👫Gorsa Jireenya✈️


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Adduunya kanaarra jireenya keettif siittu baarbaachisaa dursa jireenya keef kenni.

:eenyuyyu yoo baayee siif dhaamahee jireenya kee siif mi'eesu hin daanda'u
'
:
:
:

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
##HIN IRRAAFFTIN:-

Hin irraanffatin:- haala jireenya kee isaa darbee seenaa ta'ee fi haala jireenya kee isaa gara fulduraattii jiraatu. Namnii jireenya isaa keessatti seena dabaarsee yaadachuun gaariidha garuu hanqinaa fi jireenya isaa darbeef dhiphaachun immoo gaarii miti.

Hin Irraanffattin:- Nama yeroo rakkina keetii sii deggeere fi rakkoo akka taasa sii muudatee keessatti hanqina kee siif guutee. Sabaabiinsa osoo inni sii gargaaree sun sii cinaa jiraachu baate atii rakkinii kee dachaa lama sitti ta'a turee. Garuu namiichii sun muudda fi rakkina kee sana waan hirmaateef yoo inni waan haamma sii godhee iyyuu gochaa inni bara rakkoo kee sana siif godhee yaadachuun dhiifamaa godhiif.

Hin Irraanfattin:- jireenyiikee guyyaa har'aa bor akka darbuu beekii kaanafuu jireenyakee har'aa darbuuf jette namaatti haammeenya gochuun itti hin darbiin.


__________gaalatooma


@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


Forward from: 👫Gorsa Jireenya✈️
Waa'ee Koroonaa
@gorsa_jireenya

Vaayirasii yeroo jalqaabaf adduunya irraa sooressoota fi beektootaa irratti jalqaabeedha hangaa ammattis pireesedantoota biyyaa, doctoroota fayyaa, fi beektoota gosaa garagaraa dhibee gaallaffattedha.

Koroonan dhibee adduunyaa sodaachisaa fi rifaachisee jirudha hangaa ammaattis qoorichii waa'ee isaattif argaames hin jiru garuu waqaayyoo ni daanda'aa

Adduunyaafis gaaffii fi hiibboo guddaa ta'ee Kaan boosisee kaan immo dhiphiisee garuu hangaa ammatti du'aa malee bu'aan argaamee hin jiru

Vaayirasii kun akka biyyootta Awurrooppaa, Eshiyaa, Ameerikaa fi kaannen biroo keessatti garmalee dadafe babal'atee Afrikaa keessatti dadafe arifaachuu baatus suutumaa suuta babal'aacha jiraa

Suuta haa babal'atu malee Babal'inii isaa kunis biyyootta kaanaf yaaddoo fi dhiphinaa guddaa taheera sabaabinsa dinaagdeen biyyaattis jireenyii ummata ishees gad-ssna fi harkaa gara afaanitti waan ta'eef.
@gorsa_jireenya


❤️👍👍👍👍👍👍👍❤️❤️


Jireenya ofittiif aarsa of gochuun gootumma guddaadha!!!

Jireenyii ofii aarsa fi warreegama kaayyoo ofii milkeessuu daanda'udha

@gorsa_jireenya


#JAALLALA_ABBAA_fi_DAA'IMMAA

_Abbaan uffata adii ta'ee fi baay'ee Bareeda ijaa namatti toluu uffatte osoo deema jiru mucaa isaa utuu taphaatu dhoqee keessatti kuftee miidhaamtee argee sabaaba dhoqee keessatti kufteef uffatti ishees dhoqee duwwaa/qofaa ta'eera ykn dhoqeen uffatta ishee balleesserra.

Abbaan mucaa sana yemmuu dhufu abbaa sun wayya kootu adiidha, bareedaadha narratti balleessitti utuu hin jedhiin wayyoo jechuun gaadda guddaa keessa galun miidhaama mucaa isaa argee saama fi dhoqee ishee wajjiin ofitti fudheet uuuuuush dhiisikaa hin boo'iini jechuun gara gaaddattin sosobataa.

Kunis muca sanaf jaallalii inni qabu maal akka ta'ee ibsaa. Jaallalii inni daa'immaa sanaf qabu ulfina uffata isaaf inni ofiif kennu ni caala sabaabiinsa utuu ulfinaa isaa yaadee uffata gaarii fi yeroo ofgeexe jiru sanatti daa'immaa isaa dhoqee qabdu sana ofitti fudhee hin sosobuu turee kaanafuu jaallalii haatiis ta'ee abbaan mucaa isaniif qaban addadha maaddalamu hin daanda'uu.

Atiis jaallalii atii hiriyaa kee fi obboleessa keef qabdu jaallala amaanamaa ta'uu qaba malee jaallala geggeddaramu hin qabatiin.

Jaallala geggeeddaramuu yoo qabatee atii jaallatu utuu hin taane jaallatu gowwomsitudha sabaabiinsa jaallalii atii nama sanaf qabdu haala fi wantoota garagaarattin waan geeddaramuuf atii jaallala keetiif amaanamaa miti!!

___////____dubbisu keef galaatoomii!!! Share gochu hin dagaatiin

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


👫Gorsa Jireenya✈️
Adduunya kanaarra jireenya keettif siittu baarbaachisaa dursa jireenya keef kenni.


:eenyuyyu yoo baayee siif dhaamahee jireenya kee siif mi'eesu hin daanda'u
'
:
:
:
https://t.me/gorsa_jireenya


👫Gorsa Jireenya✈️
Adduunya kanaarra jireenya keettif siittu baarbaachisaa dursa jireenya keef kenni.


:eenyuyyu yoo baayee siif dhaamahee jireenya kee siif mi'eesu hin daanda'u
'
:
:
:
https://t.me/gorsa_jireenya


##HIN IRRAAFFTIN:-

Hin irraanffatin:- haala jireenya kee isaa darbee seenaa ta'ee fi haala jireenya kee isaa gara fulduraattii jiraatu. Namnii jireenya isaa keessatti seena dabaarsee yaadachuun gaariidha garuu hanqinaa fi jireenya isaa darbeef dhiphaachun immoo gaarii miti.

Hin Irraanffattin:- Nama yeroo rakkina keetii sii deggeere fi rakkoo akka taasa sii muudatee keessatti hanqina kee siif guutee. Sabaabiinsa osoo inni sii gargaaree sun sii cinaa jiraachu baate atii rakkinii kee dachaa lama sitti ta'a turee. Garuu namiichii sun muudda fi rakkina kee sana waan hirmaateef yoo inni waan haamma sii godhee iyyuu gochaa inni bara rakkoo kee sana siif godhee yaadachuun dhiifamaa godhiif.

Hin Irraanfattin:- jireenyiikee guyyaa har'aa bor akka darbuu beekii kaanafuu jireenyakee har'aa darbuuf jette namaatti haammeenya gochuun itti hin darbiin.


__________gaalatooma


@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


❤️💋❤️💋❤️💋❤️💋❤️😊❤️💋❤️😊💋❤️💋❤️😊❤️
ADDUUNYAA KANAARRA JIRAACHUUF:~

Nama kaayyoo ta'ii waan adeemtuf beekii
Nama mul'aata ta'ii waan hojjettuf bu'aa isaa dursii argii
Nama karoora ta'ii waan kaayyoof mul'aata kee ta'ee tooran hojjedhu!
Nama hojii ta'ii kaayyoo fi karoora kee irratti hojjetta cimaa ta'ii!!
Obsa qabadhu hin arifaattin firii hojii fi mul'aata keeti arguuf

👉Ejjeeennoo cimaa fi gudda ta'ee adduunya kana injifaatee ittin adduunya kanarra jiraatu qabaadhu




👉Firrii kee amaala keetii, amaala kee siireeffadhu. Sabaabinsa namnii Oormaa firumaa sitti hin qabnee amaalii kee yoo itti tolee gaarii ta'ee sii jaallattaa, Namnii firaa immoo yoo atii firaa isaa taate amaalii kee gadhee ta'ee sii jiibbaa.

Kanaafuu adduunya kanarraa nama hundumaa wajjiin firaa taatee jiraachuuf amaala gaarii fi qajeelaa gadhumaarra bilisaa ta'ee qabadhu.

👉Jireenya hawaasumma naannoo kee keessaa jiraatu keessaatti hirmaanna gaarii fi yaada gaarii ta'ee haammeenyarra bilisaa ta'ee qabadhu, atii waaqa miti waan hundaa daandeesse kophaa jiraachuu hin daandeessu hangaa lafa kanarra jirtutti waaqa gaditti birmaatan guyyaa rakkoo kee fi birmaatan yeroo rakkina kee namummaa, amaala fi yaada gaarii ta'een namatti siiqii, jaalladhu garuu hin amaniin, wajjiin jiraadhu, namaf birmaadhu yoos siif birmaata.

👉Siyaasa jireenya adduunya kanaa hubaadhu, xiinxaalli kan siif mijaatu fi siif tolu hojjedhuu. Akkasumaan hojii namnii biraan oollaa keetti ittin milkaa'een hojjette milkaa'uuf oolla keetti hinaaftu hin ta'iin yoo inni oolla keetti buna danfisee gurguree atiis buna daanfiistee hin gurguriin, atii immoo shayii danfiisi gurgurii inni shayee barbaadu immo sii biraa dhugaa malee isaa buna gurguree argitee yoo buna gurgurtee atii hojjettaa siin hin jedhan nu hinaaffise namiichi oollaa keenya tokko siin jedhu malee warra buna gurguran oolla keetti sun.

Join our channel
#share #share #share #share

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


Forward from: CNN NEWS Afaan Oromo
Mee Maal Baarbaaduu????

Chaanneellota dabaalata argaachuu yoo baarbadan

#Oromia_Report_Gaazexa_Official argaachuuf kan armaan gadiitti
@oromiareportgazexa

#Gorsa_Jireenya argaachuuf kan armaan gadiitti
@gorsa_jireenya

#Adeemsa_jireenya argaachuuf
@ademsajireenya



@CNNAO


Jiraachuu itiyoophiyaa maaltu yaadoo keessa galchee????? Kan jedhuuf chaannelli keenya @oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa join & share gochuun nu hordoofa


Namummaan kee kan beekamuu foon kee ykn fuulla kee isaa sii irraa mul'aatu osoo hin taane hojii atii hojjette fi amaala atii agaarsiifteenii.

Eenyummaa kee gaarii gootee namatti agaarsiisuf:-
👉amaala tolaa fi gaarii qabaadhu,
👉 hojii gaarii fi qajeela ta'ee hojjeedhu,
👉gochii kee yeroo hundumaa sii irraa mul'aatu gaarii fi tolaa ta'uuni
👉dubbii ykn haasaa atii haasooftuu dhaabbata fi dhugaa irratti kan hundaa'ee haa ta'uu.
👉jireenyaa haawasumma keessatti hirmaana gaarii hojiin mul'aatu godhii


👉@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


Saammu kee boqoochisuuf hojii hojjeedhu, ta'umsii yaada malee boqoonna hin qabu



@gorsa_jireenya


Forward from: Oromia Report Gaazexa official
BIYYAA ETIYOOPHIYAA FI GOCHAA MINILIK

👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓
Etiyoophiyaan Biyyaa Jaallalaan hundooftee moo Biyyaa Humnaan Hundoofteedha??????

Itoophiyaan biyyaa uummattootti ishee seenaa gaarii fi seenaa haamataa gadhee tahan waliin qabdudha.

Seenaa gaarii uummanni kun waliin qabus ergaa humnaa habeesha ykn minilikin humnaan koloonneeffatamee boodaa dhiibbaa minilik keessaan irraa gahu dandaammach; dandaaya fi minilikin fincillaa uummani rawwattee seenaa waliini tahun galmaa'eedha. kaanaafis fakkeenyii lollii Adwaa, Shiree, ethio-sumaale fi metaama jarren kun fakkeenyaa seena gaarii isaan waliif qabaniif fakkeenyadha. Lola kanarrattis adda durumma fi baayinaan kan geggeessa gi hirmaacha turee hin dhokaate malee oromoodha har'aa garuu seenaan yeroo sana waan dhokaatef oromoon kan isaa tahu waallalee ormii injiffaannon argaameen dhiichisaa.

Akkasummas biyyaa seenaa gadhee fi fokkisa waliin qabdufi keessatti hojjeettameedha fknf:- oromiyaa keessa lolaa caallii callanqoo fi miidha minilik achiitti uummaata oromoorran gahe; uummataa walaayitta humnaan itiyoophiyaa jala galchuuf gochaa minilik rawwaatte; fi diidda uummata kaffaa ukkamsuuf irratti gochaa rawwattaneedha jaarren kun fakkeenya gabaabboodha. kunis olaantumma saba tokko irratti mulisuun uummanni ykn sabnii biraan humnaan koloonneeffatamee kun aadaa fi duudhaa isaa dhisee akka aadaa fi duudhaa isanii hordofuuf gochaa rawwatameedha garuu iddoo hundaatti tahu baatus iddoowwan muraasatti milkaa'eeraf

Miniilikii biyyaa kana utuu jaallalaaf tokkummaan uummataa hundummaa akkaataa aadaa fi duudhaa isatti of daandaayyee walii walii isaa immoo kabaajan waldhageeyee keessaa jiraatuu godhee hundeesserra tahee har'aa itiyoophiyaa keessatti wal jibbinsii sabaa ka'ee itiyoophiyaan qe'ee badii hin taatu turtee


garuu baalleessa minilikii yeroo sana seenaa gadhee maqaa fi uummata sanan rawwaatte hangaa har'aatti itiyoophiyaan biyyaa uummanni itti wal ajjeessu taate jirtii kaanafis baalleessa uummata osoo hin taane sirnaa yeroo sana turee kan minilikii jechuudha.

Minilikii biyyaa kana hin hundeesse jechuurra seenaa siyaasa gadhee fi taate haama tahee saboota biyyaatti gidduu ka'uun kan burqaa bishaanii yaa'ee hin dhuumnee fi dhaabbachuu hin daandeenyee fakkaattu jibbinsaa seenaa wal dhaabdee siyaasa guddaaf dhagaa bu'uura ka'ee.

,, ,,,,,,,,,,,,,,,,itti fufaa jutaa 2ffa isaa argaachuuf chaanneelli kana @oromiareportgazexa @join godhii irratti hordooffii

@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa

:-madda odeeffaanno fi xinxaalla oromiyaa fi itiyoophiyaa

@oromiareportgazexa
@oromireportgazexa


Forward from: 👫Adeemsa🏃Jireenya🇺
Adeemsii fi sosochiin ofii ulfinaa ofitti of eggaadhu

Amaala haammaatuf hafuura ajjaa'uu abbaan hin beekuu


@ademsajireenya
@ademsajireenya


Yemmuu iddoo namnii itti argaamuu deemtuf mana nama biraa deemtuu Amaala kee achumaattii!!!!!!!

@gorsa_jireenya


❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️☺️☺️

Jireenya kee injifaachuu yoo baarbadee daandii sii baasu daanda'uu filaadhuu

@gorsa_jireenya


Saammun kee waan inni gochuuf sii affeerru hundumaa hin simaatiin itti yaadii, waan gochuuf yaaduu kamuu saammun kee itti hin amaannee yoo ta'ee hin raawwattin boodaa gaabbiitta utuu saammun koo na dhoowwun raawwadhee/godhee jette kanaafuu fedhaa saammu keen ala hin sochoo'iin

@gorsa_jireenya


Anaatu nama hin beeku jedhii malee namnii nan beekuu jette waan barbadee fi fedhaake guutuf dhoksaan waan dhoksaa hin hojjettin

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya

@join our channel


Walii keenya deggeeruuf jenne dhiibbee koroonaa kana ittisaa isaa irratti hojjedha

@gorsa_jireenya


👉👍👉👍👉👍👉👍👉💋👉😘

Jireenyii keetiif gatii kaffalli garuu haala fi akkata barbaachisa hin taanetti gatii hin baasiin

Saammu keetiif abboomama ta'ii, Saammuu keetiifis ajaaja ta'ii isiin lamaan qofatu adduunya kanarra waliif hiriyaa amaanama wal guddisuu daanda'uudha!!!!


Hiriyaa amaanaman siif saammuu keetii kunuunfaadhu

Amaala kee yeroo hundumaa iddoo deemuf yaadee osoo hin ga'iin sirreeffachu yaalii, Amaala kee ilaalee namnii sitti kolfuu sii oolchaa

Ulfinni kee yeroo hundumaa amaanamumma keetiif dubbii dhugaa dubbachuu keetii atiis amaanamaa ta'ii, dubbii dhugaan afaan keetii haa baa'u


Eenyumman kee siif hojii keetii hojii keetii simboo godhii miidheeksii akka namaatti tolutti


#Channelli keenya join godhaa

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya


@Jireenyii_Wantoota_Shan_Qaba

1, Rakkina

2, Obsa

3, Hojii

4, Carraa

5, Guddina

@gorsa_jireenya


Bu'uurii jireenya keeti sumaa. Bu'uurii yoo tolee waantii yaadamee tokko ni tolaa, bu'uurii yoo bades waantii yaadamee sunis ni badaa, kanaafuu jireenya keef bu'uurii sii'i atii yoo toltee jireenyii kees ni tolaa, atii yoo waan hin taane taates jireenyii kees akkasuma ta'aa, kanaafuu jireenya keef gatii kaffalii tolaa ta'ii.

@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenya

20 last posts shown.

202

subscribers
Channel statistics