Ijoollee Ifaa


Channel's geo and language: not specified, English
Category: Telegram


π‚π‘πšπšπ§πšπ₯𝐒𝐒 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 dhimmoota
β˜•οΈ Wangeela Kiristoos
β˜•οΈ Amantii
β˜•οΈ Faarfannaa Wangeela
β˜•οΈ Dinaagdee
β˜•οΈ Hawaasummaa
β˜•οΈ Siyaasaa
β˜•οΈ Fayyaa
β˜•οΈ Barnoota Walii galaa
β˜•οΈ Bashananaa fi oduu
β˜•οΈ Seeraa fi kkf irratti
Yaada fi Gaaffiif
@A

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, English
Category
Telegram
Statistics
Posts filter


https://vm.tiktok.com/ZMhAJcE9k/
Dhuga-baatuu Yesuus is LIVE | TikTok
Evngelist Gima Gudina. | Check out Dhuga-baatuu Yesuus LIVE videos on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from Dhuga-baatuu Yesuus.






Video is unavailable for watching
Show in Telegram






Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu 1Qor. Boqonnaa 4


Barnoonni kun akkam ture?
Poll
  •   A) Baay’ee Gaariidha
  •   B) hubachuu hin dandeenye
138 votes






Video is unavailable for watching
Show in Telegram


.
➾ #Iyyesus inni du'a moo'ee ka'e ofii isaatii iyyuu #α‰΅αŠ•αˆ£αŠ€ dha.

β€œIyyesus garuu, "Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.”
βœ”πŸ“– Yoh. 11:²⁡
.
- Du’aa ka’uun ( #α‰΅αŠ•αˆ£αŠ€ ) ayyaana waggaatti guyyaan tokko eegamee kabajamu osoo hin taane, jireenya guyyaa guyyaan jiraatamuun kabajamu dha. jireenyi kunis Iyyesus Kiristoos dha.

Ayyaana du'aa ka'uu ykn #α‰΅αŠ•αˆ£αŠ€ osoo hin taane,du'aa mo'ee isa ka'e,Tinsaahee isa ta'e Iyyesusiin kabajna! kanas immoo hafuura ayyaanaatiin osoo hin taane,hafuura du'aa ka'uu nu keessa jiruun kabajna.

Sababa kanaaf Du'aa ka'uun ykn #α‰΅αŠ•αˆ£αŠ€'n ayyaana kabajamu osoo hin taane, jireenya kabajamaa dha jechuu dha.
.


Qumaara siyaasaa fannoo jala dhaaba!

Dhugaa adiin uffata gurraachaan maranii dhoksuun hin danda'amu. Oromoon mana amantaa qabeenyaa fi carraaqqii isaatiin biyya ofii keessatti ijaare keessatti afaan dhaloota isaatiin waaqeffachuuf mirga qaba. Kun mirga namuummaati. Akkasumas mirgoota dimokiraasii Heera Mootummaa Federaalaa Rippabiliika Itoophiyaa ​​keewwata 29 irratti tumamanidha. Oromoo Afaan isaatin Waaqayyoon waaqeffachuun yakkas cubbuus miti. Mirgi saboota biroo hin sarbamu. Garuu jibbii fi hinaaffaan garmalee deemeera. Mootummaan qumaara siyaasaa fannoo jalatti deemaa jiru irratti tarkaanfii seeraa fudhachuu qaba. Abbootiin amantaa waldhabdee bulchiinsa gidduu jiru adeemsa amantaatiin yoo hiikan gaariidha.


Watch "Haala Yeroo Bataskaana Ortodoksii Taawayidoo" on YouTube
https://youtu.be/W-B8G5HeQE4






Waldaan Kiristaanaa Ortodoksii yeroof bakka lamatti cabuun waan hafuu miti. Isaanis

1. Ortodoksii Taawayidoo Lumuxxii fi

2. Ortodoksii Taawayidoo sabni hundinuu afaan isaan yaa tajaajilamu jettu!

Oddeeffanno isaa itti dhiyeenyaan hordofna.


Waldaan Araara Waaqayyo Raajii Masarat Taayyeen Faarfata Kabaa Fidoof Qarshii Milliyoonii 1.2 gargarsan kennite


"π‘€π‘Žπ‘Žπ‘™ πΈπ‘”π‘Žπ‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘™ π½π‘’π‘‘β„Žπ‘’
πΈπ‘’π‘ π‘ π‘Žπ‘‘π‘‘π‘– π΅π‘Žπ‘žπ‘Žπ‘‘β„Žπ‘’ 𝑀𝑖𝑖π‘₯𝑒𝑒 π·β„Žπ‘Žπ‘™π‘œπ‘œπ‘‘π‘Žπ‘˜π‘œπ‘œ...?"


Iyyesuus Gooftaadha!

20 last posts shown.

4 039

subscribers
Channel statistics
Popular in the channel