★ Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanota cufaa fi godinicha daandii guddaa waliin wal quunnamsiisu hundi cufamuun lagannaan geggeeffamaa jira.
Sochiin xiqqaan magaalaa Shaambuu keessatti dirqamsiifamuun baajajotni hojjetan akka irraa dhaabbatan akeekkachiifamaniiru.
Kan labsii cabsu sirreessuun dirqama #Diddaa Uummataa lafa qabsiisuuti.