➡️ Lafa kamiyyuu jiraadhu lafti ati amma jirtu kun siif ga'aa miti. Sababiin isaas ati nama milkaa'inaaf uumantedha. Iddoo amma jirtu kanaan of hin daangessiin ati nama mul'ataati. Kaayyoof mul'annikee si qofaa qabdi. Ati dhiifnaan si jalaa ko'oomti.
➡️ Boruu keetti gufuu kan ta'u si qofaadha. Ati of hin daangessiin malee lafa ati hin geenye hin jiru. Lafa yaadde ga'uuf akka ta'uu qabdu ta'i.
➡️ Si caala namni sitti dhihaatu hin jiru. Kanaaf jireenya jiraattu keessatti of hin dhokatiin. Waan kamiyyuu harka keessaa qabaadhu of dhokattee, of hin dhoksiin. Ati of dhoksinaan namni barbaadee si argu hin jiru.
Channel keenya #join godhadhaa!
https://t.me/Yoowobsan