Halkan gufuun dhaanamuun
Siinan argadhaaf jooruudha
Ergan ba'ee gufuun dhaanamee
Dheebuu waliijaalala sooruudha
Ergan ba'ee keessatti cufadhee
Essaan galeen duubatti cufadha
Ee ba'ee alaa keessatti kutadhee
Nafiiga maalabbaasaan gufadha
Turtee tuqxee hirribaa na kaafta
Kennuu-fis gaabbitee deebifatta
Garaatiin daba yaadaa xiinxaltee
Sin jaaladhaa maaf na gaafatta?
Kan biroo argachuuf--->
Telegramii #Qaroo_Waamaraa #join godhadhu.
Telegramichi walaloowwan adda addaa of keessaa qaba.
Walaloo gootaa
Walaloo biyyaa
Walaloo qabsoo
Walaloo kaka'umsaa
Walaloo gorsaa
Walaloo jaalalaa
Walaloo qeeqaa
Walaloo seenaa
Walaloo Barnootaa
Walaloo jaalallee
Walaloo Harmee
Walaloo Durbee
Walaloo siyaasaa
Walaloo dinagdee
Walaloo yeroo jaalalleen ofii kan biroo jaallattuu f f k f
Argachuu dandeessu imala keessa nu faana godhadhaa
Kanaaf
@Qaroo_Waamaraa join godhadhu.
Yoo sitti tole hiriyyoota keettis himi. Itti haa dabalamani.
Karaa linkii kanaa itti dabalamaan affeerraa keenya.!
https://t.me/Yoowobsan