❤️💋❤️💋❤️💋❤️💋❤️😊❤️💋❤️😊💋❤️💋❤️😊❤️
ADDUUNYAA KANAARRA JIRAACHUUF:~
Nama kaayyoo ta'ii waan adeemtuf beekii
Nama mul'aata ta'ii waan hojjettuf bu'aa isaa dursii argii
Nama karoora ta'ii waan kaayyoof mul'aata kee ta'ee tooran hojjedhu!
Nama hojii ta'ii kaayyoo fi karoora kee irratti hojjetta cimaa ta'ii!!
Obsa qabadhu hin arifaattin firii hojii fi mul'aata keeti arguuf
👉Ejjeeennoo cimaa fi gudda ta'ee adduunya kana injifaatee ittin adduunya kanarra jiraatu qabaadhu
👉Firrii kee amaala keetii, amaala kee siireeffadhu. Sabaabinsa namnii Oormaa firumaa sitti hin qabnee amaalii kee yoo itti tolee gaarii ta'ee sii jaallattaa, Namnii firaa immoo yoo atii firaa isaa taate amaalii kee gadhee ta'ee sii jiibbaa.
Kanaafuu adduunya kanarraa nama hundumaa wajjiin firaa taatee jiraachuuf amaala gaarii fi qajeelaa gadhumaarra bilisaa ta'ee qabadhu.
👉Jireenya hawaasumma naannoo kee keessaa jiraatu keessaatti hirmaanna gaarii fi yaada gaarii ta'ee haammeenyarra bilisaa ta'ee qabadhu, atii waaqa miti waan hundaa daandeesse kophaa jiraachuu hin daandeessu hangaa lafa kanarra jirtutti waaqa gaditti birmaatan guyyaa rakkoo kee fi birmaatan yeroo rakkina kee namummaa, amaala fi yaada gaarii ta'een namatti siiqii, jaalladhu garuu hin amaniin, wajjiin jiraadhu, namaf birmaadhu yoos siif birmaata.
👉Siyaasa jireenya adduunya kanaa hubaadhu, xiinxaalli kan siif mijaatu fi siif tolu hojjedhuu. Akkasumaan hojii namnii biraan oollaa keetti ittin milkaa'een hojjette milkaa'uuf oolla keetti hinaaftu hin ta'iin yoo inni oolla keetti buna danfisee gurguree atiis buna daanfiistee hin gurguriin, atii immoo shayii danfiisi gurgurii inni shayee barbaadu immo sii biraa dhugaa malee isaa buna gurguree argitee yoo buna gurgurtee atii hojjettaa siin hin jedhan nu hinaaffise namiichi oollaa keenya tokko siin jedhu malee warra buna gurguran oolla keetti sun.
Join our channel
#share #share #share #share
@gorsa_jireenya