Forward from: Obsa Sule
Seenaa gabaabduu tana obsaan dubbisi bira hin kutin si fayyadu hin oluu
As wr wb
Seenaa hantuutaa fi leencaa
Hantuutni tokko lafaa kha'e ofitti amanttumman mootii daggalaa leencaan akkana je'e yaa mooti daggala hoggu takka ofitti amantumman dubbachu niin dandaha je'een
Leenci seeqeeti dubbadhu ya jeyna je qishna itti godhe
Hoggaa kana hantuutni akkana je'een ani baatii tokko keessattin si ajjeesuu dandaha je'een
Leenci itti kolfe ati moo je'een
Hantuunnis ee baatuma takka naaf kenni je'een
Leencis hayaa garuu baatii tokko keessatti yoo na hin ajjeesne anaatu si ajjeesa je'een
Guyyootiin ni dabre
Torbaan duraa leenci waan hantuni je'een yaadate kofluu eegale
Torbaan lammadaa manaamaan hantuunni akka isa ajjeesu laalee xiqqo sodaachuu eegale
Torbaan sadaffaa
Sodaan isa moohatee yoo dhugaan na ajjeese ho je ifiin haasawu eegale
Torbaan afraffa
Leenci sodaan du'e osuma ofiin haasawuu
Guyyaan yammu dhihaatu hantuutaa fii bineensoonni garii mana leencaa dhaqan yammu dhaqa leenci du'ee jira
Hantuunni akka balaa eeggachuun summii tahe ni beekha ture
Saahib leenci san atii beekhi hantuunnis koroonaa ati eegaa jirtu kana yoomuma na qaba jette sodaan furmaata takka hin qabu of eeggannoon gahaadha
Dubbifte ka xumurte yoo tahe galatoomi ammas rabbi keef galata galfadhu isaan gargaarsifadhu waa hundumaa
Ws wr wb
Nashiidaalee fi dawaalee adda addaa argachuuf join my official channel
Yada yoo qabattan kharaa khessatin link khana tuqa๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟhttps://t.me/Obsana