Agaphe✝


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Jaalala Namaaf qabaadhu❤

“For God so loved the world, that he gave his only begotten Son, that whosoever believeth in him should not perish, but have everlasting life.”
John 3፥16

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter




✍️UUMAAN SIRRIIDHA!
👉Guyyaa
👉Tokko
👉Hiriyaa kan ta'an nama lamatu
Waliin magaala tokko keessa deemaa osoo jiranii.Gaaffii wal gaafachaa magaala sana keessa deemu turan,akkuma beekamu magaalaan kan ishiin ittiin beekamtu MANA bareedaa (GAMOO),KONKOLAATAA fi kkf qabdi yeroo kana inni tokko hiriyaa isaatin gaafa WAAQAYYO namoota kanaaf KONKOLAATAA fi MANA (GAMOO) Amma kana bareedu Gaafa isaaniif kennu NUTI EESSA JIRRAA?jedhee
hiriyaa isaa gaafate.
👉UUMAAN SIRRIIDHA👈
Yeroo kana inni Gaaffii kana gaafatame
Hiriyaa isaa kana fuudhee HOSPITAALA
(MANA YAALA) Geesse,
HOSPITAALA Keessa maaltu jira?????
Gaafa Namni hamma kana baay'atu DHUKKUBAAN qabamu,
ANIIFI ATI EESSA JIRRA????????????????
✍️OBBOLOOTA KOO!!!!
Har'as waanti ilaallee jiraachuu keenya shakkinu waanta baay'eetu jira! kanaaf Gaafa hundinuu Muldhatu ykn dhokatu nuti kan jirru MOORAA NAGAA KEESSA!
MOORAAN Kun immoo waan hunda qaba!
Kanaaf nagaa qabaachuun keenya UUMAA nu galateefachiisa!
Waanti hundinuu bakka uumamee jiru kamitti iyyuu UUMAAN SIRRIIDHA 🙏🙏








▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Namaaf jettee yeroo kee hin gubin!
➥ Jaallatamuufis ta'ee jaalachuufis jettee hin
rakkatin! Kan eenyummaa kee beeku si jaallata.
➥ Waan gaarii gootu hunda gatii isaa ilma namaa irraa hin eggatin waaqarraa galata argatta.
➥ Nama tokko jaallattee yoo dhabde itti hin gaddin sababni isaa waaqayyo nama sana akka inni siif hin taane waan beekuuf sirraa qabe.

JAALALLI DHUGAA:
▷ Dhoksaa hin qabu.
▷ Gaabbii hin qabu.
▷ Jibba hin qabu.
▷ Wal tuffii hin qabu.
▷ Wal komii hin qabu.
▷ Walitti mufachuun yoo jiraates walirraa fagaachuu hin qabu.
▷ Jaalalli dhugaa onnee qulqulluu qofa barbaada. @agaphe123






. ቅርቤ
°°°°°
ዘማሪ ይስሃቅ ሰዲቅ
°°°°°°°°°°°°°°°°°°
New Amazing Gospel Song
@Witnesses116
@forgiveness123
@agaphe123
@Guddinawaaqayyoolabsuu


ባደባባይ | Lidiya Shawalem
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@forgiveness123
@agaphe123
@Guddinawaaqayyoolabsuu
@Jirraamallee
△Join Us△


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@agaphe123
🔺ᴊᴏɪɴ🔺


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@agaphe123
🔺ᴊᴏɪɴ🔺


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@agaphe123
🔺ᴊᴏɪɴ🔺


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@agaphe123
🔺ᴊᴏɪɴ🔺


“Kunoo, Waaqayyo gooftaan humnaan in dhufa, irree isaatiinis in mo'a! Kunoo, gatiin inni namaaf kennu isa harka jira, miindaa isaas of duraa qaba;”
— Isa. 40:10


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@agaphe123
🔺ᴊᴏɪɴ🔺


“Jaalala jechuun akka abboommii Waaqayyootti jiraachuu dha; akkasitti akka jiraattaniif, abboommiin jalqabaa jalqabdanii dhageessan isa kana.”
— 2Yoh. 1:6







20 last posts shown.

1 245

subscribers
Channel statistics