreefama waa'ee crypto fi Trading irratti yeroo dhihootti nuu eegaa👈 "Let'sGrowTogether" Grind and Grow✊
https://t.me/mon3ysprint
https://t.me/mon3ysprint
https://t.me/mon3ysprint


Forward from: Milkaa'ina jireenyaa✍
Tapha airdrop gadii kanneen osoo taphattanii gaariidha,
Waan nama hin miine kamuu yaaluu wayya👇👇👇

Top 5 Airdrop you have to start
1. Cats. (list ta'uuf guyyaa lama qofatu hafe.
Start gootanii umrii telegram keessaniitiin fi taksota jiran taphattanii argachuu dandeessu)👇👇
START
2 binance moonibix(kan dhaabbata binance crypto)👇👇
START
3 $Major(kana abbaa dhaabbata telegram)
👇👇
START

4. Blum (yeroo dhiyotti list ta'uuf)👇👇
START
Or
JOIN
5. SEED👇👇
START👉 Open
6 BITS (guyyaa 1 tu hafe, )
Join 👉 START


#Hamma hojiin hojjatamu jirutti dogooggorri uumamus hin dhabamu.
◆Namoonni hojiif sadarkaa kennuun qeeqan namoota hojii hin jaallannedha.
#Nama biraa fakkaachuuf yaaluun wal’aansoo dhaloota jaarraa keessa jirru kanaati.
◆Dogoggorri dogoogora caalu dogoggoruu dhabuudha!

#Dubbisi_ni_dubbata_yoo_beekte_ofirraa_gata.

@Kirkira_Jireenya.




Barattoota waa'ee fayyaa baratanii fi namoota yeroo baay'ee kitaaba dubbisan mallattoo ittiin beekkaman tokko qabu. Inniis garmalee qallachuudha. Hanga fedhan nyaata nyaataniis namoonni yeroo hedduu dubbisa waahela godhatan furdina garmaleef hin saaxilaman.
Ogeeyyiin Hospitaala daa'immanii kan Duuk jedhamu hojjatan Kitaaboota asoosamaa dubbisuun daa'imman garmalee furdatan akka qallatan gargaara jedhu. Saayintistoonni kun asoosama mata dureen isaa "Lake Rescue" ykn 'laga baraaruu' jedhu dhalaalee garmalee furdatan kan umriin isaanii 9 hanga 13 tahaniif kennan. Asoosamni ogeeyyii fayyaa kan waa'ee daa'immanii fi garmalee furdachuu irratti beekkumsa gayaa qabuun kan filame ture. Eega kitaaba kana dubbisan booda, daa'imman kun jijjiirama amalaa agarsiisanii jireenya fayyaa isaaniitiif gaarii tahe hordofuu jalqaban. Ji'oota 6 keeysatti ulfina isaanii xiqqeeysanii qallina sirriitti deebi'an.

#Galatoomaa

@✍️Dr ija Banaa

20 last posts shown.