Biyyoonni yaa’a Abaayaa walii galtee walta’iinsafi itti fayyadamaa qopheessuu kan eegalan waggoota 27 dura ture. Adeemsi waliigaltee wixineessuu, mariifi mirkaneessuu waggoota heddu lakkoofsise kun torbee darbe gaafa Dilbataa, ALItti Onkoloolessa 3, 2017 hojii eegalee jira. : BBC News Afaan Oromoo