#20-06-2011
Guyyaa roobii...
📺ashamaa harka fuune akkam jirtu kabajamtoota hordoftoota chaanaalii Mugher Media Network... chaanaaliin kun kan banameef wantoota haaraa ta'an kan adda addaa isinumarraa guuree isinumaaf dabarsuufi... kanaafuu qophiiwwan adda addaa chaanaalii kanarratti dabarsuu warri barbaaddan Mugher media network yeroo hundaa isiniif banaa ta'uusaa isin beeksisuu barbaada... isinis qophiiwwan kan akka armaan gadii yoo qabaattan:-
👉oduuwwan haaraa
👉Sirboota bashannansiisioo 👉baacoowwan garaa garaa
👉Suuraawwan mimmiidhagoo
👉ergaawwan garaa garaa
👉hiibboo, mammaaksa, oduu durii, sheekkoo,...
👉Wantoota nu ilaallatan hunda karaa 👉
@Mariyam_mawit kanaan nu erguu dandeessu...
Nutis isinirraa garuma keessanitti ni dhiheessina... 📺waliin taane wal haa jabeessinu...
Join us...
@Muka_odaa...