#Maalummaa_Dhibee_Sammuu
Dhibeen Sammuu dhibee haala hubannoo, miira,amalaa Fi gocha keenya miidhuu ykn jijjiiruu danda'uudha.Miidhamni ykn jijiiramni Kun immoo haala hojii Fi jireenya hawwaasummaa keenya irratti dhiibbaa uumuu danda'a.
✓Rakkooleen baayolojikaalawaa,Xinsammuu Fi hawwaasuummaa walitti dabalamuun dhibee sammuuf akka nu saaxilan qorannoowwan hedduun ni ibsu.
Dhibeewwan Sammuu baay'inaan #300 Fi sana ol yoo ta'an mallattoolee Fi maqaalee garaagaraa qabu.
Dhibeen baay'inaan hawaasa keenya miidhaa jiru,garuu hawaasni immoo waa'ee dhibichaa hubannoo gahaa hin qabnes dhibee sammuuti.
➡️ Yeroo baay'ee namootni dhibee sammuu dhukkubsatan:
✓Harkii fi miilli hidhamee qofa mana keessa kan tursiifaman jiru❗
✓Maatii gidduudhaa ari'amuun qofa akka bineensaa bakkee kan jiraatan jiru❗
✓Mana keessatti itti cufamuun nyaatni karaa fooddaa kan kennamuuf jiru❗
✓Rakkooleen kun hundi itti cimuun akkasumas miira dhukkubbi isaanin walqabatee namootni kun yeroo itti of ajjeesanis ni argina❗
➡️Ka'uumsi rakkoo kanaa hawaasni keenya waa'ee dhibee sammuun walqabatee hubannoo gahaa dhabuudha.Kanaaf waa'ee dhukkuboota sammuu irratti hubannoo gaarii qabaachuu fi nama dhibee sammuu dhukkubsate yeroon gara mana yaalaa geessuun filannoo sirriidha.
✓Odeeffannoo biroo argachuuf:
➡️Facebook:
www.facebook.com/MentalHealthMedia1
➡️Telegram:
@MentalHealthMedia1
Fayyaa ta'aa!
©Beekii M•[Ogeessa Yaala Sammuu]