Beeksisa Hojii - Vacancy


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Chaanalii kana jallatti hojiiwwan adda addaa gosa kamiin iyyuu:-
Afaan Oromoon
Afaan Ingliffaan
Afaan Amaariffaan ni maxxansina!

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Yuunivarsiitii Finfinnee








Caamsaa 25/2018 bahe
Waldaa Aksiyoonaa Geejjibaa fii Loojistikii Gadaa


Forward from: Kurulus Orhan (Afaan Oromoo)
Bara durii mootiin tokko dhagaa ulfaataa ta'e daandii namni baay'ee irra deddeebi'u fi gara masaraa mootummaatti geessu irratti kaayee; eenyu akka kaasu arguuf bakka dhokataa ta'e ta'ee hordofuu jalqabe. 🏔👀

Ammas, namootni dhihoo mootichaa ta'an tokko tokko fi abbootiin qabeenyaa daldaltoota masaraa mootummaa naannoo sanaa hin dhabamne, dhagichi daandii irratti akkamitti akka kaayame fi mootichi maaliif akka hin kaasisne dinqisiifachaa; gungumaa osoo hin kaasin bira darban. 🚶‍♂️💭

Sana booda, qotee bulaan hiyyeessi tokko kuduraa fi fuduraa baatee yeroo darbu, dhagicha daandii irratti yoo argu ba'aa kuduraa fi fuduraa isaa lafa kaayee; dhagicha kaasuuf tattaafachuu jalqabe. Akkuma ta'etti dhagicha yeroo gangalchu, dhagicha jalaa warqee baay'ee fi waraqaa mallattoo mootichaa qabu kan "Nama dhagicha kaaseef, warqichi kan isaati!" jedhu argate. 💪💰✨

Daandii jireenya keenya irrattis gufuwwan baay'een ni jiru. Warra isaan dura dhaabbataniif gufuwwan carraa baay'ee qabatanii dha! Warra abdii hin kutanneef gufuwwan hundi akka nu jabeessanii fi gara sadarkaa ol'aanaatti akka nu ceesisaniif, kaayyof kan kaayaman gaarummaadha. 🌟⛰

Gufuwwan fuuldura keenyatti nu mudatan nama dhibaa'aa ta'e ni kuffisu; nama jabaa ta'e ammoo ni ceesisu. Filannoon kan keenya! 🤝🚀

Akka waan bara baraaf jiraattuutti bari (baradhu), akka waan bor duutuutti ammoo jiraadhu. 📚🌅


 @kurulus_Orhan_Oromo
 @kurulus_Orhan_Oromo
https://t.me/kurulus_Orhan_Oromo




Re-posted

Barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam Waxabajjii bara 2018 fudhattaniif hojii mirkaneessuu akka taasistan ibsameera.

Mirkaneessuu (Self Verification) kun daqiiqaa 2-3 kan fudhatu yoo ta'u, barattoonni qormaata kana fudhatan ragaalee barnootaa isaanii National ID Fayda waliin akka walitti hidhan kan taasisudha.

Kanaanis National ID Fayda fayyadamuun, lakkoofsa FAN fi odeeffannoo dhuunfaa guutuun mirkaneessuu kana xumuruu qabdu.

Link armaan gadii irra erga seentan booda;

https://verify.ethernet.edu.et/

«Exit Examination» kan jedhu tuquun, sana booda «Continue Verification» tuquun wantoota barbaachisan guutuun mirkaneessaa

Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam bara 2018 Waxabajjii 4-12 bara 2018 tti ni kennama.

Barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam bara 2018 fudhatan hundaaf share taasisaa!


Addis Ababa City Corridor Project

Namoota:60 barbaada
Qaxarrii Koontiraata
Bakki Galmee: Finfinnee,Piyaasa tti.
Galmeen hanga 29/9/2018 tti


Qulqullinaan Ilaaluuf akkasumas beeksisoota biroo argachuuf 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿

https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy




🎴Ethiopian Center for Disability and Development🎴

▪️Job Position-1 Junior Case Officer
▪️Job Position-2 Project Coordinator
▪️Find More Details here

          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/06/01/ethiopian-center-for-disability-and-development/

▪️Deadline : June 7th, 2026


🎴Ethiopian Airlines🎴🚩 Call For Simulater Assessment

▪️Position  - ET-SPONSORED TRAINEE PILOT CANDIDATES – DIFFERENT REGIONS

Description :
CALL FOR SIMULATOR (FTD) ASSESSMENT
(ET-SPONSORED TRAINEE PILOT CANDIDATES – DIFFERENT REGIONS)
AMONG THOSE CANDIDATES WHO HAVE APPLIED AND TOOK INTERVIEW EXAM AT DIFFERENT REGIONAL STATIONS FOR THE POSITION OF ET-SPONSORED TRAINEE PILOT , THE FOLLOWING LISTED CANDIDATES ARE REQUESTED TO COME FOR SIMULATOR (FTD) ASSESSMENT ONLY AS PER THE BELOW PLACE, DATE & TIME SCHEDULE.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
   https://elelanajobs.com/2026/05/29/ethiopian-airlines-call-for-simulater-assessment-may-29-26/

▪️Deadline : Different




🎴Ethiopian Airlines🎴

▪️Job Position 1  -  Engineer -III, Aerospace Manufacturing
▪️Job Position 2 - Assistant Material Controller

▪️JOB POSITION 3 - REPORTING SPECIALIST
▪️JOB POSITION 4 - MANAGER PROJECT CONTROLS
▪️Job Position  5 -  Manager Group Infrastructure Planning & Development
▪️JOB POSITION 6 - E-DMS EXPERT
▪️Job Position 7 - Jr. Quality & Safety Assurance Officer
▪️Job Position  8 -  Contract Admin Expert
▪️Job Position 9 -  Manager IT Services
▪️Job Position 10 -  Lenders & Investors Liaison Coordinator
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-may-27-26/

▪️Deadline : Different


Ragaa barnootaa warreen hin fudhatiiniif
Yuunivarsiitii Mekelee
https://forms.gle/vbNH5Z5uBd5HFho77


#Namoota_109_kan_barbaadu
#Ethiopian_Health Medical Service.


🎴HEINEKEN ETHIOPIA🎴

▪️Job Position - Utilities Operator
Education:Bachelor’s in chemical engineering or related
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/heineken-ethiopia-may-27-26/

▪️Deadline : May 30/ 2026

17 last posts shown.

554

subscribers
Channel statistics