@Mariyam_mawit:
😂😂😂😂😂
Gaafa na maraachu
Teessuman jaaladhaa
Teessuma gaarii laallan
Jiruu koon dagadhaa
Tasa gaafan arguu
Dudduuba kee shaggee
Onnee qofa mitii
Ijatu na dhiigee
Kan naaf gale garuu
Dhumarra dubbiinsaa
Sun teessuma mitii
"Ispoonjiidha" waansaa
✍@Mariyam_mawit
Join us...
@Muka_odaa @Muka_odaa
😂😂😂😂😂
Gaafa na maraachu
Teessuman jaaladhaa
Teessuma gaarii laallan
Jiruu koon dagadhaa
Tasa gaafan arguu
Dudduuba kee shaggee
Onnee qofa mitii
Ijatu na dhiigee
Kan naaf gale garuu
Dhumarra dubbiinsaa
Sun teessuma mitii
"Ispoonjiidha" waansaa
✍@Mariyam_mawit
Join us...
@Muka_odaa @Muka_odaa