Aanolee


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Vine,commedy,tapha kofalchiisaa,barsiisaa,bashannansiisaa garaagaraa argachuu ni dandeessan nu hirdofaa

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter




😂😂😂😂Diyaasfoorichaa fi Oromticha😂😂😂😂😂

Diyaasfoorticha:- Aboo mucaa afaan ingliffaa ni beeytaa

Oromticha:- Eeyyeen akka gaarittiin beeka

Diyaasfooricha:- OK hoolaa🐑 jachuun maal jachuudha

Oromticha:- Hhhhh hoolaan moo "sheep" jachuudha kaa

Diyaasfooricha :- OK yooniifi hoolaan sun si waliin mana jiraate hoo??

Oromticha:- yeroo San "Relationship" jannaan

Diyaasfooricha:- hhhhh hayyee yooniif hoolaan sun hoolaa jabaa(cimaa) tahe hoo???

Oromticha:- Hmm! Yoo hoolaa jabaa tahe "Dictatorship" jannaan

Diyaasfooricha:- Qsqsqs! OK yooniifi hoolaa San qalanii foon isaa biyya alaatti ergan hoo???

Oromticha:- yoo foon isaa ala ergame "scholarship" jannaan

😂😂Talent😂😂
Kophaa hin koflinii hiriyoota keef @Share godhi
for More join us
👇👇👇👇
@Aanolee
@Aanolee
@Aanolee
☝️☝️☝️☝️


😂😂😂😂😂😂😂
Mucaan koo quba luuga ture rakkoo isaa furuuf anis surree irra guddoo qabattoo malee uffise amma rakkichi furameera
😂😂Ogummaa👌👌


😂😂Gurbaa fi Intala😂😂

🤹‍♂Gurbaa:- Akkami qashxii
🤹‍♀Intala:- Nagaa
🤹‍♂Gurbaa:- mee xiqqoshee haasoynuu
🤹‍♀Intala:-An bineelda eegee 💄fuulduraa qabu amanee waliin hin haasawu
👱Gurbaa:- Hayyee anis bineelda baatiitti guyyaa sadi (3) dhiigee hin duunee waliin haasawuun na so daachisaa nagaatti hin ja'uun seetanii
yoo siif gale 😂😂😂


👌👌👌👌👌👌👌

Bakkaan yaade hin geenye garuu bakkaan yaade gahuuf takkaa gad hin teenye

G/prof. Miraatuu shaanqoo


😒😒😒😒😒😒😒😒😒
Arra of ajjeesuun qaba ja'een murteesse garuu namuu dhiisi naan hin janne 👉guyyaa isaa achi dabarsuu?????
☝️☝️☝️☝️
😂😂😂😂


😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Qabeenya haga fedheehuu yoo qabaanne yoo itti fayyadamuu hin beeyne bu'aan qabu "@barnoonni_hunda_dursa"




Forward from: Seenaa jaalalaa
⚫️Tooftaalee jireenya jalaa ittiin bahan barachuuf click kana tuquun abbaa carraa taanee share waliif haa goonuu


⌨Hordoftoota Kompitara fi internetaa Hundaaf💻

Filannoon Inni Guddaan Amma Addunyaan Harka 100% Hordoftuufii Barumsa ICT NC fi
Karaalee Elimunantonni Barumsa Quubsaa Argatan Kanneen Isin barsiisan

Aniis isiniif Qabadhee Dhihaadheen Jira


❤️Dhimmi barnootaa Dhimma mariif Dhiyaatuu miti I/A/P/M/N/Oromiyaa obb.shimallis Abdiisaa❤️

Finfinnee, Hagayya 16,2011(FBC) - Mootummaan
naannoo Oromiyaa dhimmi barnoota afaan Oromoo
dhimma mariif hin dhiyaanne ta'uu beeksise.
Itti aanaan preezdaantii mootummaa naannoo
Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan mootummaan
naannichaa guddina afaan Oromootif xiyyeeffannoo
addaa kennee hojjechaa akka jiruu fi gara fuula
duraattis akka laatu beeksisaniiru.
Caaseeffama barnoota Ityoophiyaa ilaalchisee
Ministeerri Barnootaa ibsi kannee fi odeeffannoon
afaan Oromoo waliin deemu gonkumaa kan hojii
qabatamaa jiru hin ibsineedha jedhaniiru obbo
Shimallis ibsa isaanitiin.
Dhimma afaaniirratti araaramni tokkolleen akka hin
jiraanne ummanni keenya hubachuu qabas
jedhaniiru.
Aangoon manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa
bulchuu, sirna barnootaa qopheessuu, qorumsa
kutaa 8ffaa qopheessuu, soroorsuu fi qabxii
murteessuu naannoof kan kennamedha jedhaniiru.
Kanatti eenyuyyuu bu’uu hin danda’us jedhaniiru itti
aanaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa
obbo Shimallis Abdiisaan ibsa isaanitiin.
Afaan Oromootin akkuma kana duraa barnoonni
kennamu itti fufa.
Mootummaan naannoo Oromiyaa afaan Oromoo
guddisuuf hojii hoojjetu daran babal'isee bakka kana
dura hin baratamnettillee akka baratamu taasisuuf
hoojjechaa jira.
Kanaafis waliin tumsuu qabna jedhaniiru obbo
Shimallis Abdiisaan.
Manneen barnootaa dhunfaa naannoo Oromiyaa
keessatti sirna barnootaa naannichaatin ala
hoojjetanirrattis barana tarkaanfii cimaa fudhatee
kan sirreessu ta’a jedhaniiru.


Forward from: Kaxari official
Kutaa 1ffa.pdf
2.3Kb
Atis Nibeeyta
Kitaaba mata dureen isaa atis Ni beeyta jedhu kutaa 1ffaa Har,a qabadheen isiniif dhihaadhe waan hedduu akka barumsa irraa Argattan Abdii Guddaan Qaba Akkasumas najajjabeessuu irraa Akka Of duuba hin deebine
Abdii Guddaan qaba
Yaada qabdan @kaxari dhaan Na qaqqabaa Yeroo Gaarii


⚫️Tooftaalee jireenya jalaa ittiin bahan barachuuf click kana tuquun abbaa carraa taanee share waliif haa goonuu


Forward from: Aanolee
👉Wantoota Asiin gadii kana namoota baayyee ni jibbisiisa 👇👇
✍Network (E) fayyadamuu
✍Nama hafuurri ajaawu
✍Fageenyatti Nama jaalachuu
✍Jimaa gama galgalaa feestaala keessaa dhumu
✍Nama bilbila narratti cufu


"Miirri Nuti Irra Deddeebinee Sammuu Keenya Keeysatti Ijaarru Guyyaa Tokko Ni Dhugooma"
#Earl_Nightingale

Gaafa Tokko Ni Injifattaa Akka injifachuuf Jiraattu Irra Deddeebi'ii Sammuu Keetti Himi‼️
👈Atiis Injifachuuf Uumamte Malee Injifatamuuf Hin Uumamnee Rookkoo Si Mudateef Harka Hin Kannin ‼️

@Aanolee


⌨Hordoftoota Kompitara fi internetaa Hundaaf💻

Filannoon Inni Guddaan Amma Addunyaan Harka 100% Hordoftuufii Barumsa ICT NC fi
Karaalee Elimunantonni Barumsa Quubsaa Argatan Kanneen Isin barsiisan

Aniis isiniif Qabadhee Dhihaadheen Jira


😂😂😂😂😂😂😂
Dubartoonni yeroo ulfa garaa qaban biyyee nyaatan 😘ilmaan ogummaa suphee dhahuu qabu dhalan(dayan)
😁😁😁😁qorannoo dhiheenya kana ifoome
By:Dr hulluuqaa I/G/Dhimma mudhii gadii😂😂


Sammuunis faayidaa ni qabdii warra dhiiraa hubachiisuuf jaarraa tokko (waggaa 100) fudhata
😂😂😂😂😂😂😂😂


😱😱????????😱😱

Yaa taniin jaaladhu
hundarra caalchisee
Ani yaaddoon kankee
Of na wallaalchisee

Hogguu sumaan yaadaa
Taa'us ka'ee deemuu
Narraa addaan hin bahu
An yaanni kee yoomuu

Si dagadheen beeku
Sekondii takkaafuu
Akka gaadidduuti
Didde narraa hafuu

Yooniif golgolaawu
Gaadidduulleen ni badaa
Yaanni kankee garuu
Isarraahis Adda

Akkaan itti hiiku
Na dhibe waa'een isaa
Jaalala moo maraatu
Maalinni wanni saa


Hhhhhhhhhhhhhh
😂Rabbi warra bara 1960's keessa uffata hodhaa tureef rabbi haa araaramu qabeenya ummataa qisaaseessanii

20 last posts shown.

1 161

subscribers
Channel statistics