Sagalee Saba ๐‚๐ฎ๐ง๐ช๐ฎ๐ซ๐Ÿ๐š๐ฆ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Oromoon mirgi isaa sarbamee bara dhufaa darbaa harka jallootan ajjefama jiraachun ni ga'a. Kallatti dandeenyu maraan dura ni dhaabbanna.
Yaada fi Gaaffi yoo qabaattan
@Gumaapress nu quunama.
Channel Keenya
https://t.me/SagaleeSabaa
#JOIN godhaa.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


โ˜… #Shawaa_Kaaba Uummanni keenya Uggura haalan Kabajee jira sababa kanaaf Magalota akka Ejeree, Gabra Gurraacha, Dagam, Habisoo fi kkf keessatti reebichi hawwaasa irratti raawwachuun manneen hojii isaani marti Kaadiree Pp kan jalaa Samsamee kaanis Saamamee jira.

Garuu Kaneen Qomcoota ammallee Konkolaatanis Manneen Daldalaas akka hojiin hin dhaabbanne himaama jira Qeeroo fi WBO toora sanaafa akka tarkaanfi boonsa fudhattan shakkii hin qabnun dhamsa keenya.


โ˜… #Sibuu_Siree Ppn Mana Rifeensa Dubartoota Dabalatee Manneen Hojii Cufaa hunda Saamsite


โ˜… #Baakko Hayiruufi-1 3F 2 Eegamte Lakk gabate haguugde Naqamtetti dhufaa jirti


โ˜… #Qeerron Jimmaa, Iluu Abba Boora fi Harargee Qeeroo Oromiyaan Komatamtanittu


โ˜… #Ukkee Irraa #Naqamteeti Ambn Deessu Fidee dhufaa jirti Hin Xuqiina Daandi Saaqaf


โ˜… #Bachoo Abbootii qabeenyaa labsii ugguraa cabsaa jirtan wal argaa jirra wal garras

1 Tashoomaa kumaa:::0912277952 lakk gabatee 66769 Tulluboollaf finfinnee gidduu.

2 Maammush Galaanii ::0901196290 lakk gabatee 89831 Tulluboollof finfinnee gidduu

3 sisaay ::0920660626 Lakk gabatee 66485 Tulluboollof busaa gidduu.

Wal Barsiisun Itti Fufa...


โ˜… Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanota cufaa fi godinicha daandii guddaa waliin wal quunnamsiisu hundi cufamuun lagannaan geggeeffamaa jira.

Sochiin xiqqaan magaalaa Shaambuu keessatti dirqamsiifamuun baajajotni hojjetan akka irraa dhaabbatan akeekkachiifamaniiru.

Kan labsii cabsu sirreessuun dirqama #Diddaa Uummataa lafa qabsiisuuti.


โ˜… Yerichi Yerootti Hidhatanii Hiikachiisan Malee Yerootti Hiikkatani Hidhaman Miti.


Jabaan Waaqa.

Sagaleen keenya ummata sagalee hin qabneef.
Diddaa Uggura Bilisummaa Dhugaaf!
Injifannoon Uummata Oromoof!
WBO waliin Durri Keenya Bilisummaadha!

๐€๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐’๐ข'๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐จ ๐€๐ฆ๐š๐ง๐š๐ฆ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐’๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ฌ๐š๐š ๐š๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‰๐จ๐ข๐ง ๐†๐จ๐๐ก๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข๐Ÿ ๐ช๐จ๐จ๐๐š.

๐…๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š ๐…๐š๐œ๐ž๐›๐จ๐จ๐ค
https://www.facebook.com/profile.php?id=61554824781252

๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐ง๐ง๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ
@Gumaapress

#๐‰๐Ž๐ˆ๐
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SagaleeSabaa
@SagaleeSabaa


โ˜† Wallagga Lixaa #Mana_sibuu Guyyaa har'aa jechuun Amajjii 31/ 2024 akka odeeffannoo argannetti fincilli diddaa ummataa ganamarraa itti fufee jiraachuu keessa beektotni himaa jiru.

Bakka hiriira kanaa fi suuraa akkasumas viidiyoo isaa akka nu qaqqabeen isin qaqqabsiisna.


โ˜… #Eeru Sa'aa 1:15tti Dirooniin lama Bishoofturraa kaate Kallattii Sabbataan gara Lixaa baatee waan jirtuuf eeggannoo cimsaa


โ˜… Warraaqsi Fincila Didda Xumurama Gabrumaa Bakkeewwaan garaagaraatti dhoyee jira sin maalitti jirtuu


โ˜… #Bishooftuu Amajjii 31,2024 Magaalaa Bishooftuu keessatti waraanni faashistii Abiy Ahimed bajaajii fi konkolaattota labsii Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa fudhatanii dhaabbatan irraa lakkoofsa gabatee hiikaa jiru.


โ˜… Diddaa Biyyaa Kumsaa Morodaa Magaala #Naqamtee Guyyaa 3ffaa


โ˜…Eeruu #Arjoo gara #Dambiitti Makalakiyaa waraanni Daqiiqa 15n dura Lafoo baatetti jaallan Quba Qabaadha.


โ˜… #Arjoo_Guddattu Federaal poolisiin Naannoo Mana Barumsaa Sadarakaa 1ffaatti Nama Argite Hundaa reeba turte eeggannoo godhaa


โ˜… #Shira_Siyaasaa_Ethiopia.

Itti bahi lolaa #Nagaa dha jedhu hayyoonni. kana jechuun haala dirqii ta'e keessatti nagaa ijjibbaattame qawween waaressuun fala furmaata hin qabne jechuu dha.
Jecha nagaa jedhu tana barbaachaf kan akka keenya aarsaa kafale hin jiru. #Xaxaa Ogeessonni shiraa xaxan hedduu keessa hulluuqun har'a as jirra.
Yaalii Nagaa Waarsuf PP waliin yeroo lamaa oliif taasifne keessatti akkaatan itti isaan marii sana hiikkataniif dhugaan ture wal baqate. Mootummaan federaalaa Yoo WBOn walii gale #Buchillaan bakkan ani kaaye naaf teessu OPDOn gaggabdee na harkaa duuti, gaafa sana humni mootummaa waaltaa isaan jedhaanii laafee gaggaba shakkii jedhu qabaachaa turan.
OPDOnis Yoon ani warra kanaan walii gale boolla tiyya bishaantu duuda, namas lafas nan dhabaa, asiin dhabamuurra dhabamni koo dirqii ta'us loleen dhabama ejjennoo jedhu qabatte. Taatus fedhiin mootummaa waaltaf(central government) fi mootummaa naannoo(local government) wal dhiita ture.
Ammas manii Ajjeechaa bifa adda ta'een nuuf qopheessaa akka jiran quba qabna. Marii marsaa 3ffaa jedhan taan jechuu kooti.


Keessattu PPn jaarmiyaalee siyaasaa, Arrab-Qareeyyi fi namoota garaacha babal'atan waliin mariitti jiru.
Hawwii ni milkoofna jettus biishaan obaasaa jiru. Sanaaf Immoo bifa Adda ta'een keessoo mootummaa irratti, Ummata irratti, jaarmiyaalee siyaasaa irratti, Activist warra ni beeknaa ofiin jedhan irratti akkasuma W*O keessatti illee waa qicachuuf kuriphisaa jiru.
Fakkeessif Namoota marii Araara ifatti deeggaran jedhame dursaanii ajaja Abiyyuutin akka hidhaman taasisanii jiru. Fkn Aab #Taayyee. Akeekichi garuu namoota akkasii hidhuu osoo hin taane namoota marii sana dura dhaabbatan jedhame dhabamsiisuf ture. Kanaaf Shimee dabalatee Aangawoonni baay'en aangorraa kaafamanii jiru. Kan gaggeessuf xaalayaan qophawefii jirus hedduu dha. Shimallis Addisuu Araggaan akka bakka buufame odeeffamus aangoo hin gadhiisuf marii dhoksaan iddoo garaagaraatti tolchaa jiru.

Naanna'ee naanna'ee wanti naanno sanatti akka allattii foon argee lafa maraa jiru hunduu W*O manii ajjeechatti harkisuu fi gatii guddaa irraa argachuuf gabaa hoo'ituu keessa dhaabuf qiyyaafate. Siyaasni wal'aansoo sammuuti yaa sabaa. Mugdee jirta yoo ta'e, wanti sitti muul'atu abjuu hiika hin qabne qofa. Shira siyaasaa keessa hulluuqufis ta'e humna siyaasaakee sabateessuf #Dammaquun naannookee too'achuu qabda.
Dogongoraaf ofkaltii!


โ˜…Eeru #Arjoo_Guddattu-#Naqamtee daqiiqa 30n dura Orl 2 fi 3F 3 imalaa turte quba qabaadha.


โ˜… #Gimbii: Baajaajiiwwan kana biraa hin hafiinaa!

23812
48064
02169
82971
82948
90564
69997
32860
55952
60745
#ISINIIF_WAYYOO


โ˜… #Naqamtee milishoonni fi Poolisin Uumata Dirqamaan Hojii Eegala jechuun dirqisiisa jirti. Naannoo Boorditti Immoo Waraqaa Eenyummaa Gaafattee Sakatta'iinsaa gochaa jirti eegganno

19 last posts shown.

2 188

subscribers
Channel statistics