✍️UUMAAN SIRRIIDHA!
👉Guyyaa
👉Tokko
👉Hiriyaa kan ta'an nama lamatu
Waliin magaala tokko keessa deemaa osoo jiranii.Gaaffii wal gaafachaa magaala sana keessa deemu turan,akkuma beekamu magaalaan kan ishiin ittiin beekamtu MANA bareedaa (GAMOO),KONKOLAATAA fi kkf qabdi yeroo kana inni tokko hiriyaa isaatin gaafa WAAQAYYO namoota kanaaf KONKOLAATAA fi MANA (GAMOO) Amma kana bareedu Gaafa isaaniif kennu NUTI EESSA JIRRAA?jedhee
hiriyaa isaa gaafate.
👉UUMAAN SIRRIIDHA👈
Yeroo kana inni Gaaffii kana gaafatame
Hiriyaa isaa kana fuudhee HOSPITAALA
(MANA YAALA) Geesse,
HOSPITAALA Keessa maaltu jira?????
Gaafa Namni hamma kana baay'atu DHUKKUBAAN qabamu,
ANIIFI ATI EESSA JIRRA????????????????
✍️OBBOLOOTA KOO!!!!
Har'as waanti ilaallee jiraachuu keenya shakkinu waanta baay'eetu jira! kanaaf Gaafa hundinuu Muldhatu ykn dhokatu nuti kan jirru MOORAA NAGAA KEESSA!
MOORAAN Kun immoo waan hunda qaba!
Kanaaf nagaa qabaachuun keenya UUMAA nu galateefachiisa!
Waanti hundinuu bakka uumamee jiru kamitti iyyuu UUMAAN SIRRIIDHA 🙏🙏